FAYOFAYE Telegram 69
π‰π’π«πžπžπ§π²π’ 𝐦𝐚𝐚π₯𝐒𝐒?

Guyyaa tokko dubartii tokkotu Toomaas Ediisan bira deemtee"Obbo Ediisan elektirikiin maali?" Ittiin jette. Akkas jedhee deebiseef" Haadhako, elektirikiidha. Itti fayyadami."
Akkuma beekamu elektirikiin, humna mul'ataa hin taanee fi guutummaattii beekuu hin dandeenyeef maqaa kennameedha. Garuu akkamitti akka hojjetuuf faayidaa isaa namuu beeka. Dhimma hedduufis itti gargaaramna. Jireenya ijaan arginee beekuu baannus, akka jiraachaa jirru beekna.
Hiikni jireenyaa irratti walii galamuu dhabus, namni akka dhuunfaasaatti hiika jireenyaaf kennu hin dhabne.
Guyyaa tokko Dr.Huug Muurheed, pifeeserri filoosoofii Yuunibarsiitii Norz Istern Illiinooyis, namoota filoosoofii bebbeekamoo,ogeessota saayinsii,barreessitoota, namoota haalaan yaaduu danda'an addunyaa kana irra keessa jiran 250 barreeffamaan akkana jedhee gaafate,"π‡π’π’π€πšπšπ§ 𝐣𝐒𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐦𝐚𝐚π₯𝐒?"
Isa booda Deebii isaanii kitaaba irratti maxxanse. Walakkaan isaanii tilmaama kennuu danda'an kennaniiru,isaan kaan kaayyoo jireenyaasaanii ofiisaaniitii akka uummatan dubbatan,isaan kaanimmoo amanamummaadhaan kana ilaalchisee deebii akka hin qabne ibsan. Namoonni bebbeekamoo hedduun hiika jireenyaa beekeera yoo ta'eef akka inni isaaniiti himuuf Dr. Huugiin gaafatan. Dogoggora sammuun amaleeffate silaa dhugaa namatti fakkaattiiti, hiika jireenyaaf kennamu keessaa persentii olaanaan, namni wantoota bu'uuraa ittiin lubbuu isaa lafa kanarra turfatu haalaan guuttannaan hiika jireenyaa isa sirrii bira ga'eera jedhama! Atihoo maal jetta? FollowπŸ‘‡
@FayoFaye
@FayoFaye

tgoop.com/FayoFaye/69
Create:
Last Update:

BY Fayisa Tesfa Oljira

Share with your friend now:
tgoop.com/FayoFaye/69

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

How to create a business channel on Telegram? (Tutorial) fire bomb molotov November 18 Dylan Hollingsworth yau ma tei The creator of the channel becomes its administrator by default. If you need help managing your channel, you can add more administrators from your subscriber base. You can provide each admin with limited or full rights to manage the channel. For example, you can allow an administrator to publish and edit content while withholding the right to add new subscribers. 1What is Telegram Channels? 5Telegram Channel avatar size/dimensions
from us

Telegram Fayisa Tesfa Oljira
FROM American