Telegram Web
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Hamdi abdujabar
Gad dhifame jira Seena dawadha
Forwarded from Hamdi abdujabar
Insha Allaah yeroo dhihotti walaloo "Hibboo" jattu bifaa addaatiin gama youtube kiyya HAMDI ABDUJABAR gubbati isin biraan gahuf qophi xumure waan jiruf
https://youtu.be/GzjlemkRTjA?si=kbeDGrbgEbil4hN8
👆👆👆👆👆👆👆👆
SUBSCRIBE godhun na jajjabeessaa
Glt
Haala bareedinni
Rizqiidha gariin tujjaara gariinis
Irraa miskiina.

https://www.tgoop.com/Hamdi_abdujabar
https://www.tgoop.com/Hamdi_abdujabar
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Join Join share share
Yoo sittole 👉 ❤️
Yokanis 👉 👎
Yaada yo qabaatte COMMENT
☑️Yeroon itti na dhaqabaa jettaan amma kaa Warri dogs jala darbe hundumtti keessaan Cats guyyaa muraasa booda list akka ta'u ibsanii jiru namni hin jalqabne ammuma dhaqabadhaa.

Namni hin eegallee amuma eegala

Start Bot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Gad dhiifame jira seenaa daawadhaa Subscribe godhun na jajjabeessaa yaada yo qabaattanis comment jalatti naaf barreessaa glt.
☑️Yeroon itti na dhaqabaa jettaan amma kaa Warri dogs jala darbe hundumtti keessaan Cats guyyaa muraasa booda list akka ta'u ibsanii jiru namni hin jalqabne ammuma dhaqabadhaa.

Namni hin eegallee amuma eegala

http://www.tgoop.com/catsgang_bot/join?startapp=U6Wrwb32WyEkWkMOqk4zb
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Hamdi abdujabar
Jiruun sii ballataa
Kaznaa birrii guutaa.
Gamoos balloo jaartaa.
Yabbiis ni arkattaa.

Kan feetee galchitaa
Kan feetee Ariitaa.
Rakkana lagatta.
Quufuma arkatta.

Tan feete filattee
Dubartiis ni fuutaa.
Hanga feetee turtuus.
Garuu irraa duuta

Irraa duuta hbb hbbt Ibaada jabeeysi.
Ta yoo dutellee si jalaa hin hafne.

      JOIN GODHAA 🙏
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Ammaar_Mohaammad
👉@hamdi_abdujabar
2024/11/25 17:48:09
Back to Top
HTML Embed Code: