tgoop.com/Inspire_Oromia/15
Create:
Last Update:
Last Update:
Barumsa Konfishiyaas shan
(Falaasamaan Chaayinaa, Dh.K.D bara 551-479)
πNamni dogongora hojjatee hin sirreessine dogongora biraa dalagaa jira.
πWanti hundi bareedina isaa qaba, garuu namni hundi hin argu.
πBeekkumsi dhugaa hammaa wallaalummaa namaa beekuudha.
πHojii sitti tole barbaadi, jireenya kee keessatti guyyaa tokkoof illee dhama'uun si hin barbaachisu.
πUlfinni keenya guddaan gonkumaa kufaatii osoo hin taane, yeroo kufnu hunda ka'uudha.
βββββββββββ
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
BY Inspire Oromia
Share with your friend now:
tgoop.com/Inspire_Oromia/15