tgoop.com/Inspire_Oromia/2
Last Update:
Kitaaba "Amaloota 7 Maatii Bu'a qabeessummaa Ol'aanaa Qaban kan Isteefan R Kooviin barreeffame irraa barnoota 8."
1. Maatiin jaarmiyaa addunyaa kanarraa iddoo guddaa qabudha. Bu’uura Hawaasummaa fi bakka barumsa jireenyaa hunda caalaa barbaachisaa ta’e itti barannudha.
2. Maatiin milkaa’an kaayyoo Cimaa fi miira gatii waliinii qabu.
3. Maatiin bu’a qabeessa ta’uuf karaa ifaafi amanamummaadhaan waliin Walqunnamsiisuu barachuu qabu.
4. Maatiin waliin hojjechuun galma kaa’uu fi galma gahuuf carraan milkaa’ina guddaa qaba.
5. Maatii tokko keessatti wal amantaa uumuuf miseensonni hundi amanamoo ta’uu fi waadaa galan eeguu qabu.
6. Maatiin bu’a qabeessa ta’uuf wanti gochuu danda’an inni guddaan yeroo fi carraaqqii walitti dhufeenya cimaa waliin uumuuf invast gochuudha.
7. Maatiin dhiifama waliif gochuu danda’anii fi waldhabdee keessa darbanii hojjechuu danda’an caalaatti dandamachuu fi qormaata dandamachuu danda’u.
8. Maatiin yeroo fudhatanii Bashannanaa fi waliin ta'uun barbaachisaa dha.
@Inspire_Oromia
BY Inspire Oromia
Share with your friend now:
tgoop.com/Inspire_Oromia/2