As Wr Wb akkam jirtan Baga jiraatta dhaamsa waa
lamaa kan nabiin dhaammataa du'an Innis salaataafi waan harki namaa handhuurfatteedha nagaan bulaa
lamaa kan nabiin dhaammataa du'an Innis salaataafi waan harki namaa handhuurfatteedha nagaan bulaa
As wr wb akkam jirtan waa tokkon jedhaa Waa'ii haadhaaf abbaa keessatti dhaamsa rabbii yaadataa jirtuu laata kan rabbi ofitti aansee dubbateef jabaa waan ta'eefi namni har'a isaan mufachiiftu jarri dulloomaa dadhabaadhaa mirga jaraa rabbitu falma garuu akka dhadhabe jettee jara hin ifanne amaanaa rabbiiti๐๐ฒ๐ฒ
As wr wb
Akkam nagaa jirtuu?
Mirqaanaa jabaattaa?
Tokko tokko jira
Kan diinii hin hubanne
Salaatuma kana
Qalbii time hin hidhanne
Rabbiin dubbateera
Waaninni siif ta'u
Qur'aana dubbisi
Waaninni haasa'u
๐. ๐. ๐
ุฅู ุงูุตูุงุฉ ุชููู ุนู ุงููุญุดุงุก ูุงูู ููุฑ
Kana jechuun dhagahi
Ani siifan ibsaa
Ati osoo salaattuu
Hin seentu badii keessatti
Osoo ittin seennee
Irraa si fageessa
Nama osoon beekin
diqqa keessa seennee
Falasaa kaa'eefi
akkanni hin salphanne
Namicha tokkotu
Tamirii gurguraa
Intaloon bareedduun
Tokko seente irra
Yaruma isii arguu
Baay'eesii jaallatamtuu
Isii kophaadhuma
Waamee itti dubbateera
Tamirii gaarii jiraa
Kunooti akka feetee
Ol seenii filadhu
Ati na marartee
Yeroosiin fudhachuuf
Manatti ol seentee
Ofitti isii qabee
Takka dhudhungatee
Inni isii gadi dhiifnaan
yeroosiin adeemtu
Namichi hin turree
Yeroo of yaadatu
Edaa yaa lubbuukoo
Ani kasaareeraa aakiraa
Fuula rabbii arguuttii dhabeeraa
Jedhee of yaadatee
Gara nabii dhaqee
Ani lubbuu kankoon
Wonjalatti naqee
Yoonan maal hojjadhen
Boru najaa baha
Furmaannin jirre
Kan hahannamaan ta'a
Jennaan rabbiin guddaan
Qur'aanasaa buusee
Garbicha isaa sana
Haara galfachiise
๐. ๐. ๐. ๐ ๐
ุฏู ุงูุตูุงุฉ
Akkam nagaa jirtuu?
Mirqaanaa jabaattaa?
Tokko tokko jira
Kan diinii hin hubanne
Salaatuma kana
Qalbii time hin hidhanne
Rabbiin dubbateera
Waaninni siif ta'u
Qur'aana dubbisi
Waaninni haasa'u
๐. ๐. ๐
ุฅู ุงูุตูุงุฉ ุชููู ุนู ุงููุญุดุงุก ูุงูู ููุฑ
Kana jechuun dhagahi
Ani siifan ibsaa
Ati osoo salaattuu
Hin seentu badii keessatti
Osoo ittin seennee
Irraa si fageessa
Nama osoon beekin
diqqa keessa seennee
Falasaa kaa'eefi
akkanni hin salphanne
Namicha tokkotu
Tamirii gurguraa
Intaloon bareedduun
Tokko seente irra
Yaruma isii arguu
Baay'eesii jaallatamtuu
Isii kophaadhuma
Waamee itti dubbateera
Tamirii gaarii jiraa
Kunooti akka feetee
Ol seenii filadhu
Ati na marartee
Yeroosiin fudhachuuf
Manatti ol seentee
Ofitti isii qabee
Takka dhudhungatee
Inni isii gadi dhiifnaan
yeroosiin adeemtu
Namichi hin turree
Yeroo of yaadatu
Edaa yaa lubbuukoo
Ani kasaareeraa aakiraa
Fuula rabbii arguuttii dhabeeraa
Jedhee of yaadatee
Gara nabii dhaqee
Ani lubbuu kankoon
Wonjalatti naqee
Yoonan maal hojjadhen
Boru najaa baha
Furmaannin jirre
Kan hahannamaan ta'a
Jennaan rabbiin guddaan
Qur'aanasaa buusee
Garbicha isaa sana
Haara galfachiise
๐. ๐. ๐. ๐ ๐
ุฏู ุงูุตูุงุฉ
Forwarded from วช๐๐๐๐๐๐๐-๐๐๐๐๐๐ (Anal-muslim)
๐Wal-dorgommmii Marsaa #34ffaa
๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข
#Maqaa:Aliyaad Abdoo
#Biyya:Jimma irraa
#CODE_02
ูุงู ุนู ุฑ ุจู ุนุจุฏ ุงูุนุฒูุฒ ุฑุญู ู ุงููู : ุฎุฐูุง ู ู ุงูุฑุฃู ู ุง ููุงูู ู ู ูุงู ูุจููู ูุฅููู ูุงููุง ุฃุนูู ู ููู .
๐ชUmar Ibnu Abdul-Aziiz Akkas jedhe:
๐ชYaada haqa ta'e kan nama isiniin duraa fudhaa, jarri isin caalaa beeku waan ta'eef.
๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
๐๐๐๐๐๐๐
1โฃffaa kan baheef 500MB๐๐๐
2โฃffaa kan baheef 400MB๐ ๐ ๐
3โฃffaa kan baheef 300MB๐๐๐
4โฃffaa kan baheef 200MBโ โ โ
5โฃffaa kan baheef 100MB๐ถ๐ถ๐ถ
๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ
#Wal-dorgommmicha irratti hirmaachuudhaaf
๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐
#JOIN_SHARE ๐๐๐
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข
#Maqaa:Aliyaad Abdoo
#Biyya:Jimma irraa
#CODE_02
ูุงู ุนู ุฑ ุจู ุนุจุฏ ุงูุนุฒูุฒ ุฑุญู ู ุงููู : ุฎุฐูุง ู ู ุงูุฑุฃู ู ุง ููุงูู ู ู ูุงู ูุจููู ูุฅููู ูุงููุง ุฃุนูู ู ููู .
๐ชUmar Ibnu Abdul-Aziiz Akkas jedhe:
๐ชYaada haqa ta'e kan nama isiniin duraa fudhaa, jarri isin caalaa beeku waan ta'eef.
๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
๐๐๐๐๐๐๐
1โฃffaa kan baheef 500MB๐๐๐
2โฃffaa kan baheef 400MB๐ ๐ ๐
3โฃffaa kan baheef 300MB๐๐๐
4โฃffaa kan baheef 200MBโ โ โ
5โฃffaa kan baheef 100MB๐ถ๐ถ๐ถ
๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ
#Wal-dorgommmicha irratti hirmaachuudhaaf
๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐
#JOIN_SHARE ๐๐๐
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
Forwarded from วช๐๐๐๐๐๐๐-๐๐๐๐๐๐ (Anal-muslim)
โ
Wal-dorgommmii Marsaa #34ffaa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
#Maqaa;Guutuu Saabii
#Biyya;Aggaaroo
#Code_07
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ูุงู ุงุจู ุงูู ุจุงุฑู ุฑุญู ู ุงููู: ุงูุฒุงูุฏ ูู ุงูุฐู ุฅู ุงุตุงุจ ุงูุฏููุง
ูู ููุฑุญ ูุฅู ูุงุชุชู ูู ูุญุฒู.
๐ตAbdallaa Ibnu Mubaarak Akkas jedhe:
๐ตNamni giroo duniyaa hin qabne yoo duuniyaan isaaf dhufte kan hin gammanne, yoo duuniyaan isa dabartes kan hin gaddinedha jedhan....
๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
๐๐๐๐๐๐๐
1โฃffaa kan baheef 500MB๐๐๐
2โฃffaa kan baheef 400MB๐ ๐ ๐
3โฃffaa kan baheef 300MB๐๐๐
4โฃffaa kan baheef 200MBโ โ โ
5โฃffaa kan baheef 100MB๐ถ๐ถ๐ถ
๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ
#Wal-dorgommmicha irratti hirmaachuudhaaf
๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐
#JOIN_SHARE ๐๐๐
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
๐ต๐ธ๐ต๐ธ๐ต๐ธ๐ต๐ธ๐ต๐ธ๐ต๐ธ๐ต๐ธ๐ต๐ธ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
#Maqaa;Guutuu Saabii
#Biyya;Aggaaroo
#Code_07
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ูุงู ุงุจู ุงูู ุจุงุฑู ุฑุญู ู ุงููู: ุงูุฒุงูุฏ ูู ุงูุฐู ุฅู ุงุตุงุจ ุงูุฏููุง
ูู ููุฑุญ ูุฅู ูุงุชุชู ูู ูุญุฒู.
๐ตAbdallaa Ibnu Mubaarak Akkas jedhe:
๐ตNamni giroo duniyaa hin qabne yoo duuniyaan isaaf dhufte kan hin gammanne, yoo duuniyaan isa dabartes kan hin gaddinedha jedhan....
๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
๐๐๐๐๐๐๐
1โฃffaa kan baheef 500MB๐๐๐
2โฃffaa kan baheef 400MB๐ ๐ ๐
3โฃffaa kan baheef 300MB๐๐๐
4โฃffaa kan baheef 200MBโ โ โ
5โฃffaa kan baheef 100MB๐ถ๐ถ๐ถ
๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ
#Wal-dorgommmicha irratti hirmaachuudhaaf
๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐
#JOIN_SHARE ๐๐๐
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
๐ต๐ธ๐ต๐ธ๐ต๐ธ๐ต๐ธ๐ต๐ธ๐ต๐ธ๐ต๐ธ๐ต๐ธ
As wr wb akkam jirtan tokkummaa jechuun jabina sareen ofii wol nyaattuu bineensa ofirraa hin dhorgitu waan ta'eef
Biyyi keenyaa kaleessa akka waan muslimni tokko hin jirreetti ilaalamaa turte har'a waa'ii qur'aana think deddeebitee dubbatanii baay'ee namatti dhagahama kaanaaf galanni Kan rabbiiti๐
As wr wb akkam jirtuu?
Anaafi isiniif waan barbaachisu tokko
himuufan fani Innis barbaachisummaa
Galaaati
Namni karaa dheeraa deemuuf ka'u waa guddaa qopheeffachuu Isa gaafata
Anaafi isiniif waan barbaachisu tokko
himuufan fani Innis barbaachisummaa
Galaaati
Namni karaa dheeraa deemuuf ka'u waa guddaa qopheeffachuu Isa gaafata
As wr Wb Akkam jirtuu kabajamtoota hordoftoota chanalii kanaa Baga harra geessan jechaa guyyaan juma'aa guyyaa sa'atiin tokko kan namni isii keessa rabbiin kadhatee hin dhabne keessa jiruudha kanaaf rabbiin kadhaa hin dagatinaan isiniin jedha
As wr wb akkam jirtuu waan qalbiin namaa ittiin laafu ittiin haara galfatu zikirii rabbiiti kaanaaf haa kassabannu
ุจุณู
ุงููู ุงูุฑุญู
ู ุงูุฑุญูู
ุงูุญู
ุฏ ููู ุฑุจ ุงูุนุงูู
ูู ูุงูุตูุงู ูุงูุณูุงู
ุนูู ุฑุณูู ุงููู ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู
ูุจุนุฏ ุงูุณูุงู
ุนูููู
ูุฑุญู
ุฉ ุงููู ูุจุฑูุงุชู ุงุฎูุงูู ูุฃุฎูุงุชู ุงููุฑุงู
ูู ุฃู
ุงู ุงููู ูุฑุนุงูุชู
๐ฏ ุนูููู
ุจุณุจุญุงู ุงููู ูุงูุญู
ุฏ ููู ๐ฏ ูุงููู ุงูุจุฑ ููุง ุงูู ุงูุง ุงููู ุชููุนูู
๐ฏโฆโก๏ธโฉ
ุงูุณูุงู
ุนูููู
ูุฑุญู
ุฉ ุงููู ูุจุฑูุงุชู ูุง ุฃููุง ุงูุฐูู ุขู
ููุง ุงุฐูุฑู ุงููู ุฐูุฑุง ูุซูุฑุง
As wr wb akkam jirtuu Nagaan keenya bakka jirtanitti isin haa qaqqabu kanatti aansuun bara kana taateen ajaa'ibaa godina jimmaa aanaa Maannaatti dhagaan lakkoofsi Isaa hanga shanii gahu Kan bifti Isaa wol dhabu yeroo bu'u ifaa kan bu'etu argame jedhani kan nagaa nuuf haa godhu!