Wama hunda shakkiin ofiin guutin miidha male buhaa siifin qabu kee qofa yaaddee koo qofa tahuu qaba hinjedhin namuu numayaada atis itti yaadii yaa cinqama nama hincinqin yeroo kamu tasgabahii rakkina furu yoo feetes obsii rakkon yeroo isatti nifurama sababaf yeroo dubbatus yeroo sochootus mata namas maqaa namas eeggata sochohii
โ JOIN AND ๐SHARE
โโโโโโโโโโโโโโ
๐ปJOIN: @Islamic_2be
๐ปJOIN: @Islamic_2be
โโโโโโโโโโโโโโ โฒ
โ JOIN AND ๐SHARE
โโโโโโโโโโโโโโ
๐ปJOIN: @Islamic_2be
๐ปJOIN: @Islamic_2be
โโโโโโโโโโโโโโ โฒ
As wr wb akkam nagaa naaf qabdanii jiruu gammachuu waaraa qabu isiniif haa kennu ummata Keenya โ๏ธ
Yaa namni islimnaan wolitti nu hidhe nabiin keenya s a w irra guddaan hojiin diinii gaarii woliif yaaduudha jedhan akka kootti wonni an isiniif dhaamu aodaa rabbiiti ittiin aansee arraba keenya eeggachuudha narraa qeebalaa
Namoonni biyya lafaarra jiraatan lamatti qoodamu isaanis beekaafi wollaalaadha. Beekaan waan gara lafaa waan dhufeef beeku jiraatee dirqama ofii bahuuf nyaata Kan was dhufeef bakka irraa dhufe bakka itti deemuudha hi beekne nyaachuuf jiraata kanaaf maaliif akka Uumamne beekuun barbaachisaadha
ุฃูุง ุฅู ูุตุฑ ุงููู ูุฑูุจ
Yaa Rabbi muslima dhumaa jiruuf nasrii Kee fidi
Yaa Rabbi muslima dhumaa jiruuf nasrii Kee fidi
Namni aafiyaa guutuu qabaatee was dhaabaa himatu Nama isaa gadii has ilaalu yoo San rabbiin yaadataa
ilmi namaa hundi dogongorarraa bilisa hin tahu garuu dafanii of yaadachuun dawaa waan sanaati
ุฎูุฑุงููุงุณ ู
ู ุทุงู ุนู
ุฑู ูุญุณู ุนู
ูู
Caalaan namaa nama umrii dheeratee hojiin isaa tolte jedhan kanaafuu umrii dheertuu isiniif haa Kennu๐คฒ
Caalaan namaa nama umrii dheeratee hojiin isaa tolte jedhan kanaafuu umrii dheertuu isiniif haa Kennu๐คฒ
Akka shari'aa islaamaatti dhiigni namaa(lubbuun namaa) kabajaa guddaa qaba kanaafuu lubbuun nama tokkoo garmalee ba'uu hin qabu
Ergamaan keenya s, a, w, akkana jedhan guyyaa qiyaamaa wonti dura keessatti murtiin godhamu waahii dhiigaati jedhan kanaaf lubbuun namaa has kabajamu
Namni hamtuu yeroo hojjate dafee gaarii hordofsiifnaan hamtuu Sana isarraa haqxi kanaafuu hamtuu nurraa argamte gaariidhaan delete ofirraa haa goonu
As wr wb wontan jechuu barbaade rooba yaroo ammaa garmalee Oomisha qonnaan bulaa keenyaa balleessaa jiru kana bakka jirtanutti rabbiin kadhaa hanga barbaannutti ol nuuf haa kaa'uu
Allaahu Allaahu
yaa rabbii gaarii
Qur'aana qaraanaa
Meet nu gargaarii
Dargaggoo islaamaa shamarran islaamaa
Qur'aana barachuun
Guddisee siif dhaamaa
Aalima baratee barsiisu
Barsiisu ilmaansaa
Ati nuuf dheeressi
Yaa Rabbi umriisaa
Ijoollee baradhaa
Yeroon Kan keessanii
Barnoota qur'aana
Yooniif laaffiftanii
Salphina isinitti haguuga
Rabbiinii
Gaaffii guyyaa borii
Maal deebiin keessanii
Guyyaa akka bishaanii
Dafqi nama nyaattuu
Dirree qiyaamaattii
Itti gaafatamtuu
Qabiriin girgiddaa
Keessoonsaa ibiddaa
Qabaan rabbii dhufnaan
Kamiin jalaa diddaa
yaa rabbii gaarii
Qur'aana qaraanaa
Meet nu gargaarii
Dargaggoo islaamaa shamarran islaamaa
Qur'aana barachuun
Guddisee siif dhaamaa
Aalima baratee barsiisu
Barsiisu ilmaansaa
Ati nuuf dheeressi
Yaa Rabbi umriisaa
Ijoollee baradhaa
Yeroon Kan keessanii
Barnoota qur'aana
Yooniif laaffiftanii
Salphina isinitti haguuga
Rabbiinii
Gaaffii guyyaa borii
Maal deebiin keessanii
Guyyaa akka bishaanii
Dafqi nama nyaattuu
Dirree qiyaamaattii
Itti gaafatamtuu
Qabiriin girgiddaa
Keessoonsaa ibiddaa
Qabaan rabbii dhufnaan
Kamiin jalaa diddaa
Allaahu Allaahuu
Yaa rabbii keenya
Duuti silaan ooltuu
Waajiba keenyaa
Sitirii nurra buusii
Gaafa xiqqeenyaa
Yaa obbolaa aakiraa
Maal Of him yaadattuu
Guyyaa gaafa Aaliin
Ofii nama gattuu
Dukkanni qabriidhaa
Ammanan jedhamtuu
Guyyaa gaafa biyyeen
Namatti naqamtuu
Yaa rabbii keenya
Duuti silaan ooltuu
Waajiba keenyaa
Sitirii nurra buusii
Gaafa xiqqeenyaa
Yaa obbolaa aakiraa
Maal Of him yaadattuu
Guyyaa gaafa Aaliin
Ofii nama gattuu
Dukkanni qabriidhaa
Ammanan jedhamtuu
Guyyaa gaafa biyyeen
Namatti naqamtuu
As wr wb akkam jirtan obbolaa diinii maashaa'allaah bagajiraattan wolaloofi yaada diinii deeggaru hanga danda'ameen isiif dhiheessina qeeqaafi yaada jiru nuuf qoodaa Sher godhaa
๐๏ธ๐๐๐๐
As wr wb adaraa Aamiin jedhaa
๐
ุงูููู ุงูุตุฑ ุงูุงุณูุงู ูุงูู ุณูู ูู ูุฃุฐู ุงูุดุฑู ูุงูู ุดุฑููู ุงูููู ุงูุตุฑ ุงุฎูุงููุง ูู ููุณุทูู ูุงูุตุฑูู ุนูู ุฃุนุฏุงุฆูู ุงูููู ุฃุฏูุน ุงูุธุงูู ูู ุจุงูู ุนูู ูู ูุฃุฎุฑุฌูู ู ู ุจูููู ุณุงูู ูู
As wr wb adaraa Aamiin jedhaa
๐
ุงูููู ุงูุตุฑ ุงูุงุณูุงู ูุงูู ุณูู ูู ูุฃุฐู ุงูุดุฑู ูุงูู ุดุฑููู ุงูููู ุงูุตุฑ ุงุฎูุงููุง ูู ููุณุทูู ูุงูุตุฑูู ุนูู ุฃุนุฏุงุฆูู ุงูููู ุฃุฏูุน ุงูุธุงูู ูู ุจุงูู ุนูู ูู ูุฃุฎุฑุฌูู ู ู ุจูููู ุณุงูู ูู
As wr wb akkan jedhe duulli karaa hedduudhaan jira waan ta'eef yeroo ammaa kana badiin keenya rooba fakkaatee gabaree keenya boossisaa waan jiruuf du'aa'iidhaan garasaa deebi'uu qabnan jedhaa Horaa bulaa deebanaa hamtuu isin him argin toltuun isin hin darbin kan facaaftan muradhaa kan gales nagaan nyaadhaa yoo eebbistan argadhaa allaahummassalli ๐คฒ ๐คฒ
Islamic Tube
๐๏ธ๐๐๐๐ As wr wb adaraa Aamiin jedhaa ๐ ุงูููู
ุงูุตุฑ ุงูุงุณูุงู
ูุงูู
ุณูู
ูู ูุฃุฐู ุงูุดุฑู ูุงูู
ุดุฑููู ุงูููู
ุงูุตุฑ ุงุฎูุงููุง ูู ููุณุทูู ูุงูุตุฑูู
ุนูู ุฃุนุฏุงุฆูู
ุงูููู
ุฃุฏูุน ุงูุธุงูู
ูู ุจุงูู
ุนูู
ูู ูุฃุฎุฑุฌูู
ู
ู ุจูููู
ุณุงูู
ูู
As wr wb akkam jirtan waa'ee Ollaarraan isin yaadachiisa
Ollaan haqa guddaa qaba miidhaan Ollaarratti hojjatamus kaniin Adda fagoodha tola irratti Ooluun dirqama nabiin s,a,w, akkana jedhan malaayikaan jibriil haqa Ollaa natti dhaamuurraa hin dhiifne hamman wol dhaalchisaa yaadutti jedhan ammas quufee buluu dhorgan utuu ollaan beela'uu ammas namni rabbitti amane Ollaasaa azaa hin godhin jedhan ammas irra guddaan badii Haadha manaa Ollaa ofiitti sagaagalummaa raawwachuudha jedhan kanaaf amriin Ollaa jabaadhaa haa Eegaannu Rabbi nuhaa Eegu!!๐คฒ
Ollaan haqa guddaa qaba miidhaan Ollaarratti hojjatamus kaniin Adda fagoodha tola irratti Ooluun dirqama nabiin s,a,w, akkana jedhan malaayikaan jibriil haqa Ollaa natti dhaamuurraa hin dhiifne hamman wol dhaalchisaa yaadutti jedhan ammas quufee buluu dhorgan utuu ollaan beela'uu ammas namni rabbitti amane Ollaasaa azaa hin godhin jedhan ammas irra guddaan badii Haadha manaa Ollaa ofiitti sagaagalummaa raawwachuudha jedhan kanaaf amriin Ollaa jabaadhaa haa Eegaannu Rabbi nuhaa Eegu!!๐คฒ
As wr wb Gaafiin qaba
Innis kunooti
1/Ollaa qabdaa
2/Akkamitti wojji jiraatta
3/Wol Eegaa jiraattumoo
Wol qeeqaa jiraattu
4/Dallaa woliitimoo faallaa woliiti
Amma kana deebisii kan hafemmoo habulu
Innis kunooti
1/Ollaa qabdaa
2/Akkamitti wojji jiraatta
3/Wol Eegaa jiraattumoo
Wol qeeqaa jiraattu
4/Dallaa woliitimoo faallaa woliiti
Amma kana deebisii kan hafemmoo habulu
Jecha lama rabbiin biratti jaallatamtuu miizanarratt
i ulfaattuu arrabarratti laaftuu
Woliin has jennukaa
โค
๐๐งก๐๐๐คโค๐๐๐๐๐
โคุณุจุญุงู ุงููู ูุจุญู ุฏู ุณุจุญุงู ุงููู๐ ๐ุงูุนุธูู .
๐งก๐๐๐๐๐๐ค๐ค๐ค๐๐
โค
๐
๐ฉต๐๐โค๐๐ค๐ค๐ค๐ฉท๐
i ulfaattuu arrabarratti laaftuu
Woliin has jennukaa
โค
๐๐งก๐๐๐คโค๐๐๐๐๐
โคุณุจุญุงู ุงููู ูุจุญู ุฏู ุณุจุญุงู ุงููู๐ ๐ุงูุนุธูู .
๐งก๐๐๐๐๐๐ค๐ค๐ค๐๐
โค
๐
๐ฉต๐๐โค๐๐ค๐ค๐ค๐ฉท๐