tgoop.com/Jechamoota/1548
Create:
Last Update:
Last Update:
Akkaataa sammuudhaan cimaa ta’uu itti dandeenyu:
. Yeroo kophaa jirtu hin sodaatin.
. Waan darbe irratti hin xiyyeeffatin.
. Addunyaan liqii sitti hin dhaga'amin.
. Bu'aa hatattamaa hin eegin.
. Risk fudhachuu hin sodaatin.
. Kufaatii jalqabaa booda abdii hin kutatin.
. Itti gaafatamummaa irraa hin dheessin.
. Nama hunda gammachiisuuf hin yaadda'in.
. Milkaa'ina namoota biroo irratti hin aarin.
. Namoonni kaan miira kee irratti dhiibbaa akka geessisan hin heyyamin.
. Yeroo kee gaddaan hin gubin.
. Wantoota to'achuu hin dandeenye irratti humna hin qisaasessin.
━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
BY JECHOOTA HAYYOOTAA / LIFE TIPS
Share with your friend now:
tgoop.com/Jechamoota/1548