Gaaddidduun jireenyaa irra caalaan isaa ifa aduu mataa keenyaa jala dhaabbachuu irraa kan dhufuu dha.
—Ralf Waldo Emerson
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
—Ralf Waldo Emerson
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤21🔥3🥰1
Yeroo yeroon akka barreessuuf React fi Share godhaa mee
🔥 🔥 🔥 🔥 🔥 🔥 🔥 🔥
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤49👍24🥰4🔥3😁2
💡 Abdii kutuun gonkumaa filannoo miti!
Yoon amma dhiiste bakkuma dhiistetti sanatti deebita............
Tarkaanfii jalqabaa hangam akka dhufte ilaali.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
Yoon amma dhiiste bakkuma dhiistetti sanatti deebita............
Tarkaanfii jalqabaa hangam akka dhufte ilaali.
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤16👍6❤🔥1
Namoota jaallattu fi warra si jaallatan waliin jireenya kee iddoo gammachiisaa taasisi.
~Sangeetaa Rana
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
~Sangeetaa Rana
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤21👍5🥰2🔥1
Namni tokko dachaa 10n kan nama hawwatu bifa isaatiin osoo hin taane gocha gaarummaa, jaalala, kabaja, fi amanamummaa agarsiisaniin.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤35👍7🥰4
🚨 Gaarummaan liqii miti.
Namni tokko kabaja siif dhabuu isaatiin ija jabina yoo qabaate daangaa kee irratti ija jabaadhu.
GORSA JIREENYAA✅️
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
Namni tokko kabaja siif dhabuu isaatiin ija jabina yoo qabaate daangaa kee irratti ija jabaadhu.
GORSA JIREENYAA✅️
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤25🔥4🥰1😁1
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA / LIFE TIPS
Jechamoota adda addaa Afaan Ingiliffaatiin hordofuuf
https://www.tgoop.com/+TvMOsPB0xQfozIfU
Link olii Join godhaa ❤️❤️
https://www.tgoop.com/+TvMOsPB0xQfozIfU
Link olii Join godhaa ❤️❤️
Telegram
Any Quotes tips
World quotes tips
❤9🤔1
Share keessan hedduu xiqqaadha waliif share godhaamee....
❤23👍5