Forwarded from Quality Button
CHANNEL KANNEEN JOIN GODHAA 📲📲
Forwarded from Inspire Oromia
Araadni waan tokkoof waan hunda dhiisuudha. Araada dhiisuun waan hundaaf waan tokko dhiisuudha.
━━━━━━━━━━━
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
━━━━━━━━━━━
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
❤30👏2🥰1
Namoota jireenya keetif abjuu guddaa si caalaa qaban qofa irraa gorsa fudhadhu.
—Jade Bonacolta
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
—Jade Bonacolta
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤39👍3🥰2👏1
Sammuu miidhamee fi Onnee jaalalli cabseen ammallee boruuf abjoochuu yoo dandeesse addunyaa kanaa fi qabeenyi ishee guutuun siif mala.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤32👍5
Gubbaan bishaanii hedduu bareedaadha, .
garuu irra ciisuuf hin tolu.
—Afrikaanota
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
garuu irra ciisuuf hin tolu.
—Afrikaanota
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤34👍4🔥2🥰2
Yaadni namoota biroo akka si ibsu hin hayyamin. Homaa akka dhuunfaatti hin fudhatin. ofiif amanamaa ta'i.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤34👍4👏3🔥2
Silaa hedduun barreessa ture garuu waan React fi Share godhaa hin jirtan ta'eef Halkan Gaarii qabaadhaa.....
❤89🥰7👏5😁5🥴2
."Jechoonni nuti itti fayyadamnu ILAALCHA DHUGAA KEENYA bocu."
- Toni Curl
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
- Toni Curl
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤11👏9🔥2👍1
"Sababni waan tokko akkasitti cimsinee qabnuuf gartokkoon wanti akkas guddaa ta’e yeroo lama deebi'ee akka hin taane sodaanneeti natti fakkaata."
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤13🥰3👏3
Jireenya gammachuu jiraachuu yoo barbaadde,kaayyoo keetti hidhu, Nama ykn waan tokkotti osoo hin taane.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤17👏3🔥2