Telegram Web
Gaaddidduun jireenyaa irra caalaan isaa ifa aduu mataa keenyaa jala dhaabbachuu irraa kan dhufuu dha.

—Ralf Waldo Emerson
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
22🔥3🥰1
Namni tokko yoo si dhiisuuf yaalaa jiraate... gargaari.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
28👍8💯4🥰3
Yeroo tokko tokko namoota 'garmalee waan jaallanneef' dhabna.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
27👌10👍6👏1
Guyyaan hundi abdiin eegalee muuxannoodhaan xumurama.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
24👏10🥰1🤬1
Yeroo yeroon akka barreessuuf React fi Share godhaa mee
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
51👍25🥰4🔥3😁2
Abjuun guddaan wareegama guddaa barbaada.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
34🔥7👏4👍3
💡 Abdii kutuun gonkumaa filannoo miti!

Yoon amma dhiiste bakkuma dhiistetti sanatti deebita............

Tarkaanfii jalqabaa hangam akka dhufte ilaali.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
16👍6❤‍🔥1
Namoota jaallattu fi warra si jaallatan waliin jireenya kee iddoo gammachiisaa taasisi.

~Sangeetaa Rana
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
22👍6🥰2🔥1
Ati waan hojjattu malee, waan ni hojjadha jettu miti.

—Curl Jung
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🥰159👏2
Namni tokko dachaa 10n kan nama hawwatu bifa isaatiin osoo hin taane gocha gaarummaa, jaalala, kabaja, fi amanamummaa agarsiisaniin.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
36👍7🥰5
Halkan Gaarii qabaadhaa😴😴😴
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍2510🕊8
Yoo homaa hin qabne kabaja maqaa keetiif hin sodaatin.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
30👍6👏6
Ati miidhamaa SAMMUU mataa keetii ti.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
16👍4🔥3🥰2
Dhugaa ta'uu keenyaan kan dhabdu waan soba ta'e qofa.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👏257🔥4
🚨 Gaarummaan liqii miti.
Namni tokko kabaja siif dhabuu isaatiin ija jabina yoo qabaate daangaa kee irratti ija jabaadhu.

GORSA JIREENYAA✅️
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
26🔥4🥰1😁1
Jechamoota adda addaa Afaan Ingiliffaatiin hordofuuf

https://www.tgoop.com/+TvMOsPB0xQfozIfU

Link olii Join godhaa ❤️❤️
9🤔1
Yaadannoowwan gammachiisaa taʼanillee si gaddisiisuu dandaʼu.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
29👍9👏2😢2
Namoonni guyyaa hamaa kee si kolfisan baay'ee barbaachisoodha.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
37👏6🔥1
Share keessan hedduu xiqqaadha waliif share godhaamee....
27👍5
Saaxilamummaa kan kee keessaa jabinni kee ni ba'a.

—Sigmund Firoyd
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
13👏6
2025/07/14 06:58:21
Back to Top
HTML Embed Code: