Telegram Web
Balballi tokko yoo cufamu ka biraa ni banama garuu nuti kan gaabbiidhaan ilaallu balbala cufame sana malee balbala nuuf jedhee banamee miti.:- Alexander Graham Bell
________
@Jechootahayyoota
❀22πŸ‘4πŸ‘2
Namoota yaada keetti si jajjabeessanii fi yaada kee miidhan adda baafadhu

Join πŸ‘‡πŸ‘β€οΈπŸ’―πŸŽ„β™»οΈπŸŽ„
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
❀7πŸ‘2πŸ‘1
➑️ " Hanguma of jijjiirte, jireenya namaa biraa keessatti jijjiirama uumta. Yoo dhuguma jijjiramaaf karaa taate, jijjiiramuun sitti hin ulfaatu." 


#Mirahatu_Shanko
@Jechootahayyoota
πŸ‘4❀2πŸ₯°1
β˜‘οΈ "Afrikaanotaaf gaafa ati duutee maallaqa walitti buusanii si awwaaluun baay'ee salphataaf; garuu otuu ati lubbuudhaan jirtu kaayyoo kee akka milkeessituuf maallaqa walitti buusanii si gargaaruun baay'ee itti ulfaata." 


#ROBERT_MUGABE
@Jechootahayyoota
❀7πŸ‘3πŸ₯°2
✍ Nama jechuun bu'aa yaada isaati.



@Jechootahayyoota
πŸ‘6❀2πŸ‘1
✍ Don't worry about what others think. People are always negative, don't let it bother you. Stay strong. Move on.


@Jechootahayyoota
❀5πŸ‘1
✍ Dandeettii uumaan siif Kenne barbaaddee yoo argatte, humna qabdu hundumaatti fayyadamtee socho'uu yoo jalqabde, isa duriirra kan caalu eenyummaa keetti gammaddee of fudhachuu nii dandeessa.



@Jechootahayyoota
❀8πŸ”₯1πŸ₯°1
✍Addunyaa kana irratti namootni milkaa'oo ta'an namoota jecha hin danda'aamu jedhu galmee jechoota isaanii irraa haqaniidha.



@Jechootahayyoota
πŸ‘12πŸ₯°4❀1
Yeroo tokko tokko namoota 'garmalee waan jaallanneef'  dhabna.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
❀5πŸ”₯1πŸ₯°1
Abjuun guddaan wareegama guddaa barbaada.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
πŸ‘4❀1πŸ₯°1
Namoota jaallattu fi warra si jaallatan waliin jireenya kee iddoo gammachiisaa taasisi.

~Sangeetaa Rana
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
❀5πŸ”₯1
Namni tokko dachaa 10n kan nama hawwatu bifa isaatiin osoo hin taane gocha gaarummaa, jaalala, kabaja,  fi amanamummaa agarsiisaniin.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
πŸ₯°7❀5πŸ”₯1
Dhugaa ta'uu keenyaan kan dhabdu waan soba ta'e qofa.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
❀8πŸ₯°1πŸ‘1
Namoonni guyyaa hamaa kee si kolfisan baay'ee barbaachisoodha.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
❀6πŸ‘1πŸ‘1
Share keessan hedduu xiqqaadha waliif share godhaamee....
❀5πŸ‘4πŸ₯°2
Milkaa’inni kan argamu dadhabina keenya dhabamsiisuudhaan osoo hin taane cimina keenya guddisuudhaani.



-Marilyn vos  Savant
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
❀12πŸ‘2πŸ₯°1
Rakkoon kee inni guddaan maal seete?                                                   Yeroon qaba jette yaadda.


Join πŸ™πŸŽ„β™»οΈπŸ’―β€οΈπŸ‘πŸ‘‡πŸ”±
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
❀3πŸ‘1
OOLMAA GUYYUUKEE
""""""""""""'''''''''''''"""""""""""""""""

"Jabbiin Harree waliin ooltee dhuufuu barti!" (Mammaaksa Oromoo)

Eessa akka ooltuu Fi eeenyu waliin akka ooltuu adda baafadhuu beekii


JoinπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
πŸ”₯2πŸ₯°1
#mood_of_study

#Barattotaaf


Barnoota barattan tokko firii gaarii isiin gammachisuu argachuuf
Amaleeffanna dubbisaa (mood of study)  keessan sirritti eegadha.

Sababiin Isas ka'uumsi kufaatii Barnoota inni olaanaan amaleeffanna (mood of study) dhabuudhanii.

#share
Join πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
πŸ‘1πŸ₯°1
Tooftaan salphaan yeroo jalqabaaf namoota itti dhiyaanne qalbii isaanii ittiin boojinu Kolfuudhaani.

Join πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
❀2πŸ‘2
2025/07/12 21:57:58
Back to Top
HTML Embed Code: