MABRU_HABBTI Telegram 1074
πŸ””Habibi Do U know Who you are?.
::::::::
^^^^^^^
^^^^^^^
::::::::
Follow it We will tell you?.

πŸ—‘Obboleessa kooβœ….
πŸ“ŒAti Nama rabbiin filate.
πŸ“ŒAti nama Rabbiin kabajedhaam.
πŸ“ŒAti nama rabbiin Jannata sana qopheesseefiim.
πŸ“ŒAti bar Kan bakka ergamaa rabbii ο·Ί buutee ergaa isaanii baatte jirtu.
πŸ“Œsi'iim Kan Har'a Bakka Umari fii Hamzaa jirtu.
πŸ“ŒSi'iim Silaa kan har'a Akka mus'aab ibnu umeeyrii Biyya da3waadhaan jijjiirtu.
πŸ“ŒSi tureem silaa Kan rakkoo hawaasa muslimaa addunyaa kanaaf furmaata barbaadu.
πŸ“Œsi tureem silaa kan Aduwwii qur'aanaa,aduwwii masjiidaa,aduwwii hijaabaa, kan deebisuu qabu.
πŸ“Œsi tureem kan Adeemsa ittiin bulmaata shar'aatiif kan karaa mijeessuuf si'iim silaa kan shariaan addunyaa bulchuu qabu.
πŸ“ŒAmmallee suma kan ulamaa'ii keenya dhumaa jiran/kan umriin deeman kana irraa beekumsaa isaanii fuudhee dhaloota dhufutti dabarsu.

πŸ”°Sidhaam, yaa akhii, yaa obboleessa Koo
dammaqqi ofbari
πŸ”°Simalee kan biraa hin eegin.
πŸ‘‰ Kan maqaa muslimummaa qabdu hundi

πŸ’ Muradhuu ka'ii baha Galaana MODERNIZATIONII FII Fashioning keessaa.

πŸ’ŽGalaana Gowwummaa fii Dagamiinsa warra dhihaa keessa bahuuf Yoom deemsa jalqabda?.

tgoop.com/Mabru_habbti/1074
Create:
Last Update:

BY Mabru Habibti

Share with your friend now:
tgoop.com/Mabru_habbti/1074

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

Public channels are public to the internet, regardless of whether or not they are subscribed. A public channel is displayed in search results and has a short address (link). Each account can create up to 10 public channels 4How to customize a Telegram channel? How to create a business channel on Telegram? (Tutorial) In 2018, Telegram’s audience reached 200 million people, with 500,000 new users joining the messenger every day. It was launched for iOS on 14 August 2013 and Android on 20 October 2013.
from us

Telegram Mabru Habibti
FROM American