MABRU_HABBTI Telegram 1095
Ramadaana 20, Fathii Makkaa yaadattuu? Magaalaan Makkaa ji'a collee kana keessa Hijraa 8 Mushri-ka Qureyshii harkaa baate.

Ergamaan Rabbii Muhammadﷺ guyyaa akka har’aa kana Makka bane. Waraana isaa Kuma 10 ol waliin xiqqo malee osoo hin lolin Makka dhuunfatan. Eega irra aanan booda warra Makkaa kan biyyaa isaan baqachiisee tureef dhiifama godhan. "Deemaa isin bilisa" ja'aniin, humaa haaloo hin baafanne. Sahaabtichi beekkamaan Bilaal bin Rabaah biyya itti gabroomee cunqurfame keessatti injifatee guyyaa kana Ka'baa koree Azaane. “Allaahu akbar Allaahu akbar..” ja’ee guddina Allaah ummata dhageessise. Guyyaan kun guyyaa seenaa jabduu qabu.

Yaa bareedina Fathii Makkaa.

tgoop.com/Mabru_habbti/1095
Create:
Last Update:

BY Mabru Habibti

Share with your friend now:
tgoop.com/Mabru_habbti/1095

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

But a Telegram statement also said: "Any requests related to political censorship or limiting human rights such as the rights to free speech or assembly are not and will not be considered." How to Create a Private or Public Channel on Telegram? 5Telegram Channel avatar size/dimensions Activate up to 20 bots 3How to create a Telegram channel?
from us

Telegram Mabru Habibti
FROM American