Telegram Web
Arra hedduu gammannee jirra!🎉🎊🍾🥳🙌

Dhageessanii? Nashidaan ”Sin bobbaatee galti” Allahu Mawlay yeroo gabaabaa kana keessatti miiliyonaan daawwatamuun seenaa riikardii nashiidaa Afaan Oromoo Cabsitee jirti.!

Dhugaa dubbachuuf waan jannu hin beeynu. kuni kan tahe erga gargaarsa Rabbiitii isiniini. guddaa nuuf galatoomaa isin jaallanna.😍

Thank y’ll for your love & support

Credit: Hamze Alp🙌

Ammas linki armaan Gadi khana tuqun seenati Dawwadha Galaatooma ummata Qashtii

https://youtu.be/VtvQoWeaC64?si=ibcldCzQ_M78alLb

https://youtu.be/VtvQoWeaC64?si=ibcldCzQ_M78alLb

https://youtu.be/VtvQoWeaC64?si=ibcldCzQ_M78alLb
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
*Rasuulallaah_Yaa Gobana Baatee New Nasheed🌅❤️🥰🎵
Nashiidaa mi’oytu Ajaaiba tana seenaa Dawwadhaf insha Allah

Part onnee nama seentuu wollahi ❤️🥹👇👇👇👇👇👇

Yaa Bareeda Amala khan qalbiif ogeeysa
Jalaallii khee xaaha Rabbii na dhiheessa
Yaaddoo tee habibii salaawatanin ibsaa
Salamullahi aleyka jechunin of jiisaa

Obsi jalallee ni dandessa jabadhu habibi wan addatii

Obsa Sule






https://youtu.be/Ni8UOC5Qq28?si=hJsSeHAJp6Le7qV8
..💥 ❤️🥰💥

Asalamu aleykum warahmatullah baga Gammadan baga gammanne❤️🥰

Nashiidaa tiyya Bahara-Dilii akkuma bekkamu hawaasa birati akka male fudhatama argate jirti khuno amma alhamdulillaah ji’a 3 kheessatti view million dawwatamte jirti galaatooma ummata Qashtii eega Rabbii khun hundii isinini khan tahe Heddu takka naaf galaatoomaa🙏🥰

Insha Allah ammas yeroo dhihootti Hojii haarawa qabadhen dhufu jira clip bareedu walin insha allah❤️🥰

Addati Rayyan Mohammed
Hamze Alp
Graphics 📷

https://youtu.be/fUp467px470?si=QLrigrfIUfN9lTq-

https://youtu.be/fUp467px470?si=QLrigrfIUfN9lTq-
Surprise 😮🎊❤️🎉

Arra Akka maleen Gammaddee wollahi sahibbaan akkana qabaachu khiyyaf alhamdulillah❤️💥🎉


Akkuma bekkamu #Nashiida tiyya Bahara-Dilii veiw 1M million dawwatamu isi sabaabefachudhan 🎉 🎊 bareeda akkana fakkatu khana naf godhan wollahi heddu takka naf galaatooma işinin Jalaadha ani sahibini kheessan❤️

Isininin boona yeroo Mara naf jiraadha waahee loots koo ❤️❤️❤️

Lukman Ahmed
Hamza Mohamed
Nuradin Aliyi
2024/06/28 08:36:15
Back to Top
HTML Embed Code: