tgoop.com/Miltotravelagency/17
Last Update:
Tajajiloota @Miltotravelagency isiniif kennu:
Dhaabbatni Geejjiba Miiltoo rakkoo barattoota hedduu biyya keenya kan ta'e yeroo gara yuuniversiititti imalan rakkoo isaan qunnamu hambisuu giddu galeessaa godhatee kan hunda'e,yeroo gabaabaa keessatti Maamiloota hedduu horachuu danda'eera.Isin kan gara moora yuuniversiiti Imaluuf yaaddan martuu filannoo keessan taasifattanii Miiltoo waliin ta'uun Imalaa keessan salphaa taasisuu keessaniif baga gammaddan.Akkasumalle hiriyoottan keessan hafan gara Miiltotti affeeruun waliin fayyadama ta'a!
Tajaajilli Miiltoo:
1.Odeeffannoo haala karaa deemtanii dursee isiniif qooduu
2.Yeroo waamicha keessanii hordofee isin beeksisuu/bakka butoota yuuniversiitii hundarraa waan qabuuf odeeffanno dhugumman isaa mirkanaa'e isiniin ga'a.
3.Gara magaala yuuniversiitiin keessan argamutti yeroo Imaltan dursee tikeetii isiniif muruudhaan
4.Yeroo Maatii bira kaataanii dhuftan konkolaatan yoo dhiisifatee gale,Maatii @miltotravelagency yoo taatan siree dursee waan isinii qabamuuf yaaddo tokko malee dhuftanii boqochuun gara imala keessan aanuutti ceetu.
5.Yeroo Magaala Finfinnee dhuftan bakka buutotni dhaabbaticha Buufata Konkolaatatti isin eeguun isin simatu.
6.Akkasumas Yeroo Moora keessan geessan Maatiin Miiltoo achiittis Simannaa isinii taasisuun gara doormii keessanii isin geessu.
7.Dabalataanis yeroo Imalaa keessan kanatti Magaala Guddoo Baha Afrikaa kan taate,Finfinnee daawwachuun darbuu yoo barbaaddan daawwachiistota muxannoo qaban waliin tajaajila ga'aa ta'e isiniif kennutti jira.
‼️Maal kana qofa Tajaajiloota hedduu isiniin Fayyaadamaa taasisan of keessatti qabatee Miiltoon As ba'e jira.
📎Itti Gargaarama!
Miiltoon Kan keessanii!💯
Miiltoon waliin Imallii salphaadha!
Odeeffannoo dabalataaf 📱
0931302944(@Miltotravelagency2)
&
0910228433(@MiltoTravelAgency1)
Irraatti bilbiluun odeeffannoo ga'aa ta'eefi Tajaajila barbaaddan Argachuu dandeessu.
@miltotravelagencyMiiltoo Filannoo Dhaloota Haaraa!
BY Milto Travel Agency
Share with your friend now:
tgoop.com/Miltotravelagency/17