tgoop.com/Miltotravelagency/23
Last Update:
YUUNIVARSITIIWWAN HAGA YEROO AMMAATTI WAAMICHA GODHAN!!
Eebila 24 HANGA 30/2014'tti WAAMICHA WARREEN GODHAN!!
Yuunivarsitii Finfinnee(24-28)
Yuunivarsitii Walayittaa Sooddoo(27-28)
Yuunivarsitii Dabira Birhaan(29-30)
Yuunivarsitii Baahir Daar(28-30)
Yuunivarsitii Barnootaa Kotobee (28-29)
ASTU/AASTU(28-29)
CAAMSAA 01 HANGA 06/2014'tti WAAMICHA WARREEN GODHAN!!
Yuunivarsitii Hawaasaa (01-05)
Yuunivarsitii Bulee Horaa (01-02)
Yuunivarsitii Madda Walaabuu(01-02)
Yuunivarsitii Arbaa Miinci(01-02)
Yuunivarsitii Gondor (01-02)
Yuunivarsitii Walqixxee (03-04)
Yuunivarsitii Mattuu(03-04)
Yuunivarsitii Dabira Maarqoos(04-05)
Yuunivarsitii Jimmaa (04-05)
CAAMSAA 06 HANGA 14/2014'tti WAAMICHA WARREEN GODHAN!!
Yuunivarsitii Dabira Taaboor(08-09)
Yuunivarsitii Odaa Bultum(08-09)
Yuunivarsitii Haroomaayaa (12-14)
Yuunivarsitii Maqdeellaa Ambaa(10-11)
Yuunivarsitii Injibaaraa(09-11)
#Hubachisaa: Barattoonni yuunivarsitii kana ala jiranutti ramadamtan oduu sobaa sooshaal miidiyaa gara garaa irratti maxxansamuun soon hin burjaaja'in hanga yuunivarsitiin keessan waamicha isiniif godhutti Obsaan akka eeggattan kabajaan isin beeksiisna.
https://www.tgoop.com/Miltotravelagency
https://www.tgoop.com/Miltotravelagency
https://www.tgoop.com/Miltotravelagency
BY Milto Travel Agency
![](https://photo2.tgoop.com/u/cdn4.cdn-telegram.org/file/N6ju2LPogIJ_XdOL0h4WPToXXCJ6EbWILqLNH8B79pm4CnyPskvIJczq-Ijg2gmPMMOXc-yt9n0W7cvrnUlREFaWHxnmWGCpHnHPDBgKJDJlAAptTfrovYHTfHEppBEpRg-JDeNE0mZOgCoa6rXDoOJRnVYD7fgAehCpn24yIGmmZe3C_VC-sjro8E5bMk8sv-g-Hq8J1_4KOmDCrR03P8BjKNrM0_WuJEbJUGguqN2dkiRP4lKVIDPV5EX3LQlC_OHdicvTYaHeht7Jn4kfPeB3PH1vC1kPZxDYZkmfMBbvYyeqqzUUiPDf8rbRSB4cn_mUglyYbch3e1DOBzr9Dg.jpg)
Share with your friend now:
tgoop.com/Miltotravelagency/23