MYK15KING Telegram 1169
Forwarded from Sammuu kee bani (S"Y)
JECHOOTA AJAAIBAA KAN AKK SUKKARAATTI MIAAWU
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

☞Namaa Wajjiin Jiraachuuf Amaloota Torba 7 kanneen kophummaa fi ko'ummaa irraa bilisa nama godhan kana qabaadhu:

1. Naamusa gaarii qabaachuu.
2. Shakkii irraa bilisa ta'uu.
3. Rakkinna uumuu irraa of qusachuu.
4. Amala hamilee baldhaa dagagsuu.
5. Obsa amala godhachuu.
6. Dandeettii namootaan walii galuu gaarii qabaachuu dha.
7. Namoota akkuma amala isaaniitii itti michomuu dha.

☞ Waa shan waan shaniin tola

1-jirenyi fayyaan tola
2-bareedinni haala gaariin tola
3-hirriibni yaada gaariin tola
4-imaltuun saahiba gaariin tola
5-halkan zikrii Rabbiin tola

☞ Waan Shan waa shaniin bekkama

1-Mukni firiin bekkama
2-Jaartiin yeroo jaarsi miskiinawe
3-Saahibni yeroo Rakkoo
4-Mu'uminni yaroo mokkorome
5-Arjaan yeroo itti haajaman bekkama

☞ Rasuul (S.A.W) "Namni wantoota sadin kanneen amala isaa godhate doqna hin jedhamu" jedhanii jiru:-

1, Zakaan kan kennu.
2, Keessummaa isaa akkaan kan keessummessu.
3, Namootni yeroo rakkatan gar gaarsa kan arjomu.

☞~Waan sadii ?3?Rabbiin sirraa haa Fageeysu

1, Miskinumaa (Hiyyumaa)
2, Rakkoo
3, Cinqii (hiraar)

============================

☞2~Waan sadii ?3?Rabbiin siif haa tiysu

1, Diin kee (Amantii tee)
2, Lubbuu tee
3, Warra kee

==========================

☞3~ Waa sadiin? 3?Rabbiin siihaa gammachisu

1, Riziqii balloo
2, Umrii barakhaa qabduu
3, Qanaani bareedduu taan Rabbiif Irrattii galata galchitu

===========================

☞4~Waan sadii ?3?Rabbiin sirraa haa deebisuu

1, Ibiddaa jahannam
2, ija haasidaa
3, Nama wallaalaa

☞5~Waan sadii ?3?Rabbiin irrattii sihaa gargaruu

1, Zikrii godhuu
2, Qananii isaa irrattii galata galchu
3, Ibaadaa isaa tolchitee bareechuu ...........

@Sammuubani @Sammuubani
@Sammuubani @Sammuubani

tgoop.com/Myk15king/1169
Create:
Last Update:

BY Mayk Inspire

Share with your friend now:
tgoop.com/Myk15king/1169

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

To edit your name or bio, click the Menu icon and select “Manage Channel.” Those being doxxed include outgoing Chief Executive Carrie Lam Cheng Yuet-ngor, Chung and police assistant commissioner Joe Chan Tung, who heads police's cyber security and technology crime bureau. Telegram is a leading cloud-based instant messages platform. It became popular in recent years for its privacy, speed, voice and video quality, and other unmatched features over its main competitor Whatsapp. You can invite up to 200 people from your contacts to join your channel as the next step. Select the users you want to add and click “Invite.” You can skip this step altogether. During the meeting with TSE Minister Edson Fachin, Perekopsky also mentioned the TSE channel on the platform as one of the firm's key success stories. Launched as part of the company's commitments to tackle the spread of fake news in Brazil, the verified channel has attracted more than 184,000 members in less than a month.
from us

Telegram Mayk Inspire
FROM American