Telegram Web
Karaa ati itti imaltuu waari sitti himaan warra sii waliin imalan otuu hin ta'in warra of dubbati debi'anii dha

@OBORRAA1 @OBORRAA1
Addaa addummaan keenya kan dhufe gaafa osoo afaan tokko haasofnu woliif galuu dadhabneedha.
Yaadaaf ...... @Oborraabot
Eenyummaa keetiif sitti dhiyaadha si jaaladha malee, bu'aa biraaf gonkumaa gurra hin kennu. @OBORRAA1
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!
Kanaan nuf ergaa
πŸ‘‡
@Oborraabot

#OBORRAA1
Yaadaf
@Oborraabot
.... πŸ‘†

yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @Oborraabot irrattii nuuf kennaa @OBORRAA1 galatoomaa
Gorsa xiinsammuu tokko tokko
@OBORRAA1
1 πŸ‘‰ Kan ati dinqisiifachuu qabdu yeroo namoonni si dhiisanii deeman otoo hin taane yeroo si waliin turanidha.
@OBORRAA1
2 πŸ‘‰ Ciminni namaa nama waa balleessee Gonkumaa Dhiifama hin gaafanneef Dhiifama gochuu dha.
@OBORRAA1
3 πŸ‘‰ Yeroo aartee jirtutti ariifattee hin murteessin, yeroo gammaddee jirtutti waadaa hin seenin!
@OBORRAA1
4 πŸ‘‰ Yeroo baay'ee gorsa baay'ee bayeessa kan kennan namoota rakkina baay'ee keessa kan darbanidha.
@OBORRAA1
5 πŸ‘‰ Namoota beeknu tokkoon tokkoon isaanirraa waan barannu hin dhabnu.
@OBORRAA1

6 πŸ‘‰ Mallattoon Maraatummaan jalqabaa ofii wajjin haasa'uu dha.
Inni lammaffaan haasaa keenyaaf Deebii laachuu dha.

@OBORRAA1

Share
Guddina qaamaa caala guddina sammuutu waa sochoosa.!
β–¬β–¬
:¨·.Β·Β¨: ❀
 Κα½„αΌ·αΎ— β€οΈπŸ‘‰ @OBORRAA1
Ergama keetiin milkaa'uudhaaf, sammuu tokkoon dirqama kaayyoo keetiif of kennuu qabda.

@OBORRAA1
@OBORRAA2
Nama iddoon Jijjiirtu Oson
hin taane Nama iddoo jijjiiru tahi

@OBORRAA1
@OBORRAA1
Yeroo hedduu afaan kee walitti qabadhu, lakkuma wareef afaan kee banaa ooltun namni hedduun sammuu tee keessa ol arga.
@OBORRAA1 @OBORRAA1
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
☞︎"Kessa ketti dadhabii ,abdii kuttana,gadda sitti dha'agamu rabbin qofatti himadhu isaas gargarsa gafaadhu"
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
@β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬

β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬@OBORRAA1
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬ @OBORRAA1
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬ @OBORRAA1
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
Nama wal agartu hunda fuula ifaan keessummeessi, abbaa fadhe haa ta'uu haala fadhe keessa haa jiraatuu ati fuula itti toli.
ilmi namaa hundi qabsoo jireenyaa ati homaa irraa quba hin qabne keessa jira.

@OBORRAA1
@OBORRAA1
Yeroo rakkoo qofarratti xiyyeeffattu rakkootu sitti baayyataa deema.
Yeroo furmaata irratti xiyyeeffattu ammoo carraa hedduu argataa dhufta.

@OBORRAA1
@OBORRAA1
Baga geessan!
Eid Mubarak.

@OBORRAA1
App Telegram kamiyyuu
→→→→↓↓↓↓↓
Setting isaa keessatti
πŸ‘‰ When using mobile data
πŸ‘‰ When using wifi
kan jedhu qaba.

✍️ Isin data fayyadamaa yoo jiraattan @OBORRAA1

When using mobile data kan jedhu tuquudhaan box isiniif fidu hundumaa irraa kaasaa!
β€” Photo
β€” File
β€” Gifs
β€” Video

Kan jedhu hundumaa cufaa SAVE Godhaa!!!
@OBORRAA1
Kana booda suuraas ta'ee file kamiyyuu yoo isin heeyyamtaniif malee Download hin godhu!! @OBORRAA1 @OBORRAA1 @OBORRAA1
"Dadhabinni jireenya keessatti nama quunnamu tokko qofa.Innis waan beekuu qaban beekuu dhabuudha." @OBORRAA1 @OBORRAA1
Forwarded from OBORRAA POST
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!
Kanaan nuf ergaa
πŸ‘‡
@Oborraabot

#OBORRAA1
Yaadaf
@Oborraabot
.... πŸ‘†

yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @Oborraabot irrattii nuuf kennaa @OBORRAA1 galatoomaa
OBORRAA POST pinned Deleted message
OBORRAA POST pinned Deleted message
OBORRAA POST pinned Deleted message
Nama iccitii Nama biraa fidee siif odeesse hin amanin.
_____
@OBORRAA1 @OBORRAA1
2025/03/16 11:53:20
Back to Top
HTML Embed Code: