tgoop.com/Oro_Arsenal/86420
Create:
Last Update:
Last Update:
Waa'ee Striliing Arsenaal har'aa qabxii osoo gate tahe bayyee dubbanna ture garuu Amma Waa'ee isaa dubachuu hin barbaadu
Artettan gutumaa gutuutti taphachuu akka hin qabnee waan ilaala ture natti fakkaata
Morinoof jechaa hin qabu Waneerii taphata akkamiti 😤
Baga Gammaddan waan marafuu arsenal imala isaa itti fufa 🔥
YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
BY 🔊ORO ARSENAL⚽

Share with your friend now:
tgoop.com/Oro_Arsenal/86420