SAAYIKOOLOOJI Telegram 1024
Gorsa 11 kaayyoo kee galmaan ga'uuf:

◾️Barreeffamaan yaadi. Kaayyoon waraqaarra hin jirre hin jiru.

◾️Gaaffilee: maaliif, eessa, yoomii fi akkamiin deebii kennuudhaan galma addatti baafadhu?

◾️ Galma yeroon daangeessi: galmi yeroo malee abjuu qofa.

◾️ Galma gahuun kaayyoo keetii eenyuun fayyada, si malee yaadi?

◾️Yeroo ammaa keessatti galma bifa sirrii ta’een boci.

◾️Kaayyoowwan galma xiqqaatti qooduun, galma ga’uuf haala bal’aa qopheessi.

◾️Gocha kee karaa galma geessu irratti itti gaafatamummaa fudhadhu.

◾️ Bu’aa jiddugaleessaa galma ga’uu murteessi.

◾️Waa'ee dhuma yaadi malee waa'ee mala ittiin galmaan geettu hin yaadin. Bakka dhuma itti deemtu kaa'iitii deemi.

◾️ Suuraa egeree uumadhu, yoo galma geesse, suuraa sana sirreessi.

◾️Akka waan milkaa'inni siif wabii ta'etti amala qabaadhu.

━━━━━━━━━━━
@Saayikoolooji
@Saayikoolooji
@Saayikoolooji

tgoop.com/Saayikoolooji/1024
Create:
Last Update:

BY Jechoota Psychology

Share with your friend now:
tgoop.com/Saayikoolooji/1024

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

The main design elements of your Telegram channel include a name, bio (brief description), and avatar. Your bio should be: In the next window, choose the type of your channel. If you want your channel to be public, you need to develop a link for it. In the screenshot below, it’s ”/catmarketing.” If your selected link is unavailable, you’ll need to suggest another option. Done! Now you’re the proud owner of a Telegram channel. The next step is to set up and customize your channel. Select “New Channel” To delete a channel with over 1,000 subscribers, you need to contact user support
from us

Telegram Jechoota Psychology
FROM American