Telegram Web
Namoota sooma furuun hayyamamuuf
1 nama dhibame(dhukkubsataa)
2 nama imala bahe
3 manguddoo sooma dadhabe
4 dubartii ulfaa
5 dubartii hoosiftu
@Sh_Abdussalaam_xaahir
Wantoota sooma balleessan :
1 sijaaraa aarsuu.
2 shiishaa xuuxuu
3 Hashiisha(waan sammuu hadoochu)ulachuu.
4 Jimaa alanshuu odoo gadi liqimsuullee baatee.
www.tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir
• عن سليمان الفارسي قال :

ثلاثٌ أعجبتني، ثم أضحكتني!

- مؤمِّلُ الدنيا والموتُ يطلبه.
- غافلٌ وليس بمغفولٍ عنه.
- وضاحكٌ ملءَ فيه ولا يدري أساخطٌ ربُّ العالمين عليه أم راضٍ عنه.

وثلاثةٌ أحزنتني حتى أبكتني :

- فراق محمد ﷺ وحزبه والأحبة.
- وهولُ المطلع.
- والوقوفُ بين يدي ربي، لا أدري إلى الجنة يُوْمَرُ بي أو إلى النار!

[قصر الأمل لابن أبي الدنيا ]
أيها الغافل عن فضيلة هذا الشهر اعرف زمانك
يا كثير الحديث فيما يؤذي احفظ لسانك
يا مسئولًا عن أعماله اعقل شانك
يا متلوِّثًا بالزلل اغسل بالتوبة ما شانَك يا مكتوبًا عليه كلُّ قبيح تصفَّح ديوانك .

التبصرة لابن الجوزي
🟣ومازال في رمضان بقية🟣
👈🏿كلما تذكَّرت صباح العيد ، وكيف الخطيب يهنئ من قام رمضان ، ومن كتبه الله من العتقاء ..
ينتفض القلب وتتسارع الأنفاس ، وتتسلل الحسرة ، وتبدأ الذاكرة تسترجع عتبة الأيام ، وأقول :
👈🏿- ليتني خففت من النوم ..
👈🏿- ليتني قللت من الأكل ..
👈🏿- ليتني استغللت الأوقات أفضل ..
👈🏿- ليتني ختمت القرآن مرات ومرات ..
‌‌‌‌‌‌‌‌‌‏ ‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‏ ‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‏ ‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‏ لا زلنا في منتصف السباق ، وفي الوقت متَّسع ابدأ الآن ._
🌵{ وَسَارِعُوا إِلَى مَغْفِرَةٍ مِنْ رَبِّكُمْ وَجَنَّةٍ عَرْضُهَا السَّمَوَاتُ وَالْأَرْضُ أُعِدَّتْ لِلْمُتَّقِينَ }
#ZAKAATAL_FIXR
Kabajamtoota hordoftooota
Abu walad media hundaaf
Akkuma beekamu guyyaa hardhaa
Sagantaa #Al_Fataawaa sheeka
Keenna #Sheek_Abdusalaam_Xaahirin
Masjiidu Nuur isiniif qabannee dhiyaanneerra.
Koottaa irraatti hirmaadhaan
Affeerraa keenna.
Akkasuma namoonni gaafi qabdan
Waa'ee #ZAKAATAL_FIXR irratti
Kara keessaattii nuuf ergaa isiniin jenna.
@Abdu_pro
@MBL3KR
T.me/Abu_WaladMedia
Zakaa fixri
Hukmi isii
Dirqama cufa nama islaama ta'e xiqqas ta'ee guddaa,dhiiras ta'ee dhalaa,bilisas ta'ee gabra yoo waan halkan iidati fi guyyaa iidaa irraa hafu qabaate
Yeroo isiin baafamtu
1 yeroo dirqamaa:-aduun xumura soomaa erga seente qabee hanga salaanni iidaa salaatamutti
2 yeroo hayyamaa(baqqaatu):-iida dura guyyaa tokko ykn lama
3 yeroo achiin eeguun jibbamaa:-erga salaata iida salaatame boda hanga aduun guyyaa iida seentutti
4 yeroo achiin eeguun haraamaa:-guyyaa iidaa bira dabarsuu
Hubachiisa
Namni Yeroo haraamaatiin eege qadaa baasee towbata
Namni yeroo jibbaatiin eege jibbaa ta'us baasuun dirqama
www.tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir
☑️Waan baafamuu fi hanga baasan
Wanti baasan cufa waan dhiyanoomaaf(nyaataaf) itti tajaajilamanii
Fkn qamadii,garbuu,ruuza,makrooni,daaku,paasta fi kkfn
Nama tokko irra wanti bahu kiiloo sadi(3kg)
Namni irraa baasan nama nafaqaan isaa namarratti dirqamaa(waajiba)ta'e fi da'ima aduun xumura soomaa hin seenin dhalaterraa baha
☑️ nama osoo aduun xumura soomaa hin seenin dura du'ee fi erga aduun xumura soomaa seentee dhalaterra zakaan fixrii hin jiru
@Sh_Abdussalaam_xaahir
www.tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir
احكام الصوم
Namoota sooma furuun hayyamamuuf
1 nama dhibame(dhukkubsataa)
2 nama imala bahe
3 manguddoo sooma dadhabe
4 dubartii ulfaa
5 dubartii hoosiftu
@Sh_Abdussalaam_xaahir
قال الإمام الغزالي رحمه الله تعالى
المفطرات ثلاثة
1 دخول داخل
2 خروج خارج
3 الجماع
Wanni sooma furaa sadi
1 waan alaa seene
Fkn nyaata,dhugaati fi waan bakka nyaataf dhugaati bu'u
2 waan keessa bahe
Fkn beeka of haqqisiisu,koobachu fi dhiiga arjoomu(kan qorannaaf kennamu malee)
3 walqunnamti saalaati
http://www.tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir
Arkaana Soomaa
Arkaanni soomaa sadihi:
1 wantoota Sooma furan Irraa of qabuu(dhiisuu).
2 yeroo keessa soomaan
3 ni soomana jedhe niyyatuu.
https://www.tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir
Gaafilee hanga ammaa gaafatamaniif Deebiin akka armaan gadiitti isiniif dhihaata :

1ffaa:Dhiirri tokko shamarree takka jaalatee Nikaahaan dura dhimma jaalala isaan gidduu jiru wajjiin haasahuun danda'amaa___?
#Deebii
Gurbaan tokko fuudhuu yoo barbaade, karaa isheen quba hin qabneen laallatee yoo naaf taatii mirkaneeffate maatitti nama ergatee, karaa kanaan kadhata malee uf lamaanii waliif galuun waan shari'aa irraa fagaate. @Sh/Abdussalaam_Xaahir
2ffaa ;  Dubartiin takka abbaa manaasiitiin yoo waldhabde nikaaha ofirraa buusuu dandeetti /hin dandeettu, yeroo akkamii dandeetti?
#Deebii :
Dubartiin takka abbaa warraan yoo waldhabde, yoo wajjiin jiraachuun goonkumaa kan hin danda'amne taate ;
1) yoo maddi jibbaa kan ishee ta’e, mahrii ufiitiin kul'ii/ykn uf xalaaqqsifti.
(Mahrii abbaa waraatiif kennitee na xalaaqi jettiin ).
2) Yoo rakkinni gama lacheenuu jiraaate, mahrii ishee kenneefii ufirraa xalaaqa abbaan warraa.
3) Yoo inni xalaaquu didee dhiibbaa irratti godhe immoo , Qaadii shari'aa bira deemtee ufirraa buusuu dandeessi ykn Uf xalaaqxi(Faskii uf gooti).
Sheeka keenyaan Galatoomaa jennaan 🙏🙏
Share godhaa👇
https://www.tgoop.com/tafak_or

https://www.tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir
#Fataawaa

3ffaa : Namni tokko walirraa fagaatee baatii jaha yoo gahe nikaan ofiin bu'a jedhanii kun akkami dhugumaa____?
#Deebii
➛Jechi akkana jedhamu yoo jiraate dogoggora, Nikeenni yoo abbaan warraa buusee fi yookaa qaadiin buuse malee hanga fedhan turaniif hin bu'u.
4ffaan: Abbaan manaa haadha mana isaatiin wal dhabee Wallaahi billahi sadeenittuu si xalaaqe yoo jedheen. Nikeenni sun bu'e moo jira___?
👉#Deebii
Abbaan warraa tokko haadha manaa isaatiin si xalaaqe yo jedhe, xalaaqni argamee jira.
Follow me👇
https://www.tgoop.com/tafak_or


https://www.tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir
#Fataawaa

4ffaa : Jarsaafi jaartiin takka biyya biya yoo jiratanii Wal hiikan, dubartiin sun namaa biraatti heerumuuf iddaa hanga gefattu eguu qabdi____?
#Deebii 👇👇
➛Yoo jalqaba walitti dabalamanii jiraatan Iddaa eeggatuun dirqama. Yoo Nikaahuma qofa hidhatanii walitti hin dabalamin ykn Kalwaa wajjiin hin bahin Iddaan irra hin jiru.
Gaafii 5ffaa : Namni sooma uzrii takkaan maletti somaa waggaa 7 muluu hin soomin akkamitti kafala____?
#Deebii 👇
Towbaan wajjiin guutuu qadaa kafaluu qaba.
Fataawaan Dilbataa ustaaza keenya wajjiin akkuma itti fufetti jira...share gochuu hin dadhabinaa.
Ustaaza keenya kabajamaa fi jaalatamaan, Jazaakumullahu keeyran jennaan. Rabbiin ulamaa'ota keenya hafan wajjiin nu keessa haa tursiisu.
Follow me&Share👇
https://www.tgoop.com/tafak_or

https://www.tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir
#Fataawaa Dilbataa

6ffaa : Abbaa qabeenyaa warshaa qabu tokko, yoo inni warshicha isaa sana kan mallaqa dhalaatiin sochoosu taate, warshaa sana keessa dalaguun danda'amaa_?
#Deebii :👇

➛ Yoo qabeenyi isaa gariin dhalaan tahee, gariin halaala kan sicho'u tahe, waliin dalagachuun haraamummaa hin qabuu jedhan.
➛ Yoo warshaan suni guutuun guutummaatti kan dhalaan socho'u taate wajjiin dalagachuun hin danda'amu jedhan.
Share&Follow 👇
https://www.tgoop.com/tafak_or

https://www.tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir
#Fataawaa Dilbataa

➛7ffaa ; Fudhaa fi Herumaa keessatti intala biyya biraa gurban biyya biraa nikaayaa gochuun  ni dadayamaa moo akkami___?
#Deebii 👇
Ulaagaa jiru guuttatee Nikaaha hidhachuu ni danda'a.
@tafak_or

https://www.tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir
2024/06/29 03:35:44
Back to Top
HTML Embed Code: