Telegram Web
Ulaagaan I'itikaafaa:
1 Muslima tahuu.
2 Aqlii qabaatuu(maraataa tahuu dhabuu).
3 Waa addaan baafatuu(daa'ima tahuu dhabuu).
4 Niyyatuu.
5 Masjida jamaa'aa keessatti tahuu.
6 waan qaama dhiqachiisurraa qulqullaahuu(janaabaa fii yoo dubartii taate dhiiga Aadaatii fi dhiiga dhalaa irraa qulqullaahuu).
7Dubartiin abbaa warraa qabdu hayyama isaa qabaatuu.
http://www.tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir
Dhamtii,Haqiiqaan isaa fi kaayoon i'itikaafa
1 Hariiroo namarraa kutanii Gama
Rabbiitti deebisu
2Lubbuu ufii Ibaadarratti lenjisuu
3 Qulqullinna qalbii argamsiisuu.
4 shaagala hundarraa sammuu boqachiisuu.
5 .Waan isiin jaalatturraa nafsiyyaa(lubbuu )hidhuu
www.tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir
Wantoonni !'itikaa fa balleessan:
1 walqunnamtii saalaa godhuu.
2 Rakkoo cimtuuf malee masjida keessaa bahuu.
3 dubartii takka dhiigni aadaa ykn dhiigni dhalaa itti dhufuu.
4 Niyyaa I'itikaafaa kutuu(muruu).
@Sh_Abdussalaam_xaahir
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Yaadachiisa
Guyyaan harraa(sanbata xiqqaa) ramadaana 30 ta'uun isaa shakkii tokko hin qabu warroonni guyyaa har'aa soomana furtan(iida) gootan yoo jiraattan sa'aa ammaa kanarraa eegalee nyaatun isinirratti haraama guyyaa kanas qadaa deebisuun(kafaluun)dirqama.
@Sh_Abdussalaam_xaahir
Hubachiisa
Oduun guyyaa har'aa iida jettu madda oduu sanii hordofnee waan qabatama hin qabne ta'uun isaa mirkanaa'eera
iddoo adda addaatti warroonni waan akkanaa oofan warroota hasawni isaani fudhatama hin qabne ykn aqiidaa isaanii keessatti qulqullina hin qabnetu ummata dogongorsuudhaaf hasawa kana facaasaa jiran waan ta'eef hasawa kanaan akka hin dogongorre cimsinee isin beeksifna
@Sh_Abdussalaam_xaahir
www.tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir
Yeroo rakkoon akkanaa galtu karaan ittin qulqulleeffatan
1 namni lama amanamaan baati arguu
2 mana murtii shari'aa dhaqee ragaa kennuudha
3 manni murtii shari'aa yoo ragaa jaraatti amane hawaasa muslimaatiif ibsa dabarsuudha
Kanaan alatti shakkiidhaan sooma furuun hin ta'u
@Sh_Abdussalaam_xaahir
Hawaasni keenna wanti beeku qabdan dhimma islaamummaa ilaalchisee koree ulamaa'aa kan gahumsa gahaa qaban bakka buufannee jirra wanta nudhibe hundaa karaa isaaniitirraa ibsa eegganna kanaan alatti oduu adda addaatiin burjaajayuun hin barbaachisu yoo wanti haarowni jiraate jarri karaa miidiyaatiin ifa nuuf godhan
@Sh_Abdussalaam_xaahir
✿ ﷽
🌿"تهنئة خاصة" 🌿
🌿"يسرني ان اتقدم إليكم"🌿
🌿"باصدق التهاني بمناسبة "🌿
🌿"حلول عيد المبارك"🌿
🌿"سائلا المولى العلي القدير "🌿
🌿"ان يجعل ايامكم كلها افراح"🌿
🌿 "وأن يعيده عليكم أعواما"🌿
🌿 "عديدة وازمنة مديدة"🌿
🌿"انه سميع مجيب"🌿
🌿الدعاء🌿
مبارك عليكم عيدكم
وكل عام وأنتم بخير
ان سبقتموني فانتم الكرماء أبناء الكرماء و ان سبقتكم فمنكم تعلمت تهنئة الاعزاء والاصدقاء نحن لا نرسل لمن نعيش معهم بل نرسل لمن يصعب علينا العيش بدونهم ، فاسال الله العظيم رب العرش الكريم ان يبارك لكم في رمضانكم، ويبلغكم العيد وانتم في احسن وافضل حال 🌹
Channel photo updated
Channel photo updated
توفي الليلة العالم العلامة السني الداعية د عبدالشكور بن محمد أمان العروسي بمكة المكرمة غفرالله له ورفعه في عليين مع النبيين والصديقين والشهداء والصالحين وحسن أولئك رفيقا
وهو من ابرز علماء الحبشة في هذا العصر ومن أوائل من نال درجة الدكتورة من طلاب إفريقيا
وكان ثقة محبوبا مقربا لدى سماحة الشيخ ابن باز
وخدم العقيدة والسنة وأشرف على رسائل علمية في جامعة ام القرى التي قام بالتدريس فيها لأكثر من عشرين سنة ثم في معهد الحرم المكي
وهو من القلائل الذين سمح لهم بالقيام بالفتوى في المسجد الحرام
رحمه الله ورفعه في عليين
بمكةَ كمْ حلَّ الكرامُ الأماجدُ = وهذي الجبالُ الراسياتُ شواهدُ
وطافَ ببيتِ اللهِ منذُ بنائهِ = حجيجٌ وكم سيقتْ إليهِ قلائدُ
وكم مِنْ نبيٍّ طافَ بالبيتِ خاشعاً = وقد رُفِعتْ لله منهُ محامدُ
وكم ضجّ بالتكبيرِ والذكرِ والدعا = وكم خرّ للأذقانِ للهِ ساجدُ
وفي سوحها صرحٌ من العلمِ تالدٌ = تخرّجَ منهُ عالمٌ أو مجاهدُ
تلألأَ نورُ العلمِ في جنباته = به يهتدي للحقِّ دانٍ ووافدُ
غدا موطناً للخيرِ والنورِ والهدى = ومنهُ سرتْ للمسلمينَ روافدُ
بهِ يطمئنُّ القلبُ من كلِّ مؤمنٍ = ويأمنُ ذو خوفٍ ويصلحُ فاسدُ
هنا نزل الروحُ الأمينُ على الذي = به أشرقتْ أم القرى والمعاهدُ
أناخَ بهِ طلاّبُ هديِ محمدٍ = فطابَ لهم فيهِ الجنى والمواردُ
زهتْ بهمُ الدنيا وأشرقَ نورُها = تُشَيّدُ في كلِّ الربوعِ مساجدُ
مساجد ضمّتْ كلّ حَبْر مدرسٍ = منيبٌ يناجي ربهُ وهو ساجدُ
يواسي جروحَ القلبِ بالعلمِ والتقى = فيبرأ ذو داءٍ ويُقبِلُ شاردُ
مكانٌ غدا للدينِ والعلمِ موطناً = تناقلَ فيهِ العلمَ غُرٌّ أماجدُ
غدا جبلُ الوحيِ الأمينِ شعارُهُ = وذاكَ دليلٌ في البريةِ شاهدُ
فكمْ طالبٍ للعلمِ في عَرَصاتِهِ = وكمْ ناشرٍ للعلمِ في الخيرِ رائدُ
وكمْ عالمٍ حَبْرٍ تقيّ مهذبٍ = تضرّعَ في ساحاتهِ وهو ساجدُ
ليهنكَ يا مَنْ قد نهلتَ بسوحهِ = من العلمِ ما استعصت عليكَ الأوابدُ
لقد جمع الله الفضائلَ ههنا = ألا فاغتنمْ زُمّتْ إليكَ الفوائدُ
مجالسُ علمٍ واعتمارٌ وحجةٌ = بهِ نُصِبتْ للصالحينَ موائدُ
بهِ وضع الرحمنُ أولَ مسجدٍ = وشيّدَ للبيتِ العتيقِ قواعدُ
بهِ طفْ كما طافَ الذينَ تقدموا = من الأنبيا والأتقيا إذ توافدوا
وصلِّ كما صلّى النبيُ محمدٌ = صلاةً لها سيلٌ من الأجرِ واردُ
ورِدْ زمزماً ماءً طهوراً مباركاً = وذاكَ مكانٌ فيهِ تصفو المواردُ
ألستَ ترى هذي الفضائلَ جمّعتْ = بمكةَ لا في غيرها أنتَ واجدُ
فعضّ عليها بالنواجذِ شاكراً = لربّكَ إذ سيقتْ إليكَ الفرائدُ

د/عبدالشكور بن محمد أمان العروسي رحمه الله

 
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Waa'ee salaata Kusuufa
Kusuufa jechuun ifni aduu dhokatuu fi ifni ji'aa haqamudha sababni inni argamuufis rabbiin kenya namaan sodaachisuu fi namaan gorsuuf argamsiisa kanaafu yeroo kusuufni argame waan dalagamuu qabu shari'aa teenyaan keessatti ifa nuuf baafamee jira sunis
1 yeroo kusuufni kamuu argame daddaffiin salaatatti ka'uudha
2 du'aa'ii (kadhaa rabbii) heddummeessuu hanga dukkanti sun saaqamtutti
3 salaanni kusuufa sunnaa jabeeffamtuudha
4 salaanni kusuufa azaana fi iqaamaa hin qabdu garuu wal beksisuudhaaf assaalatu jaami'a jedhanii lallaban
5 salaanni kusuufaa raka'aa lama dhedheertuudha
6 jama'aa fi dhunfaanis salaatuun ni danda'ama
7 manaa yk masjidatti salaatuu ni dandahama
كلمات العلماء السائرة:Jechoota beytotaa tanbakkahundatti dubbatamtu:
قال ربيعة ابن عبدالرحمن: العلم وسيلة إلى كل فضيلة.
Hiikni isaa: Beekkomsi karaa sadarkaa gaariiti
قال شعبة بن الحجاج رحمه الله تعالى:عقولنا قليلة فإذا جلسنا مع من هو أقل عقلا منا ذهب ذلك القليل.
Hiikni isaa :
Aqliin(sammuun) teenna xiqqoodha yoo nama sammuun isaa teennaa gadii wajjiin teenne xiqqoon sunuu ni baddi.
قال ابن السماك رحمه الله تعالى:لأن أكون في السوق وقلبي في المسجد أحب إلي من أن أكون في المسجد وقلبي في السوق
Bu'aawwan sooma
1 rabbiif ajajamuudha
2 namusa nama barsiisa
3 obsa nama barsiisa
4 sammuu namaa qara
5 amaana nama barsiisa
6 waliin jireenya hawaasummaa nama barsiisa
7 fayyaa qaamaatif
8 jaalala rabbi namaa mirkaneessa
@Sh_Abdussalaam_xaahir
Arkaana Soomaa
Arkaanni soomaa sadihi:
1 wantoota Sooma furan Irraa of qabuu(dhiisuu).
2 yeroo keessa soomaan
3 ni soomana jedhe niyyatuu.
@Sh_Abdussalaam_xaahir
قال الإمام الغزالي رحمه الله تعالى
المفطرات ثلاثة
1 دخول داخل
2 خروج خارج
3 الجماع
Wanni sooma furaa sadi
1 waan alaa seene
Fkn nyaata,dhugaati fi waan bakka nyaataf dhugaati bu'u
2 waan keessa bahe
Fkn beeka of haqqisiisu,koobachu fi dhiiga arjoomu(kan qorannaaf kennamu malee)
3 walqunnamti saalaati
@Sh_Abdussalaam_xaahir
2024/07/01 06:56:43
Back to Top
HTML Embed Code: