WALDAA Telegram 147
Forwarded from Waldaa Amantootaa Guutuu Wangeelaa Gafarsaa Noonnoo (Ashawaa Meedaa)
Guyyaa 15/02/2017
            Beeksisa Adda
Nagaaf araarri waaqayyo bakka jirtan hundumatti isiniif haa baay'atu.
Dhiifama isinin jecha guyyaa ijoollee dabarsanii fuula waaqayyotti kennu kan gaafa guyyaa 24/2/2017 jennee fuula kanarratti maxxaansinee amma garuu gaafa guyyaa 17/02/2017 akka ta'e isin beeksisu jaallanna.
Kanaafuu guyyaan Eebba Ijoollee Onkololeessa 17-2-2017 akka ta'e beektanii maatiin guyyicha ijoollee keessan eebbisiffachuuf galmooftan yeroon akka argamtan jaalala waaqayyoon isin beeksifna.
  
        Waldaa :- WGWGN irraa

tgoop.com/WALDAA/147
Create:
Last Update:

BY Waldaa Guutuu Wangeelaa Gafarsaa Noonnoo

Share with your friend now:
tgoop.com/WALDAA/147

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

Hui said the messages, which included urging the disruption of airport operations, were attempts to incite followers to make use of poisonous, corrosive or flammable substances to vandalize police vehicles, and also called on others to make weapons to harm police. Write your hashtags in the language of your target audience. Content is editable within two days of publishing Judge Hui described Ng as inciting others to “commit a massacre” with three posts teaching people to make “toxic chlorine gas bombs,” target police stations, police quarters and the city’s metro stations. This offence was “rather serious,” the court said. Telegram channels enable users to broadcast messages to multiple users simultaneously. Like on social media, users need to subscribe to your channel to get access to your content published by one or more administrators.
from us

Telegram Waldaa Guutuu Wangeelaa Gafarsaa Noonnoo
FROM American