Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
338. Ayyaanni Qulqulluu Ergamaa Gabri’eelii kan Muddee 19 sababa maalif kabajama?🤔
Anonymous Quiz
13%
A. Guyyaa inni itti Iyyeluxaa fi Qiirqoos bishaan danfaarraa oolchedha.
8%
B. Guyyaa inni itti, “Hamma waaqni nu uume mul’atutti jabaannee haa dhaabbannu” jedhedha.
74%
C. Guyyaa inni itti Anaaniyaa, Misaa’elii fi Azaariyaa ibiddaan gubachuurraa oolchedha.
5%
D. Guyyaa inni itti angafa ergamootaa ta’un muudamedha.
🥰12❤5👍5👏1🤝1
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
339. Jijjiirraa maqaa angafti hojjetoota mooticha Nabukedenatsoor taasise ilaalchisee kamtu sirriidha?🤔
Anonymous Quiz
35%
A. Daani’el - “Bilxaasoor”; Anaaniyaa - “Sidiraaq”; Misaa’el - “Misaaq”; Azaariyaa - “Abdenaagoo”
23%
B. Daani’el - “Bilxaasoor”; Azaariyaa - “Sidiraaq”; Misaa’el - “Misaaq”; Anaaniyaa - “Abdenaagoo”
21%
C. Daani’el - “Bilxaasoor”; Azaariyaa - “Misaaq”; Misaa’el - “Sidiraaq”; Anaaniyaa - “Abdenaagoo”
20%
D. Daani’el - “Bilxaasoor”; Anaaniyaa - “Sidiraaq”; Misaa’el - “Abdenaagoo”; Azaariyaa - “Misaaq”
🥰7❤2
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
340. Daani’el, Anaaniyaa, Misaa’elii fi Azaariyaan eessaa booji’amanii gara biyya mooticha Nabukedenatsooritti dhufan?
Anonymous Quiz
45%
A. Baabilon
26%
B. Iyyerusaalem
12%
C. Yihuudaa
16%
D. Samaariyaa
🥰7❤4
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
341. Daani’el, Anaaniyaa, Misaa’elii fi Azaariyaan erga booji’amaniitii bakka jiran kanatti muudamuudhaaf kan mooticha Nabukedenatsoor duratti dhi’eefffaman waggaa meeqa booddeedha?
Anonymous Quiz
30%
A. Waggaa Tokko
22%
B. Waggaa Lama
34%
C. Waggaa Sadii
14%
D. Waggaa Afur
🥰4❤1
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
342. Daani’el, Anaaniyaa, Misaa’eliifi Azaariyaan dubbii ogummaafi hubannaa, waan hundaan yemmuu Nabukedenatsoor isaan madaalutti guutummaa biyya mootummaasaa keessaa warra ayyaana hedan, beekaa warra jedhaman hundumaarra harka meeqa caalanii argamaniif?
Anonymous Quiz
22%
A. Harka Sadii
34%
B. Harka Kudhan
42%
C. Harka Torba
2%
D. Harka Lama
🥰5👍1
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
343. Sababa mootichi Nabukedenatsoor waaqa tolfamaa warqeerraa hojjetee dhaabsisuu barbaadeef maalif?🤔
Anonymous Quiz
25%
A. Aadaa isaatti waaqa ijaan argamuu fi harkaan tolfamutti waaqeffachuu waan bareef!
20%
B. Abjuu inni dagatee Daani’eel ibseef bifa kana waan ta’eef hojjechiisee akka waaqeffatamu barbaade
17%
C. Uummatni “Waaqa itti waaqeffannu dhabne nuuf laadhu!” jechuun deddeebisanii waan isa rakkisaniif!
16%
D. Sababa tokko malee yaada isaarratti hundaa’ee dhaabe!
22%
E. Hunda
🥰4❤1
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
344. Mootichi Nabukedenatsoor Waaqa tolfamaa inni warqeerraa hojjechiise sun dheerinaa fi bal’ina hammamii qaba ture?🤔
Anonymous Quiz
48%
A. Dheerina dhundhuma jaatamaa fi bal’ina dhundhuma jaʼa
20%
B. Dheerina dhundhuma ja’aa fi bal’ina dhundhuma jaatama
24%
C. Dheerina meetira 30 fi bal’ina meetira 6
7%
D. Dheerinaa fi bal’ina dhumdhuma jaatama
🥰6👍2💔1
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
345. Mootichi Nabukedenatsoor Waaqa tolfamaa warqee irraa hojjechiise sanatti akka sagadaniif eessa dhaabe?
Anonymous Quiz
38%
A. Baabilon
18%
B. Dirree Duuraa
7%
C. Yihuudaa
5%
D. Iyyerusaalem
32%
E. A fi B
❤4🥰4
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
346. Yemmuu Anaaniyaa, Misaa’elii fi Azaariyaan, “Waaqa ati dhaabeef hin sagadnu!” jedhanitti, mootichi Nabukedenatsoor ibiddi isaan keessa buufaman hamma durii irratti harka meeqaan dabalamuu qaba jedhee ajaje?
Anonymous Quiz
56%
A. Harka Torba
23%
B. Harka Sadii
5%
C. Harka Ja’a
16%
D. Harka Kudhan
🥰5👍4
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
347. Nabukedenatsoor yemmuu, “Egaa Waaqa isa kamtu harka kootii isin baasuu dandaʼa?” jedhee dargaggoota sanatti dhaadatetti dargaggootni sun maal deebisaaniif?😢
Anonymous Quiz
7%
A. “Nuti fuula kee duratti waa’ee waan kanaa falmachuu hin barbaannu!”🥺
25%
B. “Waaqni nuti isa tajaajillu nu oolchuu dandaʼa; harka keetiillee nu baasuu dandaʼa!”🙏💪
24%
C. “Yoo Waaqayyo keenya nu baasuu baateyyuu nuti waaqota keef hin sagadnu!”🙏🥰
2%
D. “Yaa mootii, bara baraan jiraadhu! Bifa fakkeenyichaaf hunduu gombifamee haa sagadu!”
43%
E. D malee hunda
🥰5❤2
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
348. Sababa mootichi Nabukedenatsoor Anaaniyaa, Misaa’elii fi Azaariyaa boollaa ibiddaatti gateef maalifi?🤔
Anonymous Quiz
5%
A. Biyya itti muudaman irratti hojii isaanii sirnaan geggeessuu waan dadhabaniifi!
7%
B. Ajaja mootichi bulchiinsasaa cimsuuf baafate qixa sirriin hojiirra oolchuu waan didaniif adabe.
32%
C. Waaq-harkee mootichi warqeedhaan dhaabe sanaaf sagaduu waan didaniif.
3%
D. Waaqayyo isa dhugaa sababa waaqeffataniif!
1%
E. A fi B
52%
F. C fi D
🥰5❤2
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
349. Nabukedenatsoor, “Ilaa! Ani namoota ibidda keessa deddeebiʼan afur nan arga; isaanis hin hidhamne; hin miidhamnes; inni afuraffaan immoo........................” jedhe.
Anonymous Quiz
18%
A. “Waaqayyoo fakkaata”
61%
B. “Ilma Waaqayyoo fakkaata”
6%
C. “Nama fakkaata”
16%
D. Hunda
🥰7❤4👏2
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
350. Nabukedenatsoor ibidda keessatti kan inni arge, inni dargaggoota sana ibiddaan gubachuurraa isaan baraare eenyudha?
Anonymous Quiz
4%
A. Ergamaa Mikaa’el
87%
B. Ergamaa Garbri’eel
8%
C. Ergamaa kam akka ta’e adda hin baane!🤔
1%
D. Raajaa Daani’eel dha malee ergamaa Waaqayyoo miti.
🥰7❤6👍2👏1
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
351. Kanneen armaan gadii keessaa erga dargaggootni kun Waaqayyo ergamaasaa ergee ibidda keessaa, “erga isaan oolchee ba’anii booddee,” jecha Nabukedenatsoor jedhe kan hin taane kamidha?🤔
Anonymous Quiz
20%
A. “Tajaajiltoota Waaqayyo waan hundaa olii, kottaa baʼaa! As kottaa!”
20%
B. “Waaqayyo isa ergamaa isaa ergee tajaajiltoota isaa baraareef galanni haa taʼu!”
17%
C. “Isaan isa amanatanii lubbuu isaanii dabarsanii kennaniiru.”
18%
D. “Waaqni akkasitti nama oolchu kan biraan Waaqayyoo hin jiru!”
25%
E. “Uummatni afaan kamiiyyuu Waaqayyosaaniirrat hamaa dubbate haa kukkutamu, mannisaa haa diigamu!”
🥰8❤5👍1
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
352. Nabukedenatsoor erga Anaaniyaa, Misaa’elii fi Azaariyaan, ibiddaan gubachuu irraa baraamanii booddee kutaa biyya Baabilon irratti isaan muudeera!
Anonymous Quiz
27%
A. Soba
52%
B. Dhugaa
7%
C. Waan beekamu miti
14%
D. Lakki biyya isaanitti nagaadhaan isaan deebise!
🥰17❤10👍3👏1
Mudde 24 Guyyaa Abbaan keenya Qulqullicha Tekle Haayimaanoot itti dhalatanidha; Baga geessan!
Join: @abdiimaariyaamiifinjira
https://telegra.ph/Qulqulluu-Abbaa-Tekle-Haayimaanoot-08-29-2
Join: @abdiimaariyaamiifinjira
https://telegra.ph/Qulqulluu-Abbaa-Tekle-Haayimaanoot-08-29-2
Telegraph
Qulqulluu Abbaa Tekle Haayimaanoot
Qulqulluu Abbaa Tekle Haayimaanoot kan dhalatan Shawaa Tsilaalish iddoo “Ittisaa Mikaa’el” jedhamutti. Abbaan isaanii “Tsaggaa Ze’aab” yemmuu ta’u, haati isaanii immoo “Egzi’aariyaa” jedhamu. Guyyaan itti dhalatanis Muddee 24 bara 1197 Dh.K.B. dha. Abbaa…
❤18
Waaqayyo jecha isaa qofaan dubbatee osoo fayyisuu fi murtii sana kaasuu danda’uu maalif nama ta’ee dhalachuun isa barbaachise?
Baga geessan!🙏
“Hin dheerate” hin jedhinaa sirriitti xiyyeeffannoodhaan dubbisaa!🤲
@abdiimaariyaamiifinjira
https://telegra.ph/Jecha-qofaan-dubbatee-osoo-fayyisuu-dandauu-maalif-dhalachuun-isa-barbaachise-01-04
Baga geessan!🙏
“Hin dheerate” hin jedhinaa sirriitti xiyyeeffannoodhaan dubbisaa!🤲
@abdiimaariyaamiifinjira
https://telegra.ph/Jecha-qofaan-dubbatee-osoo-fayyisuu-dandauu-maalif-dhalachuun-isa-barbaachise-01-04
Telegraph
Jecha qofaan dubbatee osoo fayyisuu danda’uu maalif dhalachuun isa barbaachise?
Waaqayyo murtee dhala namaa jecha qofaan dubbatee balleessuu osoo danda’uu nama ta’uun maaliif isa barbachise? Kutaa 1ffaa Waaqayyo uumamtoota hunda caalaa kabajee kan uume dhalli namaa gorsa Seexanaa dhaga’uudhaan amanee ajaja Uumaa isaa cabsuun amalli namaa…
❤20🥰5👍1
Waaqayyo murtee dhala namaa jecha qofaan dubbatee balleessuu osoo danda’uu nama ta’uun maaliif isa barbachise?
@abdiimaariyaamiifinjira
https://telegra.ph/Waaqayyo-murtee-dhala-namaa-jecha-qofaan-dubbatee-balleessuu-osoo-dandauu-nama-tauun-maaliif-isa-barbachise-01-05
@abdiimaariyaamiifinjira
https://telegra.ph/Waaqayyo-murtee-dhala-namaa-jecha-qofaan-dubbatee-balleessuu-osoo-dandauu-nama-tauun-maaliif-isa-barbachise-01-05
Telegraph
Waaqayyo murtee dhala namaa jecha qofaan dubbatee balleessuu osoo danda’uu nama ta’uun maaliif isa barbachise?
Kutaa 2ffaa isa xumuraa! Qulqulluun Qeerloos : “Jechi Waaqayyoo [Nama fayyisuudhaaf] foon uffachuu Isa hin barbaachisu ture. Ajaja dubbii afaan isaan qofaan hojii fayyina keenyaa raawwachuu ni danda’a ture. Haa ta’u malees, dhala namaa wajjin tokkummaa hundeessuudhaaf…
❤13👍4
Forwarded from Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa (Misganu Mulatu)
Telegraph
“Gammachuu Guddaan Isinitti Hima!” (Luq.2:10).
✍️ B/saa Dn Baacaa Nagaasaa(BTH) Sagalee kana kan dubbate ergamaa Waaqayyoo dha. Kan inni dubbates guyyaa gaafa ilmi Waaqaa foon nama uffachuudhaan qulqulleettii dubroo Maariyaamiirraa nama ta’ee dhalachuudhaan mul’ate yoo ta’u, kan inni itti dubbate immoo…
“Gammachuu Guddaan Isinitti Hima!” (Luq.2:10).
Lallaba akkaan minyooftu, kan guyyaa dhaloota gooftaa irratti barreeffamaan dhiyaate kana sirriitti xiyyeeffannaadhaan dubbisaa!
✍️ B/saa Dn Baacaa Nagaasaa (BTH)
Join: @GolaSoorataJireenyaa
: @abdiimaariyaamiifinjira
https://telegra.ph/Gammachuu-Guddaan-Isinitti-Hima-Luq-210-12-30-2
Lallaba akkaan minyooftu, kan guyyaa dhaloota gooftaa irratti barreeffamaan dhiyaate kana sirriitti xiyyeeffannaadhaan dubbisaa!
✍️ B/saa Dn Baacaa Nagaasaa (BTH)
Join: @GolaSoorataJireenyaa
: @abdiimaariyaamiifinjira
https://telegra.ph/Gammachuu-Guddaan-Isinitti-Hima-Luq-210-12-30-2
🥰9❤4
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
389. Gooftaan keenya Iyyesuus Kiristoos mandara Beeteliheem kutaa biyya...................’tti dhalate.
Anonymous Quiz
29%
A. Beeteliheemi
18%
B. Iyyeruusalemi
32%
C. Yihuudaa
20%
D. Naazireeti
👍7❤6👏1