Forwarded from Amantaa kee bari/ሃይማኖትህን እወቅ (Br/saa Dn Baacaa Nagaasaa(BTH))
"Ragaa qabaachuurra dhugaa qabaachuutu caala"
"INSTANT VIEW" kan jettu tuquun seenaa dubbisaa👇👇
https://telegra.ph/Ragaa-qabaachuurra-dhugaa-qabaachuutu-caala-10-23

Telegraph
Ragaa qabaachuurra dhugaa qabaachuutu caala!
Addunyaan kun ragaa malee dhugaa hin barbaaddu! Dhugaa fanniftee, dhugaa hiitee ragaa itti barbaaddi. Dhugaa 100 lafatti gattee ragaa tokko amanti. Ayii addunyattii kanaa! Kanaafidha, namoonni hedduun osoo dhugaa qabanii kan isaan gidirfamaniif. Dachee kanarratti…
👍5
Forwarded from Amantaa kee bari/ሃይማኖትህን እወቅ (Br/saa Dn Baacaa Nagaasaa(BTH))
Sirna jireenyaa(33)
"INSTANT VIEW" kan jettu tuquun seenaa dubbisaa👇👇
https://telegra.ph/Sirna-jireenyaa33-10-25

Naamusa qabatamaa qabaadhu(2) Namoonni, "naamusa godhadhu" jedhanii dubbannaan miira dheekkamsaa keessa akka jiran ifa dha. "Naamusa qabaadhu" yemmuu jedhanis, "hin balleessiin" jechaa jiru qofa osoo hin taane "balleessaa keetti hin fufiin ykn balleessaa…
🥰3❤1👍1
Forwarded from Amantaa kee bari/ሃይማኖትህን እወቅ (Br/saa Dn Baacaa Nagaasaa(BTH))
Sirna jireenyaa(34)
"INSTANT VIEW" kan jettu tuquun seenaa dubbisaa👇👇
https://telegra.ph/Sirna-jireenyaa34-10-27

Of hin himiin(1) "Ani ilma/intala warra guddaati" hin jedhiin. Waaqayyo lafa kanarra nama xiqqoo hin keenye. Ilaalcha "guddaa fi xiqqaa" jedhu kana kan fide, siyaasa/aangoo isa dhumnisaa hin bareedne sanaa fi qabeenya isa inaafaa, "hin nyaatiin" jedhu sana…
❤7
Forwarded from Amantaa kee bari/ሃይማኖትህን እወቅ (Mr Dn Bacha Negasa(BTH))
Sirna jireenyaa(35)
"INSTANT VIEW" kan jettu tuquun seenaa dubbisaa👇
https://telegra.ph/Sirna-jireenyaa35-10-28

Of hin himiin(2) "Mana ijaarradheera, soorama koos sirreeffadheera, ijoollee koos bakka bakka qabsiifadheera, kana booda boqodhee/tasgabbaa'ee nyaachuuf dhuguu qofaa dha" hin jedhiin. Mannis, sooramnis ittiin buluuf malee jireenya hin ta'ani. Ijoolleen kee…
👍5
Forwarded from Amantaa kee bari/ሃይማኖትህን እወቅ (Mr Dn Bacha Negasa(BTH))
"....Kana booda Taabota hin barbaaddani"(???)
Maaloo "INSTANT VIEW" kan jettu tuquun seenaa dubbisaa👇👇
https://telegra.ph/Kan-booda-Taabota-hin-barbaaddani-10-29

"Kana booda Taabota hin barbaaddani"(???)
Erm. 3:16 Jaallatamtoota maatii Waaqayyoo, maxxansi kiyya har'aa Erm. 3:16 irratti kan xiyyeeffatu yoo ta'u; mata duree kanaan barreessuu kanan dirqameef, gaaffii obboloonni koo hedduun irra deddeebiin na gaafatanii fi hordoftootni amantaa kan biroos caqasa…
👍10🥰6
Forwarded from Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa (Misganu Mulatu)
Telegraph
...
Onkoloolessa 27 yaadannoo fannifamuu Waaqa keenyaati. Fayyisaan keenya maqaa isaatiin kabajamee jaalala isaa isa mudaa hin qabne kan argisiise hunda keenyaaf jedhee fedhiidhaan du’aaf of kennuu isaadhaani. Wangeela Qulqulluu keessattis fayyisaa keenya, “Jaalalli…
Onkoloolessa 27 yaadannoo fannifamuu Waaqa keenyaati.
“Instant View” kan jettu tuquun seenaa dubbisaa!
Channel Telegram: @abdiimaariyaamiifinjira
Group Telegram: @DeebiiGaaffiiShakkitootaa
Yaada fi gaaffiidhaaf: @YaadgaaffiiBot
https://telegra.ph/-11-07-788

❤10🥰3👍2
Link kun eenyuu irraayyuu yoo isiniif ergame, akka bantanii waan inni isin gaafatu hin guutneef of eeggannoo cimaa taasisaa!
Kaayyoon link kanaa, Telegram Account keessan, Channel Telegram fi Group Telegram qabdan mara kan isin dhabsiisuu fi abaluun kun immoo ofii itti fayyadamuufidha.
Darbees waan isin nama biraa faana haasoftan iccitii keessan facaasuu fi isin fakkaatee yakka garaagaraa dagaluuf, maqaa isin balleessuufidha! Kanaarraa abbaatu cimsee of eeggata!

👍11🙉5
Forwarded from Amantaa kee bari/ሃይማኖትህን እወቅ (Mr Dn Bacha Negasa(BTH))
Sirna jireenyaa 36
"INSTANT VIEW" kan jettu tuquun seenaa dubbisaa👇👇👇
https://telegra.ph/Sirna-jireenyaa36-11-12

Sirna jireenyaa(36)
Suubiidhaan ka'i Ganamaan yemmuu kaatu, guyyaan siif dheerata. Anniisaa guutuudhaan hojjechuu kan dandeessu hanga waaree sa'aatii shaniitti qofa ta'uu waan danda'uuf ganamaan ka'i. Ganamaan yemmuu kaatu, dukkannii fi ifni sirratti waan wal lolaniif dandeettii…
👍4❤3
Forwarded from Amantaa kee bari/ሃይማኖትህን እወቅ (Mr Dn Bacha Negasa(BTH))
"INSTANT VIEW" kan jettu tuqaa seenaa dubbisaa!
Share gochuu hin dagatiinaa👍🙏
https://telegra.ph/Mata-dureen-dhabe-11-14
Share gochuu hin dagatiinaa👍🙏
https://telegra.ph/Mata-dureen-dhabe-11-14
Telegraph
Mata dureen dhabe😣🤔
"Share godhaa!" jedhee nama gidirsuu hin jaalladhu ture🙏. Maxxansi kiyya har'aa garuu "Share godhaa" akkan jedhuuf na dirqamsiise! Waldaa, Chaanaalii, Group fi fuula miidayaa fayyadamtan irratti share godhaatii na waliin dhugaa ba'aa🙏 🤔Seenaan jireenya obboloota…
❤11👍5🥰2🙏2
Forwarded from Amantaa kee bari/ሃይማኖትህን እወቅ (Mr Dn Bacha Negasa(BTH))
Gaaffii dubbisa kitaaba qulqulluu marsaa 5ffaa
"INSTANT VIEW" kan jettu tuquun seenaa hojjedhaa!
Deebiin asirratti👇
https://telegra.ph/Gaaffii-dubbisa-kitaaba-qulqulluu-marsaa-5ffaa-11-15

Qubee deebii sirrii qabate filadhu 1. Isiraa'eloonni marsaa lammaffaa yemmuu lakkaa'aman baay'inni isaanii meeqa ture? A. 603, 550 B. 605, 145 C. 601, 730 D. 23000 E. 27000 2. Gosti Lewii ykn Lewoonni yemmuu marsaa lammaffaa lakkaa'aman meeqa turan? A. 25000…
❤10👍2
Forwarded from Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa (Misganu Mulatu)
Telegraph
Baga ayyaana yaadannoo wareegamaa qulqulluu Giyoorgisiin isin ga’e!
Wareegamaa Qulqulluu Giyoorgisii Wareegamaa Qulqulluun Giyoorgis biyya Filisxeem iddoo, “Liidaa” jedhamtutti, Abbaa isaa “Zoorontoos” fi harmee isaa “Tewoobistaa” jedhaman irraa bara 277 ’tti dhalate. “Giyoorgis” jechuun, “Urjii, Ifa, Aduu” jechuudha. “Maartaa”…
“Instant View” ☝️ kan jettu tuquun seenaa dubbisaa!
Sadaasi 7 guyyaa ayyaana yaadannoo manni qulqullummaa Wareegamaa Qulqulluu Giyoorgisii itti kabajamedha.
Channel Telegram: @abdiimaariyaamiifinjira
https://telegra.ph/Baga-ayyaana-yaadannoo-wareegamaa-qulqulluu-Giyoorgisiin-isin-gahee-04-29

❤12👍6🥰5
Forwarded from Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa (Misganu Mulatu)
Telegraph
“Namni haadha keenyaan ‘Tsiyoon’ jedha. Ishee keessattis namni dhalate.” (Faar.87:5).
Barreeffama kana keessatti “Tsiyoon” kan jedhamte Haadha keenya qulqulleettii durbee Maariyaamii ta’uu fi namni nama ta’e isheen “Tsiyoon” akka jedhu ilaalla! Namni tokko lafa kanarratti wanta inni ta’uu fi gochuu hin dandeenye fakkaatee mul’ataa jiru nama…
“Instant View” ☝️ kan jettu tuquun banaa dubbisaa!
Baga geessan!
“Namni haadha keenyaan ‘Tsiyoon’ jedha. Ishee keessattis namni dhalate.” (Faar.87:5).
Join: @abdiimaariyaamiifinjira
https://telegra.ph/Namni-haadha-keenyaan-Tsiyoon-jedha-Ishee-keessattis-namni-dhalate-Faar875-11-30

❤13👍7🥰2
Forwarded from MIIDIYAA SOOTIRIYAA ሶትርያ ሚዲያ
#Gadhiifameera👇
#Dhimbiibbaa
#Mana_Kiristaanaa
#Kiristoos_Hin_Beektu
~ Turtii barsiisaa Baacaa Nagaasaa (Dn) waliin taasifame, Kutaa 1ffaa.
Gaffii kanaa fi kanneen biroof deebii isaa asuma keessaa waan argattaniif haga dhumaatti akka hordoftan jaalalaan isin affeerra.
Tajaajila Miidiyichaa jajjabeessuuf #Subscribe gochuun dirqama kiristaanummaa keessan akka baatan maqaa Waaqayyootin isin yaadachiifna!👇
https://youtu.be/m--o4esUvtg?si=uOqontosUtn9cS3w
#Dhimbiibbaa
#Mana_Kiristaanaa
#Kiristoos_Hin_Beektu
Kiristoos Mana Kiristaanaa Ortodoksi Tawaahidoo qofatti karaa sirrii fi dhugaatin lallabama. Haa ta'u malee shakkitootni baay'ee mana kiristaanaa kanaan Kiristoos hin beektu jedhu. Dhugaan jiru garuu akkami?
~ Turtii barsiisaa Baacaa Nagaasaa (Dn) waliin taasifame, Kutaa 1ffaa.
"...mana dha jedhamti malee mana kiristaanaa hin jedhamtu!!" jedhan. Manni Kiristaanaa Ortodoksii Kiristoosiin hin lallabduu?
Gaffii kanaa fi kanneen biroof deebii isaa asuma keessaa waan argattaniif haga dhumaatti akka hordoftan jaalalaan isin affeerra.
Tajaajila Miidiyichaa jajjabeessuuf #Subscribe gochuun dirqama kiristaanummaa keessan akka baatan maqaa Waaqayyootin isin yaadachiifna!👇
https://youtu.be/m--o4esUvtg?si=uOqontosUtn9cS3w
YouTube
Dhimbiibbaa dhimma Mana Kiristaanaa irratti // B/saa Dn Baacaa Nagaasaa kutaa 1ffaa
Kiristoos Mana Kiristaanaa Ortodoksi Tawaahidoo qofatti karaa sirrii fi dhugaatin lallabama. Haa ta'u malee shakkitootni baay'ee mana kiristaanaa kanaan Kiristoos hin beektu jedhu. Dhugaan jiru garuu akkami?
~ Turtii barsiisaa Baacaa Nagaasaa (Dn) waliin…

❤11👍2❤🔥1🥰1
Forwarded from Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa (Misganu Mulatu)
Telegraph
Wareegamaa Qulqulluu Marqooriwoos
Dhuma jaarraa 2ffaatti bulchiinsa Room jalatti Asleex jedhamutti nama Aros jedhamutu ture. Haati warraa isaa bareeddudha. Garuu, kan itti bulan waaq-harkeetti. Guyyaa tokko Aros abbaa wajjin bineensa adamsuu yoo deemu kiyyo isaa keessa kan galan uumamtoota…
Sadaasi 25 guyyaa ayyaana yaadannoo Wareegamaa Qulqullicha Marqooriwoosiiti.
Join: @abdiimaariyaamiifinjira
https://telegra.ph/Wareegamaa-Qulqulluu-Marqooriwoos-12-04

❤17👍4
Forwarded from MIIDIYAA SOOTIRIYAA ሶትርያ ሚዲያ (Habtamu)
#Gadhiifameera
Manni kiristaanaa fi Kiristoos hariiroo akkamii qabu? #Hanqaaquun_Guchii maalif mana kiristaanaa irratti godhama?Manni Kiristaanaa maalif qormaata keessa jiraatti?
Gaaffilee jedhaniif deebii argattu
Dhimbiibbaa Kutaa 2ffaa Bsaa Baacaa Nagaasaa waliin qopheessine kunoo
Tajaajila Miidiyaa kanaa jajjabeessuuf #Subscribe gochuun akka maatii taatan irra deebidhaan isin affeerra.
https://youtu.be/YYLMPZAk8OY?si=efO9BJR1iKLNlX2-

Dhimbiibbaa dhimma Mana Kiristaanaa fi Kiristoos irratti // B/saa Baacaa Nagaasaa (Dn) Kutaa 2ffaa
Yaada ykn gaaffii sagantaalee Miidiyichaa irratti qabdaniif karaa lakkoofsota bilbilaa +251982084408 / +251982085508 irratti nuuf bilbiluu dandeessu.
Maatii Miidiyaa Sootiriyaa ta'uun tajaajiloota Miidiyichaa akka argattaniif liinkiiwwan armaan gadii akka…

❤21👍1
Forwarded from MIIDIYAA SOOTIRIYAA ሶትርያ ሚዲያ
#Gadhiifameera
Gaaffilee kunneeniif deebii isaanii asiitii argattu, dhimbiibbaa Kutaa 3ffaa Bsaa Baacaa Nagaasaa waliin qopheessine kunoo, itti dhihaadhaa.👇
Tajaajila Miidiyichaa jajjabeessuuf YouTube Miidiyichaa #Subscribe, #Share, #Like fi #Comment akka gootan jaalala Gooftaan isin gaafanna!
https://youtu.be/CqtTupN0W6Q
👉 Namootni manni kiristaana Ortodoksii tawaahidoo Kiristoos hin lallabdu jedhan kanneen akkamiiti?
👉 Amantootni namoota akkamii dhagahuu qabu?

Dhimbiibbaa dhimma Kiristoos fi Mana Kiristaanaa irratti // B/saa Baacaa Nagaasaa (Dn) Kutaa 3ffaa
👉 Namootni manni kiristaana Ortodoksii tawaahidoo Kiristoos hin lallabdu jedhan kanneen akkamiiti?
👉 Amantootni namoota akkamii dhagahuu qabu?
~ Turtii barsiisaa Baacaa Nagaasaa (Dn) waliin taasifame, Kutaa 3ffaa.
Yaada ykn gaaffii sagantaalee Miidiyichaa…

❤12👍2
Forwarded from SAGALEE GAMMACHUU🌤 (Abushyee Beyenee)
#UGGUM RAAJII_DHA
ግሩም ድንቅ ነው #Gadhiifameera_seena_dhaggeeffadha #share_like_subscribe taasisuun akkuma baramee na jajjabeessa🙏 https://youtu.be/JGefyEdIBeU

UGGUM RAAJII DHA|ግሩም ድንቅ ነው|F/taa Dn Taarikuu Bayyanaa(Abush)Faarfanna haaraa Afaan Oromoo Ortodoksi
Faarfanna Haaraa Afaan Oromoo|UGGUM RAAJII DHA(ግሩም ድንቅ ነው)
#mezmur #eotc #new #video #videos @EOTCTV @EOTCMK @EOTCOrthodoxChannel1 @eotcmezmur9763 @EOTC_React @AbaYohannesTesfamariam @BereketTesfayeOffical @BereketTesfayeOffical @dagnustudio3457…

❤12