ADAMABKCHURCH Telegram 24
Konfiraansii Fayyisuu Yesuus sababeeffachuun namoota qaama miidhamoo ta'an namoota sagaltamaaf deeggarsi taasifame
▬▬▬▬▬
Waldaan Birhaana Kiristoos Adaamaa - Adama Birhana Christos Church konfiraansii fayyisuu yesuus Bishop Dag Heward-Mills waliin ta'uun magaalaa Adaamaa Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taasifte sababeeffachuudhaan namoota qaama miidhamoo ta'an sagaltama, tokko tokkoo isaaniif mana lukkuu ammayyaa tokkoo fi lukkuu Afur Afur kennaniiru. Deeggarsa kana kan taasisan Bishop Dag Heward Mills namoota akkasii deeggaruun kutaa tajaajilaa keessaa isa guddaa ta'uu dubbachuun, namoota kanaafis kadhataniiru.

Namoonni deeggarsi taasifamee kunneen lakkoofsaan namoota sagaltama yoo ta'an karaa waajjira hawaasummaa magaalaa Adaamaa adda kan baafamanii fi deeggarsi kan barbaachisuuf ta'uun eerameera.

Weebsaayitii keenya daawwadhaa
https://www.adamabkchurch.org

tgoop.com/adamabkchurch/24
Create:
Last Update:

BY Adamabkchurch

Share with your friend now:
tgoop.com/adamabkchurch/24

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

The imprisonment came as Telegram said it was "surprised" by claims that privacy commissioner Ada Chung Lai-ling is seeking to block the messaging app due to doxxing content targeting police and politicians. Users are more open to new information on workdays rather than weekends. Ng was convicted in April for conspiracy to incite a riot, public nuisance, arson, criminal damage, manufacturing of explosives, administering poison and wounding with intent to do grievous bodily harm between October 2019 and June 2020. In handing down the sentence yesterday, deputy judge Peter Hui Shiu-keung of the district court said that even if Ng did not post the messages, he cannot shirk responsibility as the owner and administrator of such a big group for allowing these messages that incite illegal behaviors to exist. Don’t publish new content at nighttime. Since not all users disable notifications for the night, you risk inadvertently disturbing them.
from us

Telegram Adamabkchurch
FROM American