tgoop.com/baaburayyan/1098
Create:
Last Update:
Last Update:
Jaalala malee Na kabajii
Garuu
Kabajaa malee nan Jaalatin
Jaalalli waan bareedaa dha Garuu Kabajaa hin qabuu taanan bu'a hin qabu
Yo Na jaalateef
👉Namuma Ko kabaji
👉Ilalchaa Ko kabaji
👉 Dandeeti Ko kabaji
👉Karoora koo kabaji
👉Maatiko kabaji
👉Firaa ko kabaji
👉 Hiryaa koo kabaji
👉Ganda Dhaloota Ko kabaji
Wolumaa galaati waan anan wol qabatu waan gaari hunda naaf kabaji akkas gaafa goote dhuga na jaalata kana hin ta'u tanaan Jaalali ke ana biraat fudhatama hin qabu
Amantaho akka hin jenne Ani nama Amantaf kabaja hin qabne irra hin dubadhuu waan taheef Amantan Ko angafa waan hundat✅️♥️
Ergan kun Namota heddudhaf malee dhunfan namaaf dhaama hin jiruu 😊👌
BY Badriya Awel official channel❤
Share with your friend now:
tgoop.com/baaburayyan/1098