BAABURAYYAN Telegram 1137
Badriya Awel official channel
Photo
Ergaa onnee keetiif..

Maddi anniisaa gaarii jireenya keessatti inni guddaan Allah irratti yaada gaarii qabaachuudha..
Sadarkaan filannoo jireenya keessatti inni guddaan Allah irratti amantii gaarii qabaachuudha.

Akkasumas sababni guddaan qorumsa irratti obsuu fi rakkina obsuu danda’u Allah irratti amantii gaarii qabaachuudha.
Kanaaf waa’ee Allah gaarii yaadi, hin yaadda’in, yaadni gaariin abdii kutannaa booda goonu fayyina nuuf ta’a ..

Allah biratti wanti dhabame hin jiru, dadhabbiin kee, abdii kutannaan kee, wal'aansoon kee, obsa kee, sun hundi waan ati eeggattutti si dhiheessa yoo siif ta'e ..

Tarii sababoonni dhumaniiru ta'a, ati garuu Rabbii sababootaa wajjin jirta, yaadadhu osoo niyyaa qadaraa beektee, silaa yaada Rabbii keetii dhabuu irraa kan ka'e ni baata ture.

Akkasumas jecha sheekh Al-sharawi yaadadhaa rabbiin rahmata haa godhuuf "namni abbaa qabu homaa hin yaadda'u namni rabbi qabu"..

Akkasumas jecha Amiiraa keenya Omar bin Al-Khattab yaadadhaa Rabbiin isarraa haa jaalatuu "osoo qadaraan namaaf dhiyaattee, hiree Rabbiin isaaf file filata. "

Allaha irratti amantii kee godhadhu iccitii waan si mudatu hundatti quufuu..

tgoop.com/baaburayyan/1137
Create:
Last Update:

BY Badriya Awel official channel❤

Share with your friend now:
tgoop.com/baaburayyan/1137

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

Telegram Channels requirements & features With the sharp downturn in the crypto market, yelling has become a coping mechanism for many crypto traders. This screaming therapy became popular after the surge of Goblintown Ethereum NFTs at the end of May or early June. Here, holders made incoherent groaning sounds in late-night Twitter spaces. They also role-played as urine-loving Goblin creatures. Joined by Telegram's representative in Brazil, Alan Campos, Perekopsky noted the platform was unable to cater to some of the TSE requests due to the company's operational setup. But Perekopsky added that these requests could be studied for future implementation. How to Create a Private or Public Channel on Telegram? The initiatives announced by Perekopsky include monitoring the content in groups. According to the executive, posts identified as lacking context or as containing false information will be flagged as a potential source of disinformation. The content is then forwarded to Telegram's fact-checking channels for analysis and subsequent publication of verified information.
from us

Telegram Badriya Awel official channel❤
FROM American