BAABURAYYAN Telegram 1142
Jireenya kana keessatti onnee gaarii qabaachuun siif gahaadha, gaarummaan onnee mataansaa cimina fi bareedina gaarummaa malee homaa miti

Jechoonni gaggaariin sanyii arrabni kee biyyoo onnee keessatti darbatee miiraan bishaan obaasu, miiraan miiraan onnee keessa burqu, abaaboowwan baalli isaanii hin harcaanee fi ibsi isaanii hin duuneedha

Jaalala, gaarummaa, hiriyummaa, xiyyeeffannaa, jechi gaarummaa fi onneen qulqulluun miidhagina dhugaa dhala namaati, jibba caalaa wanti salphaa hin jiru, jaalalli garuu lubbuu guddaa barbaada

Galatoomaa warri abaaboo babbareedoo lubbuu keessan keessatti dhaabdan osoo karaa keessan hin dhaabin, isinuu hin beektan, tarii ilmi namaa waan abdii itti horu dhaabuuf jecha eeggataa ture. Warri Haababaoo uffatan isa fakkaatu jedhan. 🌹♥️
#rabbif_jecha_jaaladhu_sababa_tokko_malee
#qurana_rabbii_hospitaala_qalbii
#yeeron_waa_hunda_jijira
#yeero_waan_hundajijiraa

tgoop.com/baaburayyan/1142
Create:
Last Update:

BY Badriya Awel official channel❤

Share with your friend now:
tgoop.com/baaburayyan/1142

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

Telegram desktop app: In the upper left corner, click the Menu icon (the one with three lines). Select “New Channel” from the drop-down menu. Telegram Android app: Open the chats list, click the menu icon and select “New Channel.” 4How to customize a Telegram channel? How to Create a Private or Public Channel on Telegram? Avoid compound hashtags that consist of several words. If you have a hashtag like #marketingnewsinusa, split it into smaller hashtags: “#marketing, #news, #usa.
from us

Telegram Badriya Awel official channel❤
FROM American