BAABURAYYAN Telegram 1148
Jireenyi qormaata nuti keessa darbinu natti fakkaata ture, innis qormaata jireenyi keessa darbinu ta’uu keenya natti mul’ate..

Dhumarratti akka jireenyi jireenya nu jalaa hatu fi muuxannoo nuuf kennu bare..
Muuxannoon dadhabbii keenya fudhatee ogummaadhaan nu gata.

Dhumarratti umuriin hunduu dhandhama mataa isaa akka qabun bare, akkasumas umuriin hunduu gammachuu addaa mataa isaa akka qabu..
Warra gaafa cabuu harka nu kennatan yaadadhe,
Warri dhukaasan immoo lapheen isaanii irratti kufe.

Jireenyi mo’amuu fi mo’achuu gidduu akka ta’e amaneera.

Dhumarratti yeroon qarshii jireenya keetii akka ta’e bare, innis qarshii tokkicha ati qabdudha, fi akkamitti akka dabarsitu murteessuu kan danda’u si qofa..
Akka namni biraa bakka kee bu’ee hin baasne mirkaneeffadhu..

Dhumarratti jechi badaan lubbuu akka miidhu bare, akka qoosaatti ergamus, jechi gaariin immoo jajiif ta'us balaa akka gammachiisu.

Miirri namaa urgaa’aadha jechi bareedaan onneetti baallee uuma, jechi hamaan immoo onnee namaa cabsa.

Ilaalcha fi jechoota kee of eeggannoon filadhu, akka isaan warra kaan irratti mallattoo hin taane godhan.

https://www.tgoop.com/baaburayyan

tgoop.com/baaburayyan/1148
Create:
Last Update:

BY Badriya Awel official channel❤

Share with your friend now:
tgoop.com/baaburayyan/1148

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

A Hong Kong protester with a petrol bomb. File photo: Dylan Hollingsworth/HKFP. Matt Hussey, editorial director at NEAR Protocol also responded to this news with “#meIRL”. Just as you search “Bear Market Screaming” in Telegram, you will see a Pepe frog yelling as the group’s featured image. Just as the Bitcoin turmoil continues, crypto traders have taken to Telegram to voice their feelings. Crypto investors can reduce their anxiety about losses by joining the “Bear Market Screaming Therapy Group” on Telegram. The Standard Channel During the meeting with TSE Minister Edson Fachin, Perekopsky also mentioned the TSE channel on the platform as one of the firm's key success stories. Launched as part of the company's commitments to tackle the spread of fake news in Brazil, the verified channel has attracted more than 184,000 members in less than a month.
from us

Telegram Badriya Awel official channel❤
FROM American