Warning: mkdir(): No space left on device in /var/www/tgoop/post.php on line 37

Warning: file_put_contents(aCache/aDaily/post/baaburayyan/--): Failed to open stream: No such file or directory in /var/www/tgoop/post.php on line 50
Badriya Awel official channel❤@baaburayyan P.1153
BAABURAYYAN Telegram 1153
Naamusnii fi safuun uffata lubbuuti, kanaafuu namni akkamitti bareedina isaa dabarsee kenna?
Nama kabajuu jechuun of kabajuudha
Kabajni olka'umsa malee dadhabina miti kanaaf warra safuu qabantu jira
Barreeffamni bara baraan onnee keessa jiraata
Yoo na kabajje sin kabaja yoo na kabajuu baatte anis sin kabaja
Ani ana bakka bu'a ati immoo ofuma kee bakka buta

Kabajni tarkaanfii jaalala fuulduratti maayilii kuma tokko
Namni kabaju ni jira waan kabajamuuf
Akkasumas kan si kabaju waan ati kabajamtuuf jira.

Kabajni lammaffa amantti boddedha
Hiriyummaa olii fi olii.... Ol kana kinship...
Jaalala gubbaanis

Nama kabaji jechuun ni barbaadda jechuu miti
Sun haamilee keeti yoo isaan ta’uu baatanillee
#photographychallengechallengeraphychallengechallenge #rabbif_jecha_jaaladhu_sababa_tokko_malee #qurana_rabbii_hospitaala_qalbii #yeeron_waa_hunda_jijira #highlightseveryonefollowers #yeero_waan_hundajijiraa #photographychallengeraphychallenge #photographychallengechallenge #baby #By

tgoop.com/baaburayyan/1153
Create:
Last Update:

BY Badriya Awel official channel❤

Share with your friend now:
tgoop.com/baaburayyan/1153

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

5Telegram Channel avatar size/dimensions For crypto enthusiasts, there was the “gm” app, a self-described “meme app” which only allowed users to greet each other with “gm,” or “good morning,” a common acronym thrown around on Crypto Twitter and Discord. But the gm app was shut down back in September after a hacker reportedly gained access to user data. Telegram has announced a number of measures aiming to tackle the spread of disinformation through its platform in Brazil. These features are part of an agreement between the platform and the country's authorities ahead of the elections in October. Telegram channels enable users to broadcast messages to multiple users simultaneously. Like on social media, users need to subscribe to your channel to get access to your content published by one or more administrators. The initiatives announced by Perekopsky include monitoring the content in groups. According to the executive, posts identified as lacking context or as containing false information will be flagged as a potential source of disinformation. The content is then forwarded to Telegram's fact-checking channels for analysis and subsequent publication of verified information.
from us

Telegram Badriya Awel official channel❤
FROM American