Warning: mkdir(): No space left on device in /var/www/tgoop/post.php on line 37

Warning: file_put_contents(aCache/aDaily/post/baaburayyan/--): Failed to open stream: No such file or directory in /var/www/tgoop/post.php on line 50
Badriya Awel official channel❤@baaburayyan P.1156
BAABURAYYAN Telegram 1156
Haala ulfaataa keessa yoo jiraatte, nama si waliin xiyyeeffate irratti xiyyeeffadhu, yeroo inni haala gaarii keessatti si argu tasgabbooftee onnee isaa tumsita...

Yoon namatti balleesse dhiifama gaafadhee haala jiru irra deebi'ee hubachuuf yaale,
Xiyyeeffannaa kee nama dhugaan yaada keetii sitti dhagahame, dhiifama si gaafatee fi dadhabbii kee dinqisiifate waliin godhi, araarri yeroo hunda gidduu keessanitti buufama...

Guyyaa tokko nama hunda jalaa dhokachuu yoo filatte, nama onnee kee deebisee mirkaneessuuf yaalu irratti xiyyeefadhu akka onneen isaa si biraa deebi'uuf...

Yoo keessoon dhaamuun kee sitti dhagahame, waan sitti dhagahame irratti xiyyeefadhuutii humna kee deebifachuuf carraaqi akka ifni isa keessa jiraatu yoo deebi'ee si arge...

Securityn kan namatti dhagahamu yeroo namni tokko dhandhama hadhaawaa afaan kee keessa guutetti..

Akka qoricha ifaatti, harka nagaa Rabbii nuuf kenne hundumaa irraa geeba isaa fudhannee keessa keenya dukkanaa’e akka fayyinuuf...

Allahan hirkoo onne hunddaf ta’e ha ta’u Rahim Hin Lin...

Yaa rabbi yoon isaan keessaa tokko ta'uu baadhe isaan keessaa tokko na taasisi.

#photographychallengechallengeraphychallengechallenge #rabbif_jecha_jaaladhu_sababa_tokko_malee #qurana_rabbii_hospitaala_qalbii #yeeron_waa_hunda_jijira #highlightseveryonefollowers #yeero_waan_hundajijiraa #photographychallengeraphychallenge #photographychallengechallenge #baby #By

tgoop.com/baaburayyan/1156
Create:
Last Update:

BY Badriya Awel official channel❤

Share with your friend now:
tgoop.com/baaburayyan/1156

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

A vandalised bank during the 2019 protest. File photo: May James/HKFP. How to Create a Private or Public Channel on Telegram? The initiatives announced by Perekopsky include monitoring the content in groups. According to the executive, posts identified as lacking context or as containing false information will be flagged as a potential source of disinformation. The content is then forwarded to Telegram's fact-checking channels for analysis and subsequent publication of verified information. While the character limit is 255, try to fit into 200 characters. This way, users will be able to take in your text fast and efficiently. Reveal the essence of your channel and provide contact information. For example, you can add a bot name, link to your pricing plans, etc. Add the logo from your device. Adjust the visible area of your image. Congratulations! Now your Telegram channel has a face Click “Save”.!
from us

Telegram Badriya Awel official channel❤
FROM American