Warning: mkdir(): No space left on device in /var/www/tgoop/post.php on line 37

Warning: file_put_contents(aCache/aDaily/post/baaburayyan/--): Failed to open stream: No such file or directory in /var/www/tgoop/post.php on line 50
Badriya Awel official channel❤@baaburayyan P.1157
BAABURAYYAN Telegram 1157
Yoo itti irkatan malee namni gadi si qabu hin jiru.. Yoo ati itti qabatte malee namni si jaju hin jiru.. Hin hir'attu, hin alagoomtu, garaa cabdee hin raftu: nama tokkoof jettee jireenya kee jijjiirtu malee, akka jireenyaatti ilaaluuf...

Namni kamiyyu akka waan hunda kee ta’u hin eyyaminiif, sababni isaas yoo isaan deeman, ati waan tokko ille hin haftu caba hin fayyine cabada kanafuu nama kamiiyyuu jaaladhuu male amantte waa hunda kee godhatte itti hin irkkatiin sababni isaas gaddiduun keetu yo Aduun dhiitu sii dhiftte deemttii waan ta'ef.

Akka qophaa taate cabde hin miidhamneef
Of Ta'ii Jiradhuu nama tokkorrattii hin irkkatiin.
#yeroon_waan_hunda_jijira
#reelsfbシ #BOOMchallengeBOOMchallenge #تلاوةالقرآن #ريلزات #BestPhotographyChallenge #حالاتواتساب #اكتب_شي_تؤجر_عليه #baby #الموت

tgoop.com/baaburayyan/1157
Create:
Last Update:

BY Badriya Awel official channel❤

Share with your friend now:
tgoop.com/baaburayyan/1157

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

How to Create a Private or Public Channel on Telegram? It’s easy to create a Telegram channel via desktop app or mobile app (for Android and iOS): 2How to set up a Telegram channel? (A step-by-step tutorial) Today, we will address Telegram channels and how to use them for maximum benefit. Hashtags
from us

Telegram Badriya Awel official channel❤
FROM American