Warning: mkdir(): No space left on device in /var/www/tgoop/post.php on line 37

Warning: file_put_contents(aCache/aDaily/post/baaburayyan/--): Failed to open stream: No such file or directory in /var/www/tgoop/post.php on line 50
Badriya Awel official channel❤@baaburayyan P.1158
BAABURAYYAN Telegram 1158
Soomana Ashuuraa.

Baatiin Muharram baatii jalqaba lakkoofsa Hijraa yoo taatu, baatiin tun Baatii ALLAAH ja'amti. Ji'oota afran Islaamummaa keessatti sadarkaa qaban keessaa tokko yoo taatu, Ashuuraan immoo guyyaa kurnaffaa ji'a Muharramiiti.

Hadiisa Abuu Hureeyraan –(Rabbiin irraa haa jaalatuu) odeesseen Ergamaan Rabbii (SAW) akkas ja'an: "Soomana Ramadaanaatti aanee soomanni akkaan sadarkaa qabu Soomana ji'a Rabbii kan tahe ji'a Muharramiiti.
(Musliim 2812)

Ji'a Muharram keessaa immoo Soomanni guyyaa kurnaffaa kan guyyaa Ashuuraa soomana akkaan sadarkaa qabuudha.

-> Guyyaa kana maaliif soomanna ?

Hadiisa Abdallah Ibni Abbaas (RA) irraa odeeyfameen...

"Ergamaan Rabbii(SAW) yeroo magaalaa Madiinaa seenanitti, warri Yahuudaa guyyaa Ashuuraa Soomanaa turan, maaliif guyyaa kanatti Soomantu jechuun gaafatan; warri Yahuudaa akki ja'an: guyyaan guyyaa Rabbiin Muussaa fi hordoftoota isaa Fir'oonaa fi waraana isaa jalaa baasuun, Isaan immoo bishaaniin balleesse waan taheef guyyaa kanatti Rabbii keenya galatoomfatuuf soomanna jechuun deebisan. Ergamaan Rabbii (SAW ) isiin caalaa kan Muussaaf dhiyaatu nuti jechuun guyyaa kanatti ofii isaaniif soomanuun Sahaabonnis akka soomanaan ajajan".
(Musliim 2714)

Ergamaan Rabbii (SAW) yeroo Makka turanittis guyyaa Ashuuraa ni soomana ture, garuu nama tokkollee hin ajajne.

-> Bu'aan isaa hoo maali?

Hadiisa Abii Qataadah irraa odeeyfameen Ergamaan Rabbii (SAW) akkas ja'an: "Nama guyyaa Arafaa soomane Rabbiin badii isaa xixiqqaa kan waggaa lamaa Araaraamaaf; akkasumas Nama guyyaa Ashuuraa Soomane immoo badii waggaa tokko kan dabre araaramaaf" ja'an. (Musliim 1976).

Soomanni kun Sunnaadha.

tgoop.com/baaburayyan/1158
Create:
Last Update:

BY Badriya Awel official channel❤

Share with your friend now:
tgoop.com/baaburayyan/1158

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

As the broader market downturn continues, yelling online has become the crypto trader’s latest coping mechanism after the rise of Goblintown Ethereum NFTs at the end of May and beginning of June, where holders made incoherent groaning sounds and role-played as urine-loving goblin creatures in late-night Twitter Spaces. "Doxxing content is forbidden on Telegram and our moderators routinely remove such content from around the world," said a spokesman for the messaging app, Remi Vaughn. How to create a business channel on Telegram? (Tutorial) Although some crypto traders have moved toward screaming as a coping mechanism, several mental health experts call this therapy a pseudoscience. The crypto community finds its way to engage in one or the other way and share its feelings with other fellow members. Just at this time, Bitcoin and the broader crypto market have dropped to new 2022 lows. The Bitcoin price has tanked 10 percent dropping to $20,000. On the other hand, the altcoin space is witnessing even more brutal correction. Bitcoin has dropped nearly 60 percent year-to-date and more than 70 percent since its all-time high in November 2021.
from us

Telegram Badriya Awel official channel❤
FROM American