Telegram Web
Namoonni tokko tokko Onnee teennaf Qoricha.
Akkasuma Jechoonnii isaanii tokko tokko Onnee teenna bira hin darban Garuu qoricha Boqonnaa ta'anii nutti dhufu yeroo mataa dhukubbii cimaa dhukubee dhukubaa san nurra balleessa akkasuma Gammachuu fii Tasgabbii miiraa keennaf fii ifaa fuula kennaf kenna ifini fuula Fuula kee irraa ifu qoricha Boqonnaa Gaarii namaf ta'a

namoonni Boqonnaa Gaarii siif ta'u namoota qalbii isaanii keessatti bakka guddaa siif qabanidha nama san jabeefadhuu.😊🌹
#Yeeron_waa_Hunda_Jijira
Yoom akka Kufne beektaa?
Nuti kan kufnu gaafa Warra mana kenna keessaa Jiraatan caalaa Ormmaf gati kennina.

Nuti kan kufnu yeroo barreffama kabaja gudda barreessinu Hiriyyotaa Yookiin Naamota muraasaf Paarati Kaaroorisine. Akkasumas
Maatii keennaf kabaja kennu dagannu.
guyyaa hunda nuti kan kufnu gaafa Burcuqqoo Bareedaa daawwatotaaf, Garuu warra mana keessa jiraanif Burcuqqoo cabe

Nuti kan kufnu Naamota biro gammachiisuf Baay'ee caraaqanna garuu Maatii keenna Gammachisun Ba'aadha.

Nuti kan kufnu Geengoo Hiriyyotaa keessaatti gaaf Social media irratti jaalala fii kabajaa dagnggaa hin qabne Maatii keennaf qabnu Agarsifnu.manatt garuu Bishaan Burcuqqoo fiduf didinu.

Maatiin Qabeenya guddaa dhaa dursinee Maatii keennaf kabaja fii jaalala haa keenninuf
Maatii keennaf dursa haa kenninu. Maatiin Qabeenya guddaa dhala namatii.
Haa Kuununsinu.

#yeeron_waa_hunda_jijira
• You deserve a calm love with someone who hears you, sees you, understands you, appreciates you, supports you, and loves you. Someone who is consistent, communicates clearly, and creates a caring safe space to heal, grow,.and bloom together. A love you never have to heal from.🖤

“Pray to have a partner who’s heart remains soft for you always.”🦋

Nama si dhaga'u si argu sii hubatu si Dinqisifatu si gargaaru fii sii jaalatu waliin jaalala tasgabbaa'aatu siif mala namni tokko kan itti fufiinsa qabu ifatti kan wal qunnamu fii bakka kunuunsa gaarii kan uumu fayyuuf Guddachuuf fii waliin afuufa jaalala yoomille irraa fayyuu hin qabne.🖤

Hiriyyaa Onneen isaa ykn isii yeroo hunda siif laaftu ykn siif laafaa tate ykn ta'e akka qabaattuf Kadhadhu. ♥️
#yeeron_waa_hunda_jijira
‏الأيّام كفيلة بأن توضح لك مشاعِر الآخرين تِجاهك..
ستَعلم بأن ليس كُلّ قريب يُحبك وليس كُل كلمة جميلة صادِقة من القلب وليس كُلّ ابتسامة تدُل على النقاء..
هذهِ هي الحياة! مواقف تصدمك..
ومواقف تُبكيك، ومواقف تحتاج لتجاهُلها..
وهُناك مواقف لا تُنسى..
Guyyoonnii gahaadha waan namoonni biro Waa'ee kee yaadan sitti garsisuuf.

Akkasumas seequn Hundi Qulqullummaa hin Agarsisu Jireenyii kana !
Haalota Si rifachiisan Haalota sii boossisan fii Haalota atii dhiisuu qabdu.fii haalonni hin dagatamne jiru.
Eenyuyyuu Akka turuuf yookiin
Akka dhiisuf hin Dirqamsiisin
Akka Shinbirro Ta'ii kan jireenya ofii Bilisummaadhan jiraattu

Isaan Akka shinbirroo yoo ta'an
ati ammo Akka Mukaav dhabbataa ta'ii

Ya damee keenna irraa dhabbatan lafa keessaa biqilu ta'i.
Ija keenna keessaa sii kayyaanna qaama keenna ta'i
Yoo deemu barbaddee qilleensa haaraya Baayetu jira.

Nuti garuu homa sin jennu
Homa gaarii siif hawwina.

Nama deemu barbaadu hin dhorkkin
Oso nama ta'u dhufe ta'e qarayyu hin deema jedhu ture Warronnii jireenya keenna keessaa
Deemttan Baga deemttan sababni Namoota isin caalaan Akkan Argganuuf sababa nuuf taatan. Wantti badaan deemu waan gaariitu dhufa Rabbiin waan gaarii bakka namaf buusa.

Kaanafuu Jireenya Kee keessatti deebisuuf Hin gaddiin kan caaltuu dhufa waan ta'ef

Rabbii irrattii dhiisii Hireen qooda Rabbiiti Hireen Qadaraa Rabbiiti waan ta'ef.
#yeeron_waa_hunda_jijira
Ilma namaatiif haqa isaatii ol hin kanniniif, ililliin yeroo garii baay'ina bishaaniif jecha duutii!
- ‏أحيانًا ترك الشيء أفضل من التمسك به .👌

Yeroo tokko tokko waan Tokko qabu irraa dhiisuu irraa wayya

Gad dhistu furmmata siif qaba taanan dhiisii
Ofirra .
Badriya Awel official channel
Photo
🌹 Jireenyi.......

Akka waan hunda hin dhandhamnneef
Dheera Mitii
Akka waan Hunda Hin Yaadannefis
Gabaabaa miti
🌹Garuu Akka jireenyi duniyaa homaa hin goonee Yo yaadanne Gamachun Dabarsina

✍️ Jiruun kun Dheerate Jennan waan Qalbin kenyaa barbaadu hunda kessatti hojjachuu hin dandeenyu bakka feene deemuu Waan barbaadine hojjachuu Fedhii kenyaa hundaa kessat argachu hin dandeenyu

✍️ Ammas Jiruun kun heddu gabaabdu taanan waan isii kessatti ta'u hundaa yadanne of boda debine sireessu ykn Jijiruuf humna hin qabnu jiruun har'aa jiraanu kun Akka fedha kenyaa mit waan tahef

✍️ Amma jiraannu kessat garuu waan hundaa ijaa gaarin laale Hamtuus dabarsa Toltuusis simacha danga isi tiksa waan nuuf kennamen gamadaa jiraachuudhaaf murtessun dirqama kenyaa

✍️Har'aa haali ulfaatus waan hin feene qunnamuus Waan jaallannu dhabnus qabiirn hundaa nama wol qixessa kan isaaf mijaates kan isatti dhiphatees Ganda duniyaa kana dhisee iraa godaana Gafaa qabir seenee isaaf dalaga isa qofatu wolin hafu

🌹Kanaaf Amuma jiraanu kana Siriitti ha jiraanu hangaa dandeenye daanga Rabbii akkasuma kan ilmaanii nama ha tikfaanu
كل شخص في هذه..
الدنيا فاقد ...
Duniyaa kana kessat namni Hunduu waan dhabe qaba ..
شيئاً يحبه في حياته ،،،
Jireenya isaa kessatti waan jaalatu..
حتى ...
لو ضحك كثيراً ..
Yo hanga fedhe kolfeele..
ورأيته سعيداً ،،،
Waan Gamachuu qabu sit fakkatule
يبقى شيءٌ بداخله ..
Kessa isaa kessatti waan hafutu jiraa ..
كلما تذكره تألم وضعف...
Waan sana akka yaadatuun kan dhukubif dadhabin iti dhagahamu...


Nama tahee kan madaa dhabe hin jiruu hanga duniyaa iraa jiruu kanat Madaa'uun hin hafuu garuu madaa isaa kana basee waan hin dubbanef nama naga kan yaro hunda gamachu qabu nut fakkata dubbin garuu akkas mit

Jiruun kun waan nut barbaannu akka nut barbaannut nuuf hin kennitu waan tokoo yo arganne waan toko dhabna kun haaluma gandaa kanaat kanuma wolinu of jabeessine madaa kenya dhokfata jiraachunis haaluma jireenyat🥲

Sammun keenya memorie qaba Kan waan darbe itin yaadanuf kan Yaroo waan sana yaadane gaddaan gutamnu kan Kolfu hundi jireenya gamachu qabu hin jiraatu irran seeqaa kesaan gubataa jiraata

Akka feenut jiraachufi seera jireenya mit Akka nuuf kennamet Jiraachun Abshaala ha taanu 😊
Guyyaa Guyyaan Fayyina Argachaa jirra
Dhugaa Dur nu miidhuni fudhanna irraa baqachuu dhifnnee keessaa darbinee hin jijiramnnee Boonna Onneen Ammallee jaalalaf fii kabaja bakka qabdi.

Lubbuun ammas waan gaarii hojjatti
Osoo deebii tokko hin eegin.
Jechii ammas jechuma

Kakuun yoo nuuf galmaayee raawwachu qabna.
Qulqulluummaan ammas Galmmaa keennafii Nagaya keenna Nageenyi Hawwii keenna isaa gaariidhaa. Onneen Qulqullun Fuula Baareeda 1000 caalttii.
#yeeron_waa_hunda_jijira
Jireenyii Caldhisu na barsiise
Afaan warra guddaa jedhani waamu
Akkasumas Haguuggii Wallaaltotaa
Ta'u mala Lubbuuwwanis dadhabu danda'u
Dugda isaa irratti caldhiisee
Garuu qoree isa keessaa waca.
Dhuga hin haalomnne jala miliquu ta'a

Yaada badaa baay'eetu jira
Caldhisuun ergga qajeelfama ta'a
Deebii ta'u danda'a
Tari wantta Komaatamuu qabu ta'uu danda'a
Namoonni tokko tokko ilaalanii tuffatu
Caldhisuu hunda duuba seenaa Kumaatamtuu jira. #yeero_waan_hundajijiraa
#yeeron_waa_hunda_jijira
"Barri nu darba akkasumas wanta abdanne keessa jireenya homaa hin qabne jiraannee of argine. "
Jireenyi keenya dhugaa nu irratti dhiibbamee fi abjuu nu miliqe gidduutti dhangala’a....
Yaadanno nuti wajjin jiraannu fi miira nuti jalaa miliquuf yaallu gidduu
Ga’umsa nuuf kaa’amee fi nuuf kaa’ame gidduu
Fi onneen akka malee mijaa’aa fi tasgabbii barbaaddi,
Jireenyi keenya carraawwan badanii fi yaadannoo badanii boo'an gidduu darba.
Akka carraa ta’ee ni darba akkasumas namoota baay’ee keenya buufata jireenyaa keessatti akka dhabne hin hubannu hamma yeroon darbutti,
Bakka itti of arginu dhaabbii isa dhumaa erga geenyee booda, bakka deebi'uun ulfaatu sana geenyeerra malee homaa deebisuuf humna hin qabnu"
Onneen kee qulqulluu yoo ta’e, onneen nama hundaa akka xuraa’e hin tilmaamtu. Yeroo ati dhugaa dubbattu, namni hundi akka sobduu ta’u hin tilmaamtu. Wanti ati naannoo kee jiru hunda keessatti argitu of qofa ibsa. Rabbiin SWT onnee keenya nuuf haa qulqulleessu, waan naannoo keenya jiru qulqulleessuuf nu haa fayyadamu. Ameen ❤️
Callisuu dhiisuun callisuu arrabaati
tasgabbeessuu miiraa fi qulqulleessuu sammuu yaadarraa madduudha
Callisuun jiraachuu kee osoo hin miidhin argamuudha

Callisuun xalayaa hin barreeffamne ta'uufi
Kitaaba hin dubbifamneefi oduu hin dhaggeeffatamnne ..
Fi sagalee vibration isaa hin madaalle
Callisuun afaan haaraa fi maallaqa hin qabne dha

Xalayaa fi lakkoofsa baankiitti hin baasinaa
Yeroo yookiin haala keessatti miira kee akkamitti akka ibsitu yookin of ittisu hin beekne ..

Onnee qulqulluu kan hammeenya jireenyaa hin baranne qabaachuu kee beeki.
#yeeron_waa_hunda_jijira
#yeero_waan_hundajijiraa
#rabbif_jecha_jaaladhu_sababa_tokko_malee
Badriya Awel official channel
Photo
Onnee hunda keessatti bakka ofiif kennuun barbaachisaa miti, onneen namootaa dhiphateera, kabajaa fi hiriyummaa dhaabuuf yaali malee gahaadha..

Onneen miidhama qofa kaatti, sammuun barumsa qofa baratti, miilli immoo barumsa hin fudhattu yoo boolla buute malee, namni si beeku akkam bareeda, haasawa isaa caalaa gaarii akka hin taane...

Jireenyi akkasii guyyaan tokko gammachuun dheerata tokko gaddaan dheerata wanti tokko illee akka tokkotti hin hafu ..

Hanga waan dubbattu baayyee qabaattutti bilchina hin qabdu namatti himuun hin barbaachisu..

Onneen gaariin nama hin miidhu, hiriyummaan isaa nageenya, niyyaan isaa qulqulluudha, yoo fudhatte balbala kuma tokko bana yeroo inni sirraa deemu, guutamuu malee homaa hin argattu..

Argachuun dhugaan, hiriyoota fedhii qaban dhabuudha..

Nama tokko waan isaan si jalaa dhoksan gaafachuu dhiisuun amala dha, yoo inni siif hin beekamne ta’e, yeroo baay’ee kan kee miti..

Walqunnamtii hafuuraa keessatti jedhama, fayyaa ta'aa sababni isaas akka madaallii keessaniitti madaallii koo deebiseen jira..

Kennaan yeroo hunda kennuudhaan miti, garuu yeroo tokko tokko ittisuudhaan, aaruudhaan, iccitii namaa haguuguu fi arraba gosoota kennaa hin qabne keessaa baasuudha.

Gaarummaa fi ho’ina namaa dhabuu keessatti, jireenyi ulfaataa ta’a, kanaaf jiraachuuf, iddoo gaarummaa fi haala daree ta’i..

Hamileen akka rizqiiti, namoonni sooressaa fi hiyyeessa jidduutti qabu..
#rabbif_jecha_jaaladhu_sababa_tokko_malee
#yeeron_waa_hunda_jijira
#yeero_waan_hundajijiraa
Badriya Awel official channel
Photo
Ergaa onnee keetiif..

Maddi anniisaa gaarii jireenya keessatti inni guddaan Allah irratti yaada gaarii qabaachuudha..
Sadarkaan filannoo jireenya keessatti inni guddaan Allah irratti amantii gaarii qabaachuudha.

Akkasumas sababni guddaan qorumsa irratti obsuu fi rakkina obsuu danda’u Allah irratti amantii gaarii qabaachuudha.
Kanaaf waa’ee Allah gaarii yaadi, hin yaadda’in, yaadni gaariin abdii kutannaa booda goonu fayyina nuuf ta’a ..

Allah biratti wanti dhabame hin jiru, dadhabbiin kee, abdii kutannaan kee, wal'aansoon kee, obsa kee, sun hundi waan ati eeggattutti si dhiheessa yoo siif ta'e ..

Tarii sababoonni dhumaniiru ta'a, ati garuu Rabbii sababootaa wajjin jirta, yaadadhu osoo niyyaa qadaraa beektee, silaa yaada Rabbii keetii dhabuu irraa kan ka'e ni baata ture.

Akkasumas jecha sheekh Al-sharawi yaadadhaa rabbiin rahmata haa godhuuf "namni abbaa qabu homaa hin yaadda'u namni rabbi qabu"..

Akkasumas jecha Amiiraa keenya Omar bin Al-Khattab yaadadhaa Rabbiin isarraa haa jaalatuu "osoo qadaraan namaaf dhiyaattee, hiree Rabbiin isaaf file filata. "

Allaha irratti amantii kee godhadhu iccitii waan si mudatu hundatti quufuu..
اللَّهُمَّ صَلِّ وَسَلِّمْ عَلَى نَبَيِّنَا مُحَمَّدٍ ﷺ🤍.
2024/08/16 16:21:19
Back to Top
HTML Embed Code: