Telegram Web
Forwarded from ORO CYRPTO
๐Ÿผtodays Zoo Gift schedule

๐ŸŽBox 1
โž–Time: 7:40 (Guyyaa)
โž–Reward: 3580 Feed
โž–Duration: 10 min

๐ŸŽBox 2
โž– Time: 3:35 (galgala)
โž– Reward: 259 Feed
โž– Duration: 30 min

๐ŸŽBox 3
โž– Time : 5:05  (Galagala)
โž– Reward: 1980 Feed
โž– Duration: 15 min


#Zoo xumuramuuf guyyaa 2 qofatu hafe

www.tgoop.com/zoo_story_bot/game?startapp=ref684510892

@orocyrpto
#kana_dhageessanii?

โœ๏ธAddunyaarraa birraabirroon halkanii inni guddaan Attacus Atlas jedhama.

Kaattuun isaa Seenti meetira 30 kan dheeratu yoo ta'u yeroo baay'ee sinbira jedhamee waamama.



#kanan_dubbiserraa

@baacoowwan
Gaafan si arguuf jedhu
Kooti koollee hin cufuu
Garuu boottii baasi jennan
Ani lammaffaa hin dhufuu

Gammachuu fuulaa koo
Waan ofii buruurii
Garuu maalif jette
Boottii Kee gurgurii

Sif jedheen bitadhee
Miilaa kiyyaaf boottii
Sin jaaladha buruurii koo
Akkuma lubbuu koottii

Maalin sif ibsuree
Jaalalaa onneerraa
Mee naf ajajamii
Ol sin kaawwadheraa

๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜ณ๐Ÿ˜ณ

@walaloo430
#kana_dhageessanii?


โœRoobiin hangam qaama guddaa qabaatuyyuu nama caalaa ariitiidhaan fiiga๐Ÿƒโ€โžก๏ธ๐Ÿƒโ€โ™‚โ€โžก๏ธ๐Ÿƒโ€โ™€โ€โžก๏ธ๐Ÿ˜ณ๐Ÿ˜ณ๐Ÿ˜ณ


#kanan_dubbiserraa

@baacoowwan
#kana-dhageessanii?



๐Ÿ—ฃguyyaa Jimaataa gammachuun namaa dachaa 11% ni dabala.


#kanan_dubbiserraa

@baacoowwan
#kana_dhageessanii?

๐Ÿ—ฃDaayinooseres lafarra jiraachaa yeroo ture irraa kaasee hanga ammaatti pilaanetii keenyarra jiraachaa kan jiru bineensa guddicha (Shark)๐Ÿ‹๐Ÿ‹ ykn Qurxummii guddicha qofadha.


#kanan_dubbiserraa

@baacoowwan
Kamtu sirnaan qubeeffameera?
Anonymous Quiz
7%
Cululee
65%
Culullee
28%
Culuullee
โœWaggaatti taphattoota maallaqni guddaan kaffalamuuf

1. Cristiano Ronaldo ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡น - ยฃ167.7 million
2. Karim Benzema ๐Ÿ‡ซ๐Ÿ‡ท - ยฃ83.8 million
3. RIYAD MAHREZ ๐Ÿ‡ฉ๐Ÿ‡ฟ - ยฃ43.76 MILLION
4. SADIO MANE ๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ณ - ยฃ33.5 MILLION
5. KALIDOU KOULIBALY ๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ณ - ยฃ29 MILLION
6. Robert Lewandowski ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ฑ - ยฃ28 million
7. Erling Haaland ๐Ÿ‡ณ๐Ÿ‡ด - ยฃ27.3M
8. Kylian Mbappe ๐Ÿ‡ซ๐Ÿ‡ท - ยฃ26.2M
9. Ivan Toney ๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ - ยฃ21.4M
10.Aleksandar Mitroviฤ‡ ๐Ÿ‡ท๐Ÿ‡ธ - ยฃ20.96M
11.Harry Kane ๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ - ยฃ20.96M
12.Milinkovic Savic ๐Ÿ‡ท๐Ÿ‡ธ - ยฃ20.96M
13.N'Golo Kante ๐Ÿ‡ซ๐Ÿ‡ท - ยฃ20.96M
14. Kevin De Bruyne ๐Ÿ‡ง๐Ÿ‡ช - ยฃ20.8M
15. Aymeric Laporte ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ธ - ยฃ20.5M
Marcelo Brozoviฤ‡ ๐Ÿ‡ท๐Ÿ‡ธ - ยฃ20.5M
17. David Alaba ๐Ÿ‡ฆ๐Ÿ‡น - ยฃ18.87M
18. Dusan Vlahovic ๐Ÿ‡ท๐Ÿ‡ธ - ยฃ18.63M
19. Casemiro ๐Ÿ‡ง๐Ÿ‡ท - ยฃ18.2M
20.MOHAMED SALAH ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ฌ - ยฃ18.2M

โœAfrica facts


@isportf
๐Ÿ–คโ™ฅ๏ธ๐Ÿค๐Ÿ–คโ™ฅ๏ธ๐Ÿค๐Ÿ–คโ™ฅ๏ธ๐Ÿค
๐Ÿ…๐Ÿ…š๐Ÿ…š๐Ÿ… ๐Ÿ…ข๐Ÿ…๐Ÿ…๐Ÿ…–๐Ÿ…ž๐Ÿ…ž๐Ÿ…ฃ๐Ÿ… ๐Ÿ…‘๐Ÿ…ค๐Ÿ…ก๐Ÿ…ก๐Ÿ…”๐Ÿ…”
Kan dursu nagaadha
ashamaa harka fuune
addunyaa jaalachuun
jiraa warri hin duune
Nagaan kan waaqaati
hundarra filamtuu
kan as jirtan hunduu
ashamaa akkam jirtu
Fagoorraas dhiyoorraas
walitti nu qabee
galanni haa ta'uufii
waaqa as nu dhaabe*2
๐Ÿ–คโค๐Ÿค๐Ÿ–คโค๐Ÿค๐Ÿ–คโค๐Ÿค
Hundumaa dabartanii
darbannaa bitaaf mirgaa
kan waaqayyoon qabutu
haala kanaan wal arga
gammachuu guddaan qaba
baga har'a geessani
of kaleeraami hunduu
waatiif maatiin keessani
waaaqni anaaniyaafaaf
qabbaneesseef abidda
nus keessa nu dabarse
wanta kaleef dheengaddaa
teenyee otuu dhiphannuu
amma raajiin dhalataa
ciniinsuu keenya fure
nurraan qabuu galata
waaqa qofaasaa moo'u
kan hin feene gargaarsa
laphee guutuu amannaan
waan caalu nu dabarsa
jedhee darbeen al tokko
dubbii ishuu dubbadha
qor qalbiin na caqasaa
gama afuuraan ๐ก๐ฎ๐›๐š๐๐ก๐š๐š*2
๐Ÿ–คโค๐Ÿค๐Ÿ–คโค๐Ÿค๐Ÿ–คโค๐Ÿค
Taatee gaaf shantammaffaa
maaf mormu dubbii waaqaa
qooqa keenyaan waaqessuun
mirgadha nuufis haqa
Sababa afaan oromoof
wayyaa gaddaa uffattuu
waan wangeelarran jirre
maaf uumtanii dubbattu
oromiffaan waaqessuu
maaliif gootu siyaasa
makuraaban faaliinaa
waaqayyo gad sin yaasa
Seenaa bara kamiitiin
manni amantaa ortodoksii
uffata gaddaa uffadhaa
jettee baasteetti labsii
otuu duutin jiraatiin
nuttin hawwiinaa du'a
seerri kaaniif hin jirre
siniif samiirraa bu'aa
maaltummoo isin dhibe
maaltu isin dhiphise
oromoon afaansaatiin
yoo waaqasaa dubbise
Nuunis gaafa nu uume
waan hundumaa nuu kennee
dachee badhaatuu waliin
qooqas nuttin waakkaanne*2
๐Ÿ–คโค๐Ÿค๐Ÿ–คโค๐Ÿค๐Ÿ–คโค๐Ÿค
afaan gaanfa afirikaa
qooqa addunyaa madaaluu
amaariffa dhiisaatii
ingiliffuu isan caalu
sinoodoosiin tigiraayi
dursa gaafa hundeeffame
namni dubbate jiraa
keenya maaf hadheeffame
qabeenya uumaan keenya
ganama nu badhaase
nu kabachiisuu caalaa
waraana nutti kaase
waaqa koo siif galata
jechuun ilmaan oromoo
gadda sin uffachiisee
raajiidha baranammoo
caqasasaa nuuf laattuu
lakkoofsasaaf boqonnaa
wangeelat jedha taanaan
nuyis gurraacha uffanna
maaf amantaa fakkeessuudhaan
uumtuu sochii dinagdee
maaf sinittin mul'atu
lubbuun hoolota badee*2

๐Ÿ…๐Ÿ…š๐Ÿ…š๐Ÿ… ๐Ÿ…ข๐Ÿ…๐Ÿ…๐Ÿ…–๐Ÿ…ž๐Ÿ…ž๐Ÿ…ฃ๐Ÿ… ๐Ÿ…‘๐Ÿ…ค๐Ÿ…ก๐Ÿ…ก๐Ÿ…”๐Ÿ…”

๐Ÿ–คโšซโšซโšซโšซ๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ดโšชโšชโšชโšช
๐Ÿ–ค๐†๐š๐ซ๐ ๐š๐ซ ๐ง๐ฎ ๐Ÿ๐š๐œ๐š๐š๐ฌ๐š๐ง๐ข
๐Ÿ–ค๐š๐ค๐ค๐š ๐ฌ๐š๐ง๐ ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐›๐ฎ๐ซ๐ซ๐ž๐ž
โ™ฅ๏ธ๐ง๐ฎ ๐›๐š๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐ฒ๐š๐š๐๐š๐ง๐ข
โ™ฅ๏ธ๐ช๐š๐›๐ฌ๐ข๐œ๐ก๐š ๐š๐ค๐ค๐š๐ง ๐ฑ๐ฎ๐ฆ๐ฎ๐ซ๐ซ๐ž
โ™ฅ๏ธ๐„๐ฅ๐š๐š ๐ ๐š๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ฐ๐š๐š๐ช๐š๐ฒ๐ฒ๐จ
๐Ÿค๐ฐ๐š๐š๐ง๐ญ๐š ๐ฑ๐ข๐ช๐ช๐จ๐จ ๐ข๐ญ๐ข๐œ๐ก๐š
๐Ÿค๐ฒ๐จ๐จ ๐ง๐š๐ฆ๐ง๐ข ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐จ ๐ ๐จ๐ค๐ฌ๐ž
๐Ÿค๐ค๐ฎ๐ฆ๐š๐š๐ญ๐š๐ฆ๐š ๐›๐ข๐ช๐ข๐ฅ๐œ๐ก๐š
๐Ÿ–ค๐€๐š๐๐š๐ง๐ข๐ข ๐๐ฎ'๐ฎ๐ฎ ๐ฐ๐š๐ฒ๐ฒ๐š
๐Ÿ–ค๐ฆ๐ข๐ข๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐›๐š๐ฌ๐ก๐š๐ง๐ง๐š๐ง๐ฎ๐ฎ๐ซ๐ซ๐š
๐Ÿ–ค๐๐š๐›๐ง๐ข ๐ง๐š๐ฆ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ฒ๐š๐š๐ง๐ง๐ฎ
๐Ÿ–ค............๐›๐จ๐ซ ๐š๐ค๐ค๐š ๐ ๐š'๐ฎ ๐ง๐ฎ๐ซ๐ซ๐š
๐Ÿ–คโšซโšซโšซ๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ดโšชโšชโšช
๐Ÿ–ค๐๐ž๐ž๐ค๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ข๐ซ๐ช๐š๐ฆ๐š ๐ค๐ž๐ž๐งy๐š
๐Ÿ–ค๐Ÿ๐ฎ๐ฎ๐ฅ๐š ๐ฐ๐š๐š๐ช๐š๐š ๐๐ฎ๐ซ๐š๐ญ๐ญ๐ข
๐Ÿ–ค๐๐ก๐ฎ๐ ๐š๐š๐ง ๐š๐Ÿ๐š๐š๐ง ๐ฌ๐š๐š๐ช๐ช๐š๐ญ๐ญ๐ž๐ž
๐Ÿ–ค๐›๐จ๐จ๐๐š ๐ง๐ฎ๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ฎ๐›๐›๐š๐ญ๐ญ๐ข
๐Ÿ–ค๐–๐š๐š๐ง ๐ข๐ฃ๐ฃ๐ข ๐›๐ข๐ข๐Ÿ๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐š๐ซ๐ ๐ž
๐Ÿ–ค๐ข๐ฃ๐š ๐ฐ๐š๐š๐ช๐š๐š ๐๐ก๐จ๐ค๐š๐ญ๐š๐š
๐Ÿ–ค๐จ๐ ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐šsaa๐ง ๐ง๐š๐ฆ๐š๐ญ๐ฎ
๐Ÿ–ค๐ฐ๐š๐š๐ง ๐ฆ๐ข๐ฅ๐ข๐ช๐ฎ ๐Ÿ๐š๐ค๐ค๐š๐š๐ญ๐š
๐Ÿ–ค๐Ž๐Ÿ ๐ ๐จ๐ฐ๐ฐ๐จ๐ฆ๐ฌ๐š๐š ๐ฃ๐ข๐ซ๐š๐š๐ง๐ง๐š
๐Ÿ–ค๐›๐ฎ'๐š๐š ๐Ÿ๐จ๐จ๐ง๐ข๐ข๐Ÿ ๐๐š๐๐ก๐š๐›๐š๐š
๐Ÿ–ค๐ง๐š๐ฆ๐ง๐ข ๐ฃ๐š๐š๐ฅ๐š๐ฅ๐š ๐ ๐š๐ญ๐ž๐ž
๐Ÿ–ค๐๐ก๐š๐๐š๐œ๐ก๐š๐ซ๐ซ๐š ๐ฐ๐š๐ฅ ๐๐ก๐š๐š๐›๐š*2
๐Ÿ–คโšซโšซโšซ๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ดโšชโšชโšช
โ™ฅ๏ธ๐Œ๐š๐š๐ฅ๐ข ๐ฒ๐จ๐จ ๐ฐ๐š๐ฅ๐ข๐ข๐Ÿ ๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐ง๐ž
โ™ฅ๏ธ๐ฐ๐š๐ฅ ๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ซ๐ซ๐š ๐ก๐ข๐ง ๐ฐ๐š๐ฒ๐ฒ๐ฎ๐ฎ
โ™ฅ๏ธ๐›๐ฎ'๐š๐š ๐ฐ๐š๐ฅ๐ข๐ข๐Ÿ ๐๐ก๐š๐ฆ๐š๐š๐ง๐š
โ™ฅ๏ธ๐ง๐š๐ฆ๐ง๐ข ๐ก๐ฎ๐ง๐๐ฎ๐ฎ ๐š๐ค๐ค๐š ๐Ÿ๐š๐ฒ๐ฒ๐ฎ
โ™ฅ๏ธ๐๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐ฃ๐š๐š๐ฅ๐š๐ฅ๐š ๐›๐ž๐ž๐ค๐ฎ
โ™ฅ๏ธ๐ฃ๐š๐š๐ฅ๐š๐ฅ๐š๐ฒ๐ฒ๐ฎ๐ฎ ๐ ๐ฎ๐ฆ๐š๐š๐œ๐ก๐ฎ
โ™ฅ๏ธ๐ฒ๐จ๐จ๐ฆ ๐œ๐š๐ซ๐ซ๐š๐š ๐Ÿ๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐ž๐ž ๐›๐š'๐ž
โ™ฅ๏ธ....๐ฌ๐ข'๐จ๐ฅ ๐ ๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐ ๐ฎ๐›๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ
โ™ฅ๏ธโšซโšซโšซ๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ดโšชโšชโšช
๐Ÿค๐’๐š๐ ๐š๐ฅ๐ž๐ž๐ง ๐ฆ๐š๐ฌ๐ข๐ก๐ข๐ข ๐๐ก๐ฎ๐Ÿ๐ž๐ž
๐Ÿค๐ ๐ฎ๐ซ๐ซ๐š๐ฌ๐š๐š ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š ๐ก๐š๐š ๐›๐ฎ๐ฅ๐ฎ
๐Ÿค๐ญ๐ฎ๐ซ๐ฃ๐ฎ๐ฆ๐š๐š๐ง๐ง๐ข ๐ก๐š๐š ๐ก๐š๐Ÿ๐ฎ
๐Ÿค๐ก๐ข๐ข๐ค๐ข๐ข๐Ÿ๐ข๐ข ๐ฆ๐ž๐ž ๐ž๐›๐š๐ฅ๐ฎ
๐Ÿค๐‡๐š๐ง๐ ๐š ๐ฒ๐จ๐จ๐ฆ๐ข๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ž๐ž๐ฆ๐š
๐Ÿค๐ฐ๐š๐ฅ ๐ ๐š๐›๐ซ๐จ๐จ๐ฆ๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ก๐š๐š ๐ ๐š'๐ฎ
#Kana_dhageessanii?

โœYeroo tokko gaazexeessaan tokko waa'ee muuxannoo dhuunfaa ishee #Helen Keller interview gochaa ture.
gaaffii kana barullee irratti barreessuudhaan akka dubbiftu gochuun ishee gaafate....

   "Jaamaa ta'uu caalaa maaltu hamaa ta'e Miis Keeylor? yeroo muraasaaf tasgabbooftee erga yaaddee booda deebii addunyaa raasu kennite.

   "Eeyyee, jaamaa ta'uu caalaa wanti hamaan mul'ata malee ta'uudha" jettee deebisteef.
  

   Helen Keller umrii ji'a 18tti mul'ata, dhageettii fi dubbii ishee dhabdus, namoota ijaan argan naannoo ishee jiran caalaa mul'ata gaarii fi ija fagoo qabdi turte.  Kitaabonni ishee kanaaf ragaa gahaadha, Helen Keillor 'maaliif akkas na goote' jettee Waaqayyoon komachuu dhiistee dubartii garaa ishee keessatti mul'ata qabdu waan taateef gammachuu fi quufadhaan jiraachaa turte.

@baacoowwan
โœKana beektuu?

๐Ÿ–ŒEarphone ykn headphone gurra irratti fayyadamuun baakteeriyaa gurra keessa jiru dachaa 700n dabala.

Kanan dubbiserraa



#join_us

@baacoowwan
๐Ÿฆพ QUBA QABDUU LAATA?
~~~~
โœ1 Hangi ija keenyaa erga dhalannee kaasee sirumaa hin dabalu.
โœ2 Qeensi quba keenyaa inni gidduu warra kaan dursee
guddata.
โœ3 Namni harka isaatiin of hudhee of ajjeesuu gonkumaa hin danda'u.
โœ4 Sammuun namaa guyyaarra halkan si'aaya.
โœ5 Miilli namaa xannacha dafqaa 500,000 qaba.
โœ6 Namni kamuu ija cimaa tokkoo fi ija dadhabaa tokko
qaba.
โœ7 Gaafa garmalee nyaatan gurri badaa hin dhagahu.
โœ8 Daa'imni gaafa dhalattu halluu gurraachaa fi adii qofa
agarti.
โœ9 Tishuu cimaan qaama namaa arrabadha.
โœ10 Hojjaan keenya inni ganamaa isa galgalaarra centimetira tokkoo(1cm)n caala.
โœ11 Dhahannaan onnee shamarranii kan dhiiraa ni caala.
โœ12 Garaachi dhiiraa kan shamarranii caalaa cooma bulleessa.
โœ13 Arrabni keessan yoo goge dhamdhama kamuu adda
hin baafatu.(ammuma yaalaa)
โœ14 Dhiirri giddu galeessaan dhiiga liitira 6.8 qaba.shamarri
immoo liitira 5 qabdi.
โœ15 Seeliin guddaan qaama namaa hanqaaquu shamarranii yoo ta'u seeliin xinnoon immoo isparmii dhiiraa dha.
โœ16. Umuriin rifeensa namaa waggaa 3-7 hin caalu.
โœ17 Qeensi harkaa kan miilaa caalaa dafee guddata.
โœ18 Waggaa 60tti namni dandeettii waa dhamdhamuu isaa harka walakkaatiin dhaba.
โœ19 Lafeen namaa waggaa kudhan kudhaniin of haaressa.
โœ20 Daqiiqaa 1tti seelota miiliyona 3tu du'a.

Galatoomaa
SHARE gochuu hin dagatiinaa.

#join_us

@baacoowwan
Kana beektuuโ“

Urgooftuu qaaliin addunyaa kanaa Imperial Majesty jedhama.

Qaruuraan urgooftuu kun daayimandii kaaraatii 24 irraa kan hojjetamedha. Gatiin qaruura tokkoo Doolaara 215,000 ykn Birrii miliyoona 8,730,382.45 dha.


#kanan_dubbiserraa

@baacoowwan
Sin jaalladhe malee
Maalan si balleesse
Eessa deemte narraa
Anaan qofaa keessee!

Akka tasaa dhufee
Maaltu si fageesse
Sagalee koo obsuu
Akkamiin dandeesse?
๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”
Amala haaraa fiddee
Oriisaa baay'istee
Bilbilus hin kaastu
Naaf bilbiluus dhiiste

Amala kee duraa
Natti jijjiirrattee
Osoon an hin balleessiin
Naan bilbiliin jette
๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

Balleessaa koon wallaale
Maal dallante laata
Lakki hin badiin jabaa koo
Onneen koo si jaallata

Isan
Jaalala keetiif jedhee
Nagaa dhabee jeeqamuu
ilaaltee na yaadatta
Gaaf tokko hin beekamu

Hin oriita na lolta
Ganamaa fi galgala
Waanan godhen wallaale
Daftee aarta na jalaa

Natti himimee Jaala ko
Maal goonaani kan aartu
Miiseejii koon ilaaltee
Bilbilus koos hin kaastu

Hanga kana na jeequun
Maal goonaani kun hunduu
Fayyuma lafaa kaatee
Kan callistee na ooddu

Kana goote osoo jettee
Rakkoo maalii qabaree
Nattillee natti tolaam
Badii koo osoon baree

Isa natti si aarsee
Narraatii si fageessu
Anaan sitti haaromsee
Nama biraa fakkeessu!

Ergan si filadhee
Onnee koo siif kennee
Maaliif na dagattee
Anoo sin dagannee

Hin naaf beekta silaa

Onnee kiyya keessa
Akka qofaa teessu
Akka tokko taatee
Hanga kumaa geessu

Akkan bulee ka'ee
Waanuma kee yaadu
Si waliin gammadee
Jiraachuu barbaadu

Kanan ittiin ilaalu
Naaf taatee agartuu
Akka qaama kiyyaatti
Akka na marartu

Akkan
Dhiira jiran mara
Siin qofa caalchisee
Qabeenya kee godhe
Onnee koo dhaalchise

Hin deemiini jabaa koo
Jabaa akka ejersaa
Osoo guuttee jirtuu
Onnee kiyya keessa

Haa jiraannu wal faana
Nan deema jechuu dhiisii
Akka duraa naaf ta'ii
Onnee koo gammachiisi

@walaloo430
#kana_dhageessanii


โœFiinlaanditti ispoortiin haadha manaa baachuu jedhamu jira, kan injifate biiraa ulfaatina haadha manaatiin wal gitu badhaafama.


Kanan dubbiserraa

@baacoowwan
Gaaf-tokko abbaan sooressi tokko ilma isaa fudhatee gara ganda tokkotti imale. Namoonni kaan hagam hiyyeessa akka ta'an itti argisiisu barbaadee, lafa qonna maatii hiyyeessa tokkoo keessatti yeroo dabarsan, Yeroo imala irraa deebi'an abbaan ilma isaan, " imalli akkam ture ?" jedhe gaafate. Ilmisaas" baayyee gaarii ture abbaakoo jedhee deebiseef.
Abbaan: hiyyeessi akkamitti akka jiraatu argitee?

Ilma: eyyee ๐Ÿค™

Abbaa: Egaa imala kana irraa maal baratte mee natti himi?

Ilma: Nuti saree tokkoo qabna isaan afur qabu , nuti kuufama bishaanii xiqqaa qabna isaan lageen qabu, nuti ibsaa qabna isaan urjii qabu. Nuti nyaata ni bitaanna isaan ni oomishatu. Nuti of eegannoof dallaa qabna isaan hiriyyoota qabu. Nuti Televiijinii qabna isaan maatii fi firoota waliin yeroo dabarsu jedheen.
Abbaan mucaa waan dubbatu dhabee afaan qabate. Achiis ilmi isaa akkas jedheen, "abbaa hammam hiyyeessa akka taane waan natti argiisiifteef galatoomi' jedheen jedhama.๐Ÿ˜Œ

โœKaraa deemaa

@baacoowwan
MUU GARAA!

Abbaan damma nyaateef
Ilma afaan hin mi'awuu
Jaarsa ilkaan dhukkubeef
Jaartii afaan hin ajaa'uu
Waan dhukkubeef mitiim
Uummoo waanti aadchisuu
Amala nama baret
Gad nama hin lakkisuu
Kan gaafa qabuhoo
amalaaf boorataa
Molgoon hoo hin taa'uu
maaf ka'ee dhaabbattaa?
""""""""'""''''''''""""""""""""""''''''''''"""'''
Sangaan silaa quufeet
dacheetti dhaadataa
Jabbiin hoo maal taate
Maaltu itti mul'ataa?
@walaloo430
2025/02/23 10:22:37
Back to Top
HTML Embed Code: