BFWALALOO Telegram 3302
Forwarded from Walaa_Meme
๐™–๐™ ๐™ ๐™–๐™ข ๐™Ÿ๐™ž๐™ง๐™ฉ๐™–๐™ฃ ๐™ ๐™–๐™—๐™–๐™Ÿ๐™–๐™ข๐™ฉ๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™–๐™–๐™›๐™ž ๐™Ÿ๐™–๐™–๐™ก๐™–๐™ฉ๐™–๐™ข๐™ฉ๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™– ๐™ ๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™– ?

Akkuma beekamuti channel kana gubbaati amma dura wal dorgommii ๐™ฅ๐™๐™ค๐™ฉ๐™ค godhamee ture akkasuma ammas wal dorgommii addaa takka tan namuu irrati hirmaachu danda'u namni dandeeti Baaco barreesu danda'u hundii irrati hirmaachu dandeessan warreen Baaco barreesu dandeesan irrati hirmaachu ni dandeessan Wal dorgommiin tun marsa 3 qabdii Baaco marsa 3 barreedu tan wal dorgommiif taatu qopheefadhaati irrati hirmaadha
Isiinin janna

Namni 1ffaa bahe badhaasa qaba akkasuma kan 2ffaa bahees badhaasa qaba kan 3ffaa bahees badhaasa qaba

๐™๐™ช๐™—๐™–๐™˜๐™๐™ž๐™ž๐™จ๐™–

1. Baacon keessan hedduu dheera ta'u hin qabaatin

2. Yaro baaco nuuf ergiitan username keessan waliin nuuf ergaa

3. wal dorgomtoota hangii nutti barbaanu nama 15n qofa

Channel irrati dorgommiin taasifamu
Channel ๐™ฌ๐™–๐™ก๐™–๐™– ๐™ฉ๐™š๐™ญ๐™ฉ ๐™ข๐™š๐™ข๐™š (@Galleryketchw) ja'u gubbaati iddoon isin irrati nu duubistani Baaco keessan nuuf ergiitan @Walaaoromo kan ja'u kana gubaati nuuf ergiitan

Forwerd godhaati hiriyoota keessan hunda biraan nuuf gahaa

tgoop.com/bfwalaloo/3302
Create:
Last Update:

BY Buufata Walaloo

Share with your friend now:
tgoop.com/bfwalaloo/3302

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

How to Create a Private or Public Channel on Telegram? 5Telegram Channel avatar size/dimensions Commenting about the court's concerns about the spread of false information related to the elections, Minister Fachin noted Brazil is "facing circumstances that could put Brazil's democracy at risk." During the meeting, the information technology secretary at the TSE, Julio Valente, put forward a list of requests the court believes will disinformation. Over 33,000 people sent out over 1,000 doxxing messages in the group. Although the administrators tried to delete all of the messages, the posting speed was far too much for them to keep up. Some Telegram Channels content management tips
from us

Telegram Buufata Walaloo
FROM American