Warning: Undefined array key 0 in /var/www/tgoop/function.php on line 65

Warning: Trying to access array offset on value of type null in /var/www/tgoop/function.php on line 65
- Telegram Web
Telegram Web
Hin irraanfatamne jachuun ni yaadamta jachuu miti!.🖤🖇



@fazakkir12
Du'ai godhachuu irraa if duuba deebi'in maaltu beekha karoora khee bira gahuuf khadhaa yeroo takkaa qofti siif hafuu malti!.❤️🤌🖇



@fazakkir12
FAZAKKIR㋛︎
Yaa Rabbi....❤️‍🩹
Yaa Rabbii Ani waan Onneen tiyya hawwituufii isii kheessa jiru hunda sirratti dhiiseerin Jira!.❤️‍🩹🖇



@fazakkir12
Nama si boodaa du'ai siif godhu caala namni si jaalatu jiru, afaan jaalalatis khamuu isa gahu!.❤️‍🩹🖇


Du'ain wal haa yaadannu❤️🤌
Yoo booyuu feete haga dandeessu hunda booyi, garuu wanni sirritti beekhuu qabdu hoggaa booyuu dhaabdetti Sababa waan takkaatiif hoggu lama booyuu qabdu!.🖤🖇



@fazakkir12
Waa'ee rabbi yoo haasooyteQalbiin tee ni jirjiiramti, Rabbi waliin yoo haasoyte ammoo jiruun tee ni jirjiiramti!.❤️🖇


@fazakkir12
Yaa rabbi gadda khiyyaas tahee gammachuu tiyyaas gabroottan khee harka narraa taasisin, miidhamaa fii caba khiyyaas gammachuu tiyyaas gadda khiyyaas suma biraa naaf taasisi!.💔🖇



@fazakkir12
Bareedina amantaa islaamaatirraa....❤️‍🩹
FAZAKKIR㋛︎
Bareedina amantaa islaamaatirraa....❤️‍🩹
Bareedina amantaa islaamatirraa...❤️‍🩹
Yeroo ati waa'ee Amantaa islaamarraa haasooytu Malaaikoonni gad bu'ani si dhaggrrffatan, Sanbooda hoggaa ol deebi'e waan ati haasooyte Rabbii kheetitti akkana akkasi ja'anii siif haasawan!.❤️‍🩹🖇



@fazakkir12
Du'aaiin halkan Leylatul-Qadrii keessa akka jennuuf Ergamaan Rabbii nu barsiise tana 👇
"اللهم إنك عفو تحب العفو فاعف عني"
"Allaahumma Innaka Afuwwun tuhubbul Afwa fa'afu Annii"
Hiikkaan isaa
"Yaa Rabbi Ati dhiifama Godhaadha, Dhiifama godhuu jaalatta, Dhiifama naaf godhi (Irra naaf dabri)"

Rabbiin Dogongora keenya hunda irra nuuf dabree Jannata isaa nuuf haa kennu!

Join 👇
@bishaara_4
Nama waan harkaa qabu si dhoowwateetti hin aarin, Aaruu khan qabdu fadhii tee ta waan harka namaa jirtu si khajeelchiste sanitti!.🖤🖇



@fazakkir12
FAZAKKIR㋛︎
Bareedina amantaa islaamaatirraa....❤️‍🩹
Bareedina Amantaa islaamatirraa...❤️‍🩹
Yeroo ati waan rabbii khee gaafattu wallaalte jachi takkittin ati "YAA ALLAAH!" Jattu jiruu tee siif jirjiirti!.🥺❤️‍🩹🖇


@fazakkir12
Rakkachuu dhabuu ergasi moo argachuun silaa jiraatu baate Rabbi galateeffachuun kha nutti ulfaatu ture...
Si galateeffachuuf sababa waan nuu tahan hundaaf, rakkina nu mudate hundaa fii tola nutti oolteefis Galanni Siif haa tahu ILAAHII❤️‍🩹🖇


@fazakkir12
Fara'oonni Joollee kumaatamaan lakkaa'aman qaqqale, Kaayyoon isaa guddoon Bara mootummaa isaa kheessatti uumamni "MUUSAA" ja'amu akka hin jiraanneeef ture. Garuu akka ajaa'iba taheen Muusaa mana isaa keessatti guddisee.

Murtiin Rabbii waan nama aja'ibuudha. HIN SHAKKIN!.


"وَاللَّهُ غَالِبٌ عَلَىٰ أَمْرِهِ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَ النَّاسِ لَا يَعْلَمُونَ"

"Rabbiin Waa hundarratti injifataa, garuu irra hedduun namaa hin beekhan!". (Suuratul Yuusuf: 21)


@fazakkir12
Nuutu Xiyyeeffannoo khanniniifi malee... khaleessarra turree Rabbii kheenya arraaf khadhachuu turre!.💔🖇



@fazakkir12
Sareen sodaa tee akka fuunfatu hin godhin,
Tujjaarri/dureessi rakkoo tee akka beekhuuf carraa khanniniif.
Isaan lachuu guyyaa eeggatanii si ciniinan!.💔


Rabbii gadittii miirri of dandahuun nعmaa guddoodha. Mu'minni Rabbi qofarratti irakata!.❤️🖇



@fazakkir12
Waantoota ajaaiba suura سورة( القدر) kheeysatti argamu mee waliin haa laallu.!

Suuran Ayaata 5
Baatii Soomana Kheeysa Halkan Qarii Khan Leeylatul Qadriin Kheeysa Shakkamtuus Halkan Shani 21,23,25,27,29
Jechoonni Isii Kheeysa Jiruus Jechoota 30 Baatiin Ramadaana Guyya 30
Jechi Leeylatul Qadrii Jau Jecha 9
Jechi Leeylatul Qadrii Jau Yeroo 3 Deddeebi'a

9+9+9=27

Suuran Jechoota 30 Janne mii Jalqaba Suuraatirra Eegalle hanga jecha
" هِىَ"
Ja'utti yoo waliratti laalle" harfii 27farra jirti Yeroo 2ffaaf 27 Lama arkanne.


Halkan Leeylatul Qadrii Halkan 27 tahu mala irraa heddun namaatis halkan 27 khana ja'aniiti tilmaaman.! Garuu yaaduma namoota dhunfaati.!

Harfii Suura tana hunda takka takkan commet jalan isiniif khaaya.!

Beekhaan wa hundaa rabbii Ol tahe.!
Dogoggorri Lubbu Tiyyaafi Sheeyxanarrahi Rabbi Haqa Nuhaa Qunnamsiisu.!



"Wallaahi Halkan Leylatul Qadrii halkan 27ffaati" jechuun Sahaabiin Ubayy ibn Ka'ab kakachaa ture! halkan har'aa kana hanga duraanii caalaa ibaadatti jabaachuu qabna


Join 👇
@bishaara_4
FAZAKKIR㋛︎
Yaa Rabbi....❤️‍🩹
Yaa Rabbi Filannoo teetiin Waan Bareedduu nuuf Khanni!.❤️‍🩹🥀


@fazakkir12
Namni tokko yoo deeme kha biraa ni dhufa dhugaadha Garuu namni hundi bakka namaa bu'u. Nama tokko tokkoo jira namni kumnilleen osoo wali qabame bakka bu'u kha dandahamne!.❤️🖇


@fazakkir12
FAZAKKIR㋛︎
Yaa Rabbi....❤️‍🩹
Yaa Rabbi Du'ai gabroottan khee halkan guyyaa osoo ja'in khophaa bahee sittii booyee si khadhate hunda ati khadhaa isaanii deebisiif yaa allaah!.❤️‍🩹🖇



@fazakkir12
2025/03/27 03:29:35
Back to Top
HTML Embed Code: