GADANEWS Telegram 101
Kun yakka guddaa Iyyaa Dabarsaa!

Barattoota Oromoo 18 yeroo tokkotti Yuuniversiitii irraa badii malee ari'uun maal jachuudha? Yuuniversiitii Naannoo Somalee Yuuniversiitii Qabri Dahar Barattoota Oromoo 18 Welcome Barattoota irratti Walluu Yoosa Geetahun kan "Bulloo" jadhu dhageeffattan jachuun Barattoota kana erga hidhamanii booda. Yuuniversiitii irraa badii malee ari'uun gara maatiitti akka deebi'an godhaniiru!

Murteen Yuuniversiitii badii malee Barattoota Oromoo irratti murteesse kun daba guddaadha. Akkasumaas yakka guddaadha. Hogganni Yuuniversiitii Dabri Dahar badii malee Barattoota kana hunda Barnoota irraa waan ariitaniif qoosaan akkasii hin hojjatu Barattoonni gara Yuuniversiitiitti deebi'anii barnoota isaanii akka hordofan godhaa! Qaamni dhimmi kun ilaalu hunda hatattamaan furmaata Barattoota kana kennuun Barattoonni kun Yuuniversiitiitti deebi'anii barnoota isaanii akka hordofaan godhuu qabu jannee gaafanna! Barreeffama kana Saffisaan Waliif Dabarsuun Barattoota Oromoo kanaaf sagalee ta'aaf!

#JusticeForOromoStudents!
https://www.tgoop.com/gadanews

tgoop.com/gadanews/101
Create:
Last Update:

BY EDUCATION CHANNEL

Share with your friend now:
tgoop.com/gadanews/101

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

To upload a logo, click the Menu icon and select “Manage Channel.” In a new window, hit the Camera icon. Content is editable within two days of publishing Matt Hussey, editorial director at NEAR Protocol also responded to this news with “#meIRL”. Just as you search “Bear Market Screaming” in Telegram, you will see a Pepe frog yelling as the group’s featured image. As of Thursday, the SUCK Channel had 34,146 subscribers, with only one message dated August 28, 2020. It was an announcement stating that police had removed all posts on the channel because its content “contravenes the laws of Hong Kong.” With the “Bear Market Screaming Therapy Group,” we’ve now transcended language.
from us

Telegram EDUCATION CHANNEL
FROM American