HAFIZ_JIHAD Telegram 490
Forwarded from GIBEMEDIA PROMOTION
Jechoota mimmiidhagoo
πŸ‘‰Waan jaallattu argachuudhaaf waan hin jaalanne keessa darbuu qabda.

πŸ‘‰Bakka mukni goolii jiru hin beektu taanan callistee kubbaa dhiituun kee faayidaa hin qabu.

πŸ‘‰ Namni nama jijiruu hin danda'u. Garuu namni tokko akka namni jijiiramuuf sababa ta'uu danda'a.

πŸ‘‰Dukkanni ati amma keessa jirtu humna guddaa qabaatee miti.Situ ifa guddaa sirka jiru dhaamsee keessa dhaabbataa jiraaf malee.

πŸ‘‰Namni irra daddeebiin waan hin qabne lakka'aa oolu,Waan qabu dagata.

πŸ‘‰ Nama hunda biratti fudhatama dhabuu dandeessa, garuu kan jijjiirama fidu ofuma kee biratti fudhatama qabaachuufi dhiisuu keeti.

πŸ‘‰ Bololli Mootii gabra yoo taasisu.Obsi immoo gabra mootii
taasisa.

Dubbiftee fixxeetta taanaan πŸ™maaloo share godhi

tgoop.com/hafiz_jihad/490
Create:
Last Update:

BY πŸ–₯ Hafiz ibn hajer official 🦜

Share with your friend now:
tgoop.com/hafiz_jihad/490

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

Users are more open to new information on workdays rather than weekends. Among the requests, the Brazilian electoral Court wanted to know if they could obtain data on the origins of malicious content posted on the platform. According to the TSE, this would enable the authorities to track false content and identify the user responsible for publishing it in the first place. During a meeting with the president of the Supreme Electoral Court (TSE) on June 6, Telegram's Vice President Ilya Perekopsky announced the initiatives. According to the executive, Brazil is the first country in the world where Telegram is introducing the features, which could be expanded to other countries facing threats to democracy through the dissemination of false content. fire bomb molotov November 18 Dylan Hollingsworth yau ma tei Choose quality over quantity. Remember that one high-quality post is better than five short publications of questionable value.
from us

Telegram πŸ–₯ Hafiz ibn hajer official 🦜
FROM American