HAFIZ_JIHAD Telegram 523
Forwarded from Keyralumma
♻️BOQONNAA SAMMUU🧠

Mataa

➯Sammuun shirkiin keessatti omishame, kan wallaalummaan (jahal) hadooche, kan munaafiqummaan kolaase, kan Muslimaatii miti.

➯Mataan halkanii guyyaa Allaahaa ittiin hin yaadatin, Iimaana isaa dabaluun guddinaa fi dandeettii Allaahaa (S.W) kan Gooftummaa kan ittiin hin hubatiinii fi kan ittiin hin xinxallin bu'a dhabeessaa.

➯Rasuul (S.A.W) Hadiisa isaaniitiin akkana nuun jedhan:- Namni rakkinna Muslimaa irratti yaada isaa osoo hin boqachiisi rafee ka'e Muslima irraayii miti❞.

➯Namni osoo rakkinni obbolessa isaa gadadoo fi beelli isaa isaa hin yaachisib nyaatee gammachuun machaaye, (akkasumaa) garaa isaa deeffataa / deeqifachuu , kan biroo ammoo jireenya isaatiif yoo du'e kuni namummaa Muslimaa akka hin qabne argarsiisa.

tgoop.com/hafiz_jihad/523
Create:
Last Update:

BY 🖥 Hafiz ibn hajer official 🦜

Share with your friend now:
tgoop.com/hafiz_jihad/523

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

Matt Hussey, editorial director at NEAR Protocol also responded to this news with “#meIRL”. Just as you search “Bear Market Screaming” in Telegram, you will see a Pepe frog yelling as the group’s featured image. Administrators Telegram has announced a number of measures aiming to tackle the spread of disinformation through its platform in Brazil. These features are part of an agreement between the platform and the country's authorities ahead of the elections in October. "Doxxing content is forbidden on Telegram and our moderators routinely remove such content from around the world," said a spokesman for the messaging app, Remi Vaughn. How to create a business channel on Telegram? (Tutorial)
from us

Telegram 🖥 Hafiz ibn hajer official 🦜
FROM American