tgoop.com/hafiz_jihad/533
Last Update:
๐KEYRAL-UMMA-TUBE:
๐ฅAs wr wb ๐ฅ
ูุงู ุฑุณูู ุงููู "ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู
"ุงูุชุจุณู
ูู ูุฌู ุงุฎูู ุตุฏูุฉ *
โ๏ธyoo Nama jaalattu agarte itti seeqadhu akka ati isa jaalattu haa beeku
โ๏ธyoo Nama si waanyu/inaafisu agarte itti seeqadhu ati isa caaluu kee haa beeku
โ๏ธyoo Nama kan sijibbu/diina kee agarte itti seeqadhu akka ati humna qabdu haa buukuu
โ๏ธyoo Nama sin beeyne agarte itti seeqadhu hamtuu dhabuu fii kee haa beekuu
*ูููู ู
ู ูููู
ูุง*
Hariiroo Hawaasa Waliin Qabdu Bareechuuf
โช๏ธNaamusa gaarii dogoggora amananii fudhachuu dagaagsi.
โช๏ธDhibeen Ani nama dogoggora irraa bilisaa ta'e jedhu akka si hin hubne of eeggannoo godhi
โช๏ธBeekumsa waa'ee naamusa gaarii irratti qabdu hundaa hojiitti hiiki (beekumsi beekumsummaa qofana ibaadaa ta'uu hin danda'u hanga hojiitti jijjiiramutti
๐@Keyralumma ๐@Keyralumma
BY ๐ฅ Hafiz ibn hajer official ๐ฆ
Share with your friend now:
tgoop.com/hafiz_jihad/533