Kabajamtoota Maatii Akkaadii Hayyuutiif:
*******
Sakatta'iinsa Galmee torbaanota lamaan darban gaggeessine irratti taasifneen, Hanqinnoota Ragaalee/Odeeffannoo namoota leenjiif Galmaayanii heddutu jira.
Keessattuu Teessoon Ergaa(Email) Namoota hedduu dogoggora ykn hin hojjatu jedha. Namoota Akkasii Odeeffannoo sabalataa Bil.Qunnamuun barbaachisaa tahee waan argameef, Unkaa asii gadiirratti Odeeffannoo keessan isa sirrii Guutuu nuuf ergaa
https://hayuacademy.com/galmee/
Dabalataan Ramaddiin Garee hojjatamaa waan jiruuf Baoru Marii waliinii ni gaggeeffama. Sagantaan barnootaa ni baha
Galatoomaa
Namootni Kafaltii rawwattanii nagahee nuuf hin ergin, Email asii gadirratti ergaa
Odeeffannoo dabalataatiif:
Tel: +251911470125
Facebook: HAYU Academy
https://www.facebook.com/hayu.academy/
Telegram: www.tgoop.com/hayuacademy
Email: [email protected]

Hayu Academy
GALMEE | Leenjii Gabaa - Hayu Academy
Hayu - Academy is a proven homeschooling, very professional learning & teaching platform. Hayu Academy - Expanding Possiblities | Easy & simple to access your courses & learn from professional educators online. Akkaadaamii Hayyuu - Mana Barumsa Tekinoolojii…
Yaadachiisa:
1) Ibsaan naannoo waajjira keenyaa badee waan hin deebi'iniif marii hardha waaree booda karoorsine hin milkoofne.
Kanaafuu marii keenya Halkan Sa'aatii 4tti karoorfametti akka qophooftan yaadachiifna.
2) Barattoota #internship dhaaf darbanis booda asumaan isiniif maxxansina waan taheef bilbiltanii gaafachuun hin barbaachisu.
Telegramaa keenya hordofaa
www.tgoop.com/hayuacademy
Galatoomaa
Akkaadaamii Hayyuu

Kabajamtoota Dorgomtoota Carraa Internship Akkaadaamii Hayyuu, Iyyata Namoota heddurraa nuuf ergame irratti qorannoo gooneen namoota muraasa filannee jirra, kunis Qabxii(3.5 hanga 4.0 fi Fedhii fi Dandeettii Ogummatti fayyadamuu ragaan deeggarame) bu'uura godhanneeti. Kanneen Filamaniin baga Gammaddan jechaa, kanneen hin filamin ammoo Jajjabaadhaa carraa biraatiin walitti deeb'uu dandeenya, Fedhii OICT waliin hojjachuuf agarsiiftaniif Guddaa isin Galateeffanna.
Tarree Namoota Filamanii kunooti!
Odeeffannoo dabalataatiif:
Tel: +251911470125
Facebook: HAYU Academy
https://www.facebook.com/hayu.academy/
Telegram: www.tgoop.com/hayuacademy
Email: [email protected]
Tarree Namoota Filamanii kunooti!
Odeeffannoo dabalataatiif:
Tel: +251911470125
Facebook: HAYU Academy
https://www.facebook.com/hayu.academy/
Telegram: www.tgoop.com/hayuacademy
Email: [email protected]
Hayu Academy has invited you to join a video meeting on Google Meet.
meet.google.com/jwf-rqmd-aax
Or open Meet and enter this code: jwf-rqmd-aax

Google
Real-time meetings by Google. Using your browser, share your video, desktop, and presentations with teammates and customers.
#Yaadachiisa - Hardha Gareen keessan ramaddiin xumura irra waan jiruuf Ergaan Gabaabaan(Email) kessaniin deddeebi'ee isinitti ergamuu danda'a. Hanga Halkan walakkaatti #Ergaan Ramaddii Garee keessan isin beeksisu isiniif ergama.
- Boru waaree booda Barnootni Waliinii(Common Course) ni eegala, Namootni haala mijataa/interneetni isin rakkisu ammoo yeroo hin terneeta argattan #account keessan keessaa argattu waan taheef yeroma seentan barnoota eegaltu.
- Haala Itti Fayyadama ykn barnoota hordoftaniin tartiiba isaa gabaabsinee suursagalee(video) asumarratti isiniif maxxansina.
#Hub: Ergaa Didame(Rejected) jedhu yoo isinitti ergame, Dogoggoraan ykn Namana Kafaltii hin raawwatin tahuu mala. Ulaagaa barbaachisu guuttanii osoo jirtan yoo isinitti dhufe, hanga boruutti yoo isiniif sirreeffamee hin ergamin, Seentanii barnoota hordofuu waan hin dandeenyeef #GareeTeekinikaa keenya keessaan ykn email dubbisaa.
Odeeffannoo dabalataatiif:
Tel: +251911470125
Email: [email protected] / [email protected]
Web: www.hayuacademy.com
Telegram: www.tgoop.com/hayuacademy
Facebook: https://www.facebook.com/hayu.academy
#Share godhaa waliif dabarsaa, hiriyyoota keessan dhageechisaa
HORAA BULAA DEEBANAA
AKKAADAAMII HAYYUU!

Telegram
Hayu Academy
Hayu - Academy is a proven homeschooling, very professional learning & teaching platform. You can simply upload your courses & learn from professional educators online.
Kabajamoo Miseensota AKKAADAAMII HAYYUU!
- Dhufne amma. Rakkoo xiqqoo Humna ibsaa mudateen barfannus amma dhufneerra. Tartiiba Barnoota keessan horfofuuf isin garaaru(Haala itti Fayyadama Marsariitii keenyaa www.hayuacademy.com) bifa suursagalee(video) dhaan Yuutuubii OICT Solutions kana irratti daqiiqaa 10 keessatti isinif maxxansina.
https://www.youtube.com/channel/UCw_lcDBUCRNeN52wXwIY_YA?sub_confirmation=1
Barnoota keenya Barannoo jalqabaa ammoo sa'aatii 1 booda Marsariitii Hayu Academy irra keenyee isin beeksifna.

Leenjii @hayu.academy irratti eegalle
Marsariitiin keenyaa www.hayuacademy.com irratti leenjii Gabaabaa(Barnoota Bu'uura Tekinoolojii, Akkaataa salphatti Tekinoolojii/Interneetiidhaan hojii dhuunfaa eegluu dandeenyyun, Tooftaalee 100 ol Interneetarraa Mallaqa/Galii argachuu dandeenyuun...) kan leenjifnu yoo tahu, Hardha Wax.3, 2022 irraa eegalee Barnootni Waliinii(Common Course) eegalee jira.
Haala itti Fayyadama Marsariitii keenyaa kunoo hordofaa 👇🏼
https://youtu.be/tuQEJSYUqsE
- Galmeen kallattumaan Marsariitii keenya www.hayuacademy.com irratti itti-fufeera.

YouTube
Hayu Academy | Tartiibaa fi Haala itti-fayyadama Sirna(System/Marsariitii) Akkaadaamii Hayyuu
#HayuAcademy #OICT #earnmoneyonline Marsariitiin keenyaa www.hayuacademy.com irratti leenjii Gabaabaa(Barnoota Bu'uura Tekinoolojii, Akkaataa salphatti Tekin...
Hardha Galgala Sa'aatii 4tti Google Meeting walgahii kallattii qabna. Hin irraanfatinaa🙏
Link walgahii telegram keenya www.tgoop.com/hayuacademy irra isiniif keenya
Link walgahii telegram keenya www.tgoop.com/hayuacademy irra isiniif keenya
Telegram
Hayu Academy
Hayu - Academy is a proven homeschooling, very professional learning & teaching platform. You can simply upload your courses & learn from professional educators online.
Marii keenya sat'aatii 4tti eegaluuf
Google Meeting Daataa guddaa hin fayyadamu, Package xiqqoon isin gaha. Marii keenya Gabaabaa hardhaatiif
Link Marii:👇🏼
https://meet.google.com/nrn-ovyu-kbw

Garee A: Barannoo - 1 - Bu'uura Tekinoolojii - Maalummaa fi Amaloota Koompiitaraa Gadi lakkifameera - Guyyaa Guyyaan Barnootni Garee hundaayyuu gadi lakkifamuu eegaleera. #Ergaa Email isiniif ergamu hordofaa
https://hayuacademy.com/courses/buuura-tekinoolojii-maalummaa-fi-amaloota-koompiitaraa/

Hayu Academy - Expanding Possiblities | learn from professional educators online.
Bu’uura Tekinoolojii – Maalummaa fi Amaloota Koompiitaraa
Hayu - Academy is a proven homeschooling, very professional learning & teaching platform. Hayu Academy - Expanding Possiblities | Easy & simple to access your courses & learn from professional educators online.
Guyyaa 2f Ibsaan naannoo biiroo keenyaa hin turre Namootni Barumsa hin ramadaminis namootni hin jalqabinis amma isiniif sirreessaa jirra.
Barnootni Garee A fi B illee saffisaan olfe'uu adeemna qophaayaa
Galatoomaa
Barnootni Garee A fi B illee saffisaan olfe'uu adeemna qophaayaa
Galatoomaa
Garee B: Barannoo - 1 - Interneetaan Galii Argachuun Barannoon jalqabaa gadi lakkifameera. Hordofaa - Hardha ammas kana booda Barumsa 2 Garee lamaaniifuu gadi lakkifama waan taheef qophaayaa, Kana booda Boqonnaan hin yaadamu
- Namootni #email jijjiirtanii hanga ammaa Ramaddiin barnoota keessanii rakkoo qabu Garee Teekinikaatiin Gulaalamaa jira, hanga boru ganamaatti ramaddii barnootaa ni argattu jennee abdanna
https://hayuacademy.com/courses/toora-interneetaan-maallaqa-argachuuf-dursa-waan-3-kana-hojjedhu/
Galatoomaa
www.tgoop.com/hayuacademy hordofaa
- Namootni #email jijjiirtanii hanga ammaa Ramaddiin barnoota keessanii rakkoo qabu Garee Teekinikaatiin Gulaalamaa jira, hanga boru ganamaatti ramaddii barnootaa ni argattu jennee abdanna
https://hayuacademy.com/courses/toora-interneetaan-maallaqa-argachuuf-dursa-waan-3-kana-hojjedhu/
Galatoomaa
www.tgoop.com/hayuacademy hordofaa
Hayu Academy - Expanding Possiblities | learn from professional educators online.
Interneetaan Galii Argachuu – Toora Interneetaan Maallaqa Argachuuf, Dursa Waan 3 Kana Hojjedhu
Garee B: Barannoo - 1 - Interneetaan Galii Argachuun Barannoon jalqabaa - Toora Interneetaan Maallaqa Argachuuf, Dursa Waan 3 Kana Hojjedhu
Garee B: Barannoo-1: Kutaa-2ffaa: Interneetaan Hojii Uummachuu:
Daldala Dijiitaalaa(Digital Marketing) fi Dursinee qophaawuu fi Galma yaadne gahuu
https://bit.ly/3NE2ShJ
Daldala Dijiitaalaa(Digital Marketing) fi Dursinee qophaawuu fi Galma yaadne gahuu
https://bit.ly/3NE2ShJ
Hayu Academy - Expanding Possiblities | learn from professional educators online.
Interneetaan Galii Argachuu – Daldala Dijiitaalaa(Digital Marketing) fi Dursinee qophaawuu fi Galma yaadne gahuu
Garee B: Barannoo-1: Kutaa-2ffaa: Daldala Dijiitaalaa(Digital Marketing) fi Dursinee qophaawuu fi Galma yaadne gahuu
#subscription - PopUp isin rakkisaa ture kaafneerra. Fayyadamuudhaaf kan isin rakkise #hofkaltii nuuf tolchaa. Amma Sirreessineerra
Kaleessa Gurbaa kana waliin daqiiqaa 10n caalaa hin haasofne. Gurbaan haasaa beeka. Sanuu haasa nigdiif tahu. Waan gurgurachuu barbaadu dhaadhessuu beeka.
- Merid Tulu(Ogeessa Diinagdee fi Gabaa)
bit.ly/3PbHIsA
- Merid Tulu(Ogeessa Diinagdee fi Gabaa)
bit.ly/3PbHIsA
Hayu Academy - Expanding Possiblities | learn from professional educators online.
Warraaqsa Diinagdee #7 Alex Taye irraa maal baranna
Hayu Academy Hayu - Academy is a proven homeschooling, very professional learning & teaching platform. Hayu Academy - Expanding Possiblities | Easy & simple to access your courses & learn from professional educators online.
Barannoo-2-Kutaa-5fffaa - Marsariitiiwwan 8, kanneen Namootni Suursagalee uumani Maallaqarraa argachuu dandeessan Gabaabsinee dhiyeessine - Tartiiba barbaachisu #marsariitii Keenyarraa argattu👇🏼👇🏼
https://fb.watch/epxYIJPBg8/
https://fb.watch/epxYIJPBg8/
Garee A- Barannoo 1 – Kutaa 6ffaa – Faayidaa Fi Miidhaa Teekinoloojii | Advantages and Disadvantages of Technology
bit.ly/3vgeUaI
bit.ly/3vgeUaI
Hayu Academy - Expanding Possiblities | learn from professional educators online.
Faayidaa Fi Miidhaa Teekinoloojii | Advantages and Disadvantages of Technology
Barannoo 1 – Kutaa 6ffaa – Faayidaa Fi Miidhaa Teekinoloojii | Advantages and Disadvantages of Technology
#GareeA | Barannoo 1- Kutaa-7ffaa - Maalummaa Cimdaa | Networking Basics
https://hayuacademy.com/courses/barannoo-1-kutaa-7ffaa-maalummaa-cimdaa-networking-basics/
https://hayuacademy.com/courses/barannoo-1-kutaa-7ffaa-maalummaa-cimdaa-networking-basics/
Hayu Academy - Expanding Possiblities | learn from professional educators online.
Barannoo 1- Kutaa-7ffaa – Maalummaa Cimdaa | Networking Basics
Barannoo 1- Kutaa-7ffaa - Maalummaa Cimdaa, Hojii Bu’uura Cimdaa, Barbaachisummaa Cimdaa, Cimdaan ykn Intarneetiin Maal Nu Gochuu Danda’a....
Barannoo 1:- Kutaa-8ffaa fi 9ffaa - Maalummaa Interneetaa, Balaa fi Ittisa Nageenyaa Saayibarii - Hayu Academy
bit.ly/3QA3erV
bit.ly/3QA3erV
Hayu Academy - Expanding Possiblities | learn from professional educators online.
Barannoo 1:- Kutaa-8ffaa fi 9ffaa – Maalummaa Interneetaa, Balaa fi Ittisa Nageenyaa Saayibarii
Intarneetiidhaan odeeffannoo kamiyyuu jechuun ni danda'ama argachuu, nama addunyaa kanarra jiru kamiyyuu waliin wal qunnamsiisuu fi waan hedduu hojjechuun ni danda'ama.
#HayuAcadamey: Guyyoota 15 hanga 25 keessatti Interneetaan Galii gaarii argachuudhaaf karoora qabduu?
Tooftaan salphaa fi baasii xiqqoodhaan karaa toora Interneetaa hojii uumachuu dandeessu.
karaa toora Interneetaa Galii argachuuf tooftaa salfaa fi baasii muraasaan hojii eegaluudhaaf qophii yoo taatan,
#Tartiibota ijoo fi wantoota barbaachisoo #link asii gadii irraa qalbiin dubbisaa(Hub. Nuuf bilbiluu ykn nu qunnamuu keessan dura barruu link asii gadii irratti ibsa gahaa waliin barreessine irra deddeebiidhaan dubbisaa hubadhaa) 👇👇
Link:- bit.ly/3ZiOnWJ