Telegram Web
Kabajamtoota Maatii Akkaadii Hayyuutiif:
*******
Sakatta'iinsa Galmee torbaanota lamaan darban gaggeessine irratti taasifneen, Hanqinnoota Ragaalee/Odeeffannoo namoota leenjiif Galmaayanii heddutu jira.
Keessattuu Teessoon Ergaa(Email) Namoota hedduu dogoggora ykn hin hojjatu jedha. Namoota Akkasii Odeeffannoo sabalataa Bil.Qunnamuun barbaachisaa tahee waan argameef, Unkaa asii gadiirratti Odeeffannoo keessan isa sirrii Guutuu nuuf ergaa

https://hayuacademy.com/galmee/

Dabalataan Ramaddiin Garee hojjatamaa waan jiruuf Baoru Marii waliinii ni gaggeeffama. Sagantaan barnootaa ni baha

Galatoomaa
Namootni Kafaltii rawwattanii nagahee nuuf hin ergin, Email asii gadirratti ergaa

Odeeffannoo dabalataatiif:
Tel: +251911470125
Facebook: HAYU Academy
https://www.facebook.com/hayu.academy/
Telegram: www.tgoop.com/hayuacademy
Email: [email protected]
Yaadachiisa:
1) Ibsaan naannoo waajjira keenyaa badee waan hin deebi'iniif marii hardha waaree booda karoorsine hin milkoofne.
Kanaafuu marii keenya Halkan Sa'aatii 4tti karoorfametti akka qophooftan yaadachiifna.

2) Barattoota #internship dhaaf darbanis booda asumaan isiniif maxxansina waan taheef bilbiltanii gaafachuun hin barbaachisu.

Telegramaa keenya hordofaa
www.tgoop.com/hayuacademy

Galatoomaa
Akkaadaamii Hayyuu
Kabajamtoota Dorgomtoota Carraa Internship Akkaadaamii Hayyuu, Iyyata Namoota heddurraa nuuf ergame irratti qorannoo gooneen namoota muraasa filannee jirra, kunis Qabxii(3.5 hanga 4.0 fi Fedhii fi Dandeettii Ogummatti fayyadamuu ragaan deeggarame) bu'uura godhanneeti. Kanneen Filamaniin baga Gammaddan jechaa, kanneen hin filamin ammoo Jajjabaadhaa carraa biraatiin walitti deeb'uu dandeenya, Fedhii OICT waliin hojjachuuf agarsiiftaniif Guddaa isin Galateeffanna.

Tarree Namoota Filamanii kunooti!

Odeeffannoo dabalataatiif:
Tel: +251911470125
Facebook: HAYU Academy
https://www.facebook.com/hayu.academy/
Telegram: www.tgoop.com/hayuacademy
Email: [email protected]
Hayu Academy has invited you to join a video meeting on Google Meet.

meet.google.com/jwf-rqmd-aax

Or open Meet and enter this code: jwf-rqmd-aax
#Yaadachiisa - Hardha Gareen keessan ramaddiin xumura irra waan jiruuf Ergaan Gabaabaan(Email) kessaniin deddeebi'ee isinitti ergamuu danda'a. Hanga Halkan walakkaatti #Ergaan Ramaddii Garee keessan isin beeksisu isiniif ergama.
- Boru waaree booda Barnootni Waliinii(Common Course) ni eegala, Namootni haala mijataa/interneetni isin rakkisu ammoo yeroo hin terneeta argattan #account keessan keessaa argattu waan taheef yeroma seentan barnoota eegaltu.
- Haala Itti Fayyadama ykn barnoota hordoftaniin tartiiba isaa gabaabsinee suursagalee(video) asumarratti isiniif maxxansina.
#Hub: Ergaa Didame(Rejected) jedhu yoo isinitti ergame, Dogoggoraan ykn Namana Kafaltii hin raawwatin tahuu mala. Ulaagaa barbaachisu guuttanii osoo jirtan yoo isinitti dhufe, hanga boruutti yoo isiniif sirreeffamee hin ergamin, Seentanii barnoota hordofuu waan hin dandeenyeef #GareeTeekinikaa keenya keessaan ykn email dubbisaa.
Odeeffannoo dabalataatiif:
Tel: +251911470125
Email: [email protected] / [email protected]
Web: www.hayuacademy.com
Telegram: www.tgoop.com/hayuacademy
Facebook: https://www.facebook.com/hayu.academy
#Share godhaa waliif dabarsaa, hiriyyoota keessan dhageechisaa
HORAA BULAA DEEBANAA
AKKAADAAMII HAYYUU!
Kabajamoo Miseensota AKKAADAAMII HAYYUU!
- Dhufne amma. Rakkoo xiqqoo Humna ibsaa mudateen barfannus amma dhufneerra. Tartiiba Barnoota keessan horfofuuf isin garaaru(Haala itti Fayyadama Marsariitii keenyaa www.hayuacademy.com) bifa suursagalee(video) dhaan Yuutuubii OICT Solutions kana irratti daqiiqaa 10 keessatti isinif maxxansina.
https://www.youtube.com/channel/UCw_lcDBUCRNeN52wXwIY_YA?sub_confirmation=1
Barnoota keenya Barannoo jalqabaa ammoo sa'aatii 1 booda Marsariitii Hayu Academy irra keenyee isin beeksifna.

Odeeffannoo dabalataatiif:
Tel: +251911470125
Email: [email protected] / [email protected]
Web: www.hayuacademy.com

Telegram: www.tgoop.com/hayuacademy
Facebook: https://www.facebook.com/hayu.academy
#Share godhaa waliif dabarsaa, hiriyyoota keessan dhageechisaa

HORAA BULAA DEEBANAA
AKKAADAAMII HAYYUU!
Leenjii @hayu.academy irratti eegalle

Marsariitiin keenyaa www.hayuacademy.com irratti leenjii Gabaabaa(Barnoota Bu'uura Tekinoolojii, Akkaataa salphatti Tekinoolojii/Interneetiidhaan hojii dhuunfaa eegluu dandeenyyun, Tooftaalee 100 ol Interneetarraa Mallaqa/Galii argachuu dandeenyuun...) kan leenjifnu yoo tahu, Hardha Wax.3, 2022 irraa eegalee Barnootni Waliinii(Common Course) eegalee jira.

Haala itti Fayyadama Marsariitii keenyaa kunoo hordofaa 👇🏼
https://youtu.be/tuQEJSYUqsE

- Galmeen kallattumaan Marsariitii keenya www.hayuacademy.com irratti itti-fufeera.
Hardha Galgala Sa'aatii 4tti Google Meeting walgahii kallattii qabna. Hin irraanfatinaa🙏

Link walgahii telegram keenya www.tgoop.com/hayuacademy irra isiniif keenya
Marii keenya sat'aatii 4tti eegaluuf

Google Meeting Daataa guddaa hin fayyadamu, Package xiqqoon isin gaha. Marii keenya Gabaabaa hardhaatiif
Link Marii:👇🏼

https://meet.google.com/nrn-ovyu-kbw
Guyyaa 2f Ibsaan naannoo biiroo keenyaa hin turre Namootni Barumsa hin ramadaminis namootni hin jalqabinis amma isiniif sirreessaa jirra.
Barnootni Garee A fi B illee saffisaan olfe'uu adeemna qophaayaa
Galatoomaa
Garee B: Barannoo - 1 - Interneetaan Galii Argachuun Barannoon jalqabaa gadi lakkifameera. Hordofaa - Hardha ammas kana booda Barumsa 2 Garee lamaaniifuu gadi lakkifama waan taheef qophaayaa, Kana booda Boqonnaan hin yaadamu

- Namootni #email jijjiirtanii hanga ammaa Ramaddiin barnoota keessanii rakkoo qabu Garee Teekinikaatiin Gulaalamaa jira, hanga boru ganamaatti ramaddii barnootaa ni argattu jennee abdanna

https://hayuacademy.com/courses/toora-interneetaan-maallaqa-argachuuf-dursa-waan-3-kana-hojjedhu/

Galatoomaa
www.tgoop.com/hayuacademy hordofaa
#subscription - PopUp isin rakkisaa ture kaafneerra. Fayyadamuudhaaf kan isin rakkise #hofkaltii nuuf tolchaa. Amma Sirreessineerra
Barannoo-2-Kutaa-5fffaa - Marsariitiiwwan 8, kanneen Namootni Suursagalee uumani Maallaqarraa argachuu dandeessan Gabaabsinee dhiyeessine - Tartiiba barbaachisu #marsariitii Keenyarraa argattu👇🏼👇🏼

https://fb.watch/epxYIJPBg8/
#HayuAcadamey: Guyyoota 15 hanga 25 keessatti Interneetaan Galii gaarii argachuudhaaf karoora qabduu?

Tooftaan salphaa fi baasii xiqqoodhaan karaa toora Interneetaa hojii uumachuu dandeessu.
karaa toora Interneetaa Galii argachuuf tooftaa salfaa fi baasii muraasaan hojii eegaluudhaaf qophii yoo taatan,
#Tartiibota ijoo fi wantoota barbaachisoo #link asii gadii irraa qalbiin dubbisaa(Hub. Nuuf bilbiluu ykn nu qunnamuu keessan dura barruu link asii gadii irratti ibsa gahaa waliin barreessine irra deddeebiidhaan dubbisaa hubadhaa) 👇👇

Link:- bit.ly/3ZiOnWJ
2024/10/05 09:21:45
Back to Top
HTML Embed Code: