Forwarded from Mɮʀɨɢɦt 🎧 (Mɮʀɨɢɦt🎧)
#يا_إلهي🎧
أ نت ا لذي خلقتني
و رحمتي و رزقتني
د وما يا رب قد كنت معي
لكنني نآ يت عنك
نسيت ما قد كان أك
و سرت في طريقي يا إلهي
#يا_إلهي🤲
@Mubarekbright3
أ نت ا لذي خلقتني
و رحمتي و رزقتني
د وما يا رب قد كنت معي
لكنني نآ يت عنك
نسيت ما قد كان أك
و سرت في طريقي يا إلهي
#يا_إلهي🤲
@Mubarekbright3
Forwarded from ABU WALAD MEDIA
#ZAKAATAL_FIXR
Kabajamtoota hordoftooota
Abu walad media hundaaf
Akkuma beekamu guyyaa hardhaa
Sagantaa #Al_Fataawaa sheeka
Keenna #Sheek_Abdusalaam_Xaahirin
Masjiidu Nuur isiniif qabannee dhiyaanneerra.
Koottaa irraatti hirmaadhaan
Affeerraa keenna.
Akkasuma namoonni gaafi qabdan
Waa'ee #ZAKAATAL_FIXR irratti
Kara keessaattii nuuf ergaa isiniin jenna.
@Abdu_pro
@MBL3KR
T.me/Abu_WaladMedia

Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (ⓐNãsìr)
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI'UUN
Abbaan qabsaayaafi hayyuu seenaa Ustaaz Ahmaddiin Jabal gama ganda aakiraa godaanuun dhagayame.
RABBIIN dhangaa jannata isaatiin isaan haa qananiisu,Rahmata isaa keessaa karra araaramaa haa banuuf.
@Alrisala1

Forwarded from ABU WALAD MEDIA via @like

#Abu_Walad_Media & #Hamiltan_TV
Baga Ayyaana sooma hiikkaa
Eid Al fixriin kara bara 1442tin
Isiniin gahe.
@Abu_WaladMedia
Baga Ayyaana sooma hiikkaa
Eid Al fixriin kara bara 1442tin
Isiniin gahe.
@Abu_WaladMedia
Forwarded from Fursaan Media (Fares Muhamed)
انالله وانا اليه راجعون
Innaa Lillaahi wa innaa Ileeyhi raaji'uun
اللهم اغفر له وارحمه واسكنه فسيح جناتك مع النبيين والصديقين والشهداء والصالحين وحسن أولئك رفيقا.
Sheekni keenya Shekh Zubeer Abba kaadima diin Islaama kan takka dadhabe jedhanii boqatanii hin beyne, dhibee duraanii eeguma wayya'anii dhiheenyuma ka itti deebitee halkan edaa gara fuula Rahmaan deemanii jiru
Rabbiin Ija Rahmataatiin isaan haa laalu.
@RaayyaaAbbaaMaccaa
@Fursaan_Media

Forwarded from Fares Muhammed (Fares Muhamed)
Maaleziyaa 'n loltoota ishee gara Gazzaa 'tti erguuf qophii xumuruu ishee beeksiste!
Akka walii-galtee Ministeerota Maaleziyaa 'tti "waraana keenya gara baha giddu-galeessaa 'tti erguun keenya cabiinsa seera idil addunyaa osoo hin taane mirga namoomaa kabachiisuu waan ta'eef shoorri keenya jajjabeeffamuu malee qeeqamuu hin qabu" jedha Ministeerri Raayyaa ittisa biyyaa Maaleziyaa.
Ministeerri Raayyaa ittisa biyyaa Maaleziyaa Ismaa'il Saabir ibsa har'a kenne kanaan:-
"Waraana naga kabachiistota keenya kanneen leenjifamoo fi dammaqoo ta'an hojii seera kabachiisuuf gara Gazzaa erguuf qophii xumurree jirra!" jechuun ibsanii jiru.
Israa'il haleellaa Lammiilee nagaa Filisxeen irratti fudhachaa jirtu itti fuftee kan jirtu yoo ta'u, guyyoota 8 kanatti lubbuu Lammiilee Filisxeen 200 ol galaafachuu ishee hordofuun ture Maaleziyaa 'n humna nagaa kabachiisu gara Gazzaa 'tti erguuf kan murteessite.
#Palestine.
Odeeffannoo haala yeroo Muslimaa kan ta'e dhimma Qudsii akkuma nu qaqqabeen wal duraa duubaan kan isin qaqqabsiisnu ta'a, Isinis Share gochuun qoodaa Islaamummaa keessanii ba'adhaa.
#AlQuds2020
#AlQuds
©Jechoota Gaggaarii
#LikeFollowShare
@Fursaan_Media
@Fursaan_Media
T.me/Fursaan_Media

Telegram
Fursaan Media
« وَمَنْ أَحْسَنُ قَوْلًا مِمَّنْ دَعَا إِلَى اللَّهِ وَعَمِلَ صَالِحًا وَقَالَ إِنَّنِي مِنَ الْمُسْلِمِينَ »
Da'awaa, barumsa gara garaa argachuuf chaaynaalii keenna hordofaa.
Da'awaa, barumsa gara garaa argachuuf chaaynaalii keenna hordofaa.
Forwarded from Fursaan Media (Fares Muhamed)
#Palestine
#Aqsaa
Waraanni Israa'el erga labsiin lola dhaabuu labsame booda Lammilee Falisxiin Masjiid al- Aqsaa keessatti Salaataa jum'aa salaataa turan irratti haleellaa raawwate.

#Su'uudii
#Azaana
Mootummaan su'uudii sagaleen azaana akka gadi qabamee azaanamu murteessite.
Hedduu nama rifachiisa
Biyya burqaa amantii islaamaa taate irra murtii akkanaa dhagahuun musiibaa guddaa dha.
الله اكبر

#Sauudii
#Odeeffannoo_Dabalataa
#Azaana
Mootummaan Sa'uudii azaanni akka gadi qabamee azaanamu murteesse,
Odeeffannoo dabalataatiin Akkasuma yeroo salaataa sagaleen guutumaan guututti ala bahee akka hin dhageessiffamne dhoorgaan kaahamee jira.
" حسبن الله ونعم الوكيل "
Bulchitoonni mootummaa sa'uudii biyya ergamaan aalamaa keessaa bahe garam oofaa jiran ⁉️

" Dhugaa dubbachuun firummaa hin kuttu "
" Mootummaa Wayyaanee kuffisuu keessatti qabsoo kan jal qabsiise Uummata Muslimaatti, qabsoo kana Immoo galmaan kan baase Qeerroo (Ummata Oromootti), Qabsoo Qeerroo kana kan Hogganuun asiin gahe Immoo Obboleessa keenya Jawaar Muhammad"
Ustaaz Ahmaddin Jabaltu jedhe