Something to celebrate! My youtube channel hit 1K subscribers today (August 2, 2022). You don't know how happy I am. Thank you for helping me. Thank you for being with me. I will continue uploading interesting content. In odd, those who were promoting it, this outcome is yours too! Thank you!
Ammas subscribe gochuun keessan itti haa fufu. Video 46 ol fe'een jira. Videowwan sana ilaaluudhaanis na deeggaraa. Link: https://www.youtube.com/c/IFARGANTECH
Ammas subscribe gochuun keessan itti haa fufu. Video 46 ol fe'een jira. Videowwan sana ilaaluudhaanis na deeggaraa. Link: https://www.youtube.com/c/IFARGANTECH
Watch "CUBBUU JAALALAA NARRATTI OOLE - SEENAA BAAY'EE GARAA NAMA NYAATU - SIFAN BIRHANU | IFARGAN TECH" on YouTube
https://youtu.be/KdMyEYVnS-w
https://youtu.be/KdMyEYVnS-w
YouTube
CUBBUU JAALALAA NARRATTI OOLE - SEENAA BAAY'EE GARAA NAMA NYAATU - SIFAN BIRHANU | IFARGAN TECH
Seenaa baay'ee garaa nama nyaatu kana dhaggeeffadhaa.
#newethiopianmusic #neworomomusic2022 #rayas #Sifanbirhanu
#newethiopianmusic #neworomomusic2022 #rayas #Sifanbirhanu
#Dhageessanii? Dargaggoonni Indiyaa araada alkoolii koondoomii keessatti oomishamuuf saaxilamaa jiru jedhame.
----------------------
Akka gabaasa manneen qorichaa Indiyaa keessatti argamaniitti baay'inni koondoomii guyyaatti gurguramuu akka malee dabale jedhan. Yeroo biraa paakkeettiin lama yookaan sadii qofti kan gurguramee oolu amma saanduqa kaartoonii tokkoo oltu dhumee oola jedhan.
Dargaggoonni koondoomii kana deddeebi'anii bitanis walquunnamtii saalaa ittiin raawwachuuf osuu hintaane araada isaanii ittiin bahachuufi jedhan.
Kunis akkamitti gaaffii jedhuuf, ogeeyyiin keemistirii akka jedhanitti bishaan ho'aan koondoomiitti naqamee yeroo murtaa'e tokkoof yoo ture, molokiyuulota bishaan keessaa caccabsee gara molokiyuulota alkooliitti kan jijjiiru yoo ta'u, innis alkoolii olaanaa uuma jedhan.
Dargaggoonni kunneenis koondoomii bitan dantaa kanaaf kan itti fayyadaman yoo ta'u, fayyaa namaatiif garuu rakkoo guddaa uuma jechuun yaaddoo faayyaa dargaaggootaarraan gahuuf yaaddoo qaban himan.
From Indiantimes

Namni foonii fakkeessituudha
Soba tuultee hammeessituudha!
https://youtu.be/hFTjet2ChnQ
Walaloo miidhagduu daqiiqaa 2:31 link kana tuquun itti bohaaraa!
Soba tuultee hammeessituudha!
https://youtu.be/hFTjet2ChnQ
Walaloo miidhagduu daqiiqaa 2:31 link kana tuquun itti bohaaraa!
YouTube
Gaafa Ati Duute | Walaloo garaa nama nyaatu | Seenaa dhugaa | Ifargan Tech
Waan ajaa'ibaati! Daqiiqaa lama keessatti follower hamma barbaaddan facebook keessanitti generate taasifattu. Link kanaan seenaa ilaalaa. https://youtu.be/Onzv1RH_Meg
Caalashii yaadha firaa
Dhirsikee mana jiraa?
Jaarsa kee raffifadhuu
Gad bahi na simadhuu!
Boroodhaan na laalladhu
Waa afaan na kaawwadhu!
Caalashii yaadha lootii
Giiftii guduunfaa kootii,
Foolii keen na marsitee
Qalbiikoo dabarsitee,
Dhirsakee naaf jibbitee
Jilbakees naaf irbitee!
Kunoo kee na taasifte
Qubeelaa na baasiftee
Manakoo adiyyeessee
Haadha ijoolleekoo gaggeessee
Dhirsikee mana jiraa?
Jaarsa kee raffifadhuu
Gad bahi na simadhuu!
Boroodhaan na laalladhu
Waa afaan na kaawwadhu!
Caalashii yaadha lootii
Giiftii guduunfaa kootii,
Foolii keen na marsitee
Qalbiikoo dabarsitee,
Dhirsakee naaf jibbitee
Jilbakees naaf irbitee!
Kunoo kee na taasifte
Qubeelaa na baasiftee
Manakoo adiyyeessee
Haadha ijoolleekoo gaggeessee
Abbaankee manaa hin bahuu
Maal dallaa qabee tiksaa
Halkan yoon badee dhufes
Tiriika mooraatti ibsaa!
Gootomuuf sodaa lubbuu
Abbaan kee qawwee hin dhabuu
Fuullee bahii laalimee
Qeerrookee dallaa labuu!
Abbaankee baalabbaataa
Si butuuf sodaa shangoo
Baranni farra baataa
Hin beeku kankeef kankoo!
Silaa hanxaxii tooonee
Godoollee gad dhaabbannee
Jifuun nuuf baafti ifa,
Osoo waan dabaa yaannee
Abbaakee galaafannee
Rabbi nuun godhuu sifa?
Maal dallaa qabee tiksaa
Halkan yoon badee dhufes
Tiriika mooraatti ibsaa!
Gootomuuf sodaa lubbuu
Abbaan kee qawwee hin dhabuu
Fuullee bahii laalimee
Qeerrookee dallaa labuu!
Abbaankee baalabbaataa
Si butuuf sodaa shangoo
Baranni farra baataa
Hin beeku kankeef kankoo!
Silaa hanxaxii tooonee
Godoollee gad dhaabbannee
Jifuun nuuf baafti ifa,
Osoo waan dabaa yaannee
Abbaakee galaafannee
Rabbi nuun godhuu sifa?
Forwarded from ORO_ViP
Chaanaaliiwwan isin seenuu qabdan... Best Channel of 2020
GATII GALFATA GAMEESSAA.pdf
991.2 KB
GATII GALFATA GAMEESSAA
---------------------------------------
Kitaaba Asoosamaa haaraa. Barreessaa Fayyisaa Hirphasaan kan qophaa'e.
All right reserved!
@ifargantech
@ifargantech
---------------------------------------
Kitaaba Asoosamaa haaraa. Barreessaa Fayyisaa Hirphasaan kan qophaa'e.
All right reserved!
@ifargantech
@ifargantech