ISPORTF Telegram 5262
ISPOORTII AFAAN OROMOON ⚽️
Photo
Odeeffannoo jijjiirraa taphattootaa

🔴 Kilabiin Turkii Galatasaray taphataa sarara fuulduraa lammii Ispeen Alvaro Morata AC Milan irraa mallatteessisuuf akka dhihaate Fabrizio Romano gabaaseera.

🔴Baarseloonaan kontiraata Peedrii dheeressaniiru, Kilabiin Kaataaloon Baarseloonaa kontiraata taphataa sarara gidduu lammii Ispeen Peedrii dheeressuu ifatti beeksise,Taphataan ganna 22 Peedrii kontiraata waggaa shanii hanga bara 2030tti mana Baarseloonaa keessa isaa tursiisuu mallatteesseera,Baarseloonaan amma kontiraata taphataa sarara fuulduraa lammi Ispeen Laamin Yamaal dheeressuuf qophaa'aa akka jiru ibsameera.

🔴Sa'aatiwwaan muraasa dhufan keessatti Cheelsiin A.Garnacho mallatteessisuuf yaada fooyya'aa dhiyeessuuf akka karoorfataan gabaafameera.

🔴Edaa galgala Arsenaal taphataa sarara fuulduraa ganna 29 Waatkinis fudhachuuf €M60 dhiheessan astoon viilaa kuffisuun walqabatee Astoon Viilaan jijjiirraa Waatkinis €M80 barbaaddi jechun [Matt law Dt ]gabaaseera.

🔴Taphataan yeroo baay'ee maqaan isaa Maanchistar Yunaayitid wajji ka'a ture Maatiyaas Teel, bakka bu'aan isaa Landaani ti argamaa,Tootinaam taphataa mallatteessifachuuf Yuuroo miiliyoona 60 Baayermuunikiif dhiheessuun waliigalteerra ga'aaniiru, Garuu taphatichi hanga ammaatti murtoo tokkollee hin murteessine.

🔴Hakim Ziyech kilabii Turkii Galatasaray erga gadhiisee booda ifatti kilabii Qaxar Al Duhail tti makameera.

🔴Taphataan Liivarpuul duraanii Joordaan Hendersan Ayaaks gadhiisee Kilabii Faransaay Moonaakootti makamuuf walii galeera.

🔴PSG gaaffii Weestihaam Yunaayitid taphataa sarara fuulduraa PSV Ricardo Pepe mallatteessisuuf dhiheessaan kuffisaaniiru.

🔴Niwukaastil Yunaayitid Miigu'eel Almiroon waliin addaan bahuu isaani ifaatti beeksisaaniiru,Taphataan lammii Paaraaguwee kun kontiraata dhaabbataan kilabii Ameerikaa Atlaantaa Yunaayitid ti kan makamu taha.

🔴Taphataan Liivarpuul Isteefan Baachetik bakka ergisaan taphachaa jiru Saalizbarg gadhiisee ergisaadhan Laas Paalmasitti makameera.

🔴Maanchistar Siitiin Roodriigoo fi mallatteessitoota haaraa tapha marsa kuffisaanii darbuu Chaampiyoonsi Liigii Awrooppaatif ni galmeessu. [Telegiraafii].

🔴Leenjisaa Al Itfaqa Isteevaan Jeeraard Al Itfaq waliin addaan ba'aniiru.

🔴Galatasaray hanga dhuma bara dorgommii kanaatti Maarkus Raashfoordi ergisaadhan mallatteessisuuf hojjachaa jiru.

.

@isportf

tgoop.com/isportf/5262
Create:
Last Update:

BY ISPOORTII AFAAN OROMOON ⚽️

Share with your friend now:
tgoop.com/isportf/5262

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

To view your bio, click the Menu icon and select “View channel info.” The public channel had more than 109,000 subscribers, Judge Hui said. Ng had the power to remove or amend the messages in the channel, but he “allowed them to exist.” But a Telegram statement also said: "Any requests related to political censorship or limiting human rights such as the rights to free speech or assembly are not and will not be considered." With Bitcoin down 30% in the past week, some crypto traders have taken to Telegram to “voice” their feelings.
from us

Telegram ISPOORTII AFAAN OROMOON ⚽️
FROM American