Warning: Undefined array key 0 in /var/www/tgoop/function.php on line 65

Warning: Trying to access array offset on value of type null in /var/www/tgoop/function.php on line 65
- Telegram Web
Telegram Web
Liigota gurguddoo Awurooppaatti hanga ammaa kan hin injifatamne PSG qofadha 🇫🇷⛔️

@isportf
Chaampiyoons liigii Awurooppaatti taphattoota cimoo 11 ! Kan torbee kanaa

[Who Scored]

@isportf
ISPOORTII AFAAN OROMOON ⚽️
Photo
Odeeffannoo jijjiirraa taphattootaa

🔴 Kilabiin Turkii Galatasaray taphataa sarara fuulduraa lammii Ispeen Alvaro Morata AC Milan irraa mallatteessisuuf akka dhihaate Fabrizio Romano gabaaseera.

🔴Baarseloonaan kontiraata Peedrii dheeressaniiru, Kilabiin Kaataaloon Baarseloonaa kontiraata taphataa sarara gidduu lammii Ispeen Peedrii dheeressuu ifatti beeksise,Taphataan ganna 22 Peedrii kontiraata waggaa shanii hanga bara 2030tti mana Baarseloonaa keessa isaa tursiisuu mallatteesseera,Baarseloonaan amma kontiraata taphataa sarara fuulduraa lammi Ispeen Laamin Yamaal dheeressuuf qophaa'aa akka jiru ibsameera.

🔴Sa'aatiwwaan muraasa dhufan keessatti Cheelsiin A.Garnacho mallatteessisuuf yaada fooyya'aa dhiyeessuuf akka karoorfataan gabaafameera.

🔴Edaa galgala Arsenaal taphataa sarara fuulduraa ganna 29 Waatkinis fudhachuuf €M60 dhiheessan astoon viilaa kuffisuun walqabatee Astoon Viilaan jijjiirraa Waatkinis €M80 barbaaddi jechun [Matt law Dt ]gabaaseera.

🔴Taphataan yeroo baay'ee maqaan isaa Maanchistar Yunaayitid wajji ka'a ture Maatiyaas Teel, bakka bu'aan isaa Landaani ti argamaa,Tootinaam taphataa mallatteessifachuuf Yuuroo miiliyoona 60 Baayermuunikiif dhiheessuun waliigalteerra ga'aaniiru, Garuu taphatichi hanga ammaatti murtoo tokkollee hin murteessine.

🔴Hakim Ziyech kilabii Turkii Galatasaray erga gadhiisee booda ifatti kilabii Qaxar Al Duhail tti makameera.

🔴Taphataan Liivarpuul duraanii Joordaan Hendersan Ayaaks gadhiisee Kilabii Faransaay Moonaakootti makamuuf walii galeera.

🔴PSG gaaffii Weestihaam Yunaayitid taphataa sarara fuulduraa PSV Ricardo Pepe mallatteessisuuf dhiheessaan kuffisaaniiru.

🔴Niwukaastil Yunaayitid Miigu'eel Almiroon waliin addaan bahuu isaani ifaatti beeksisaaniiru,Taphataan lammii Paaraaguwee kun kontiraata dhaabbataan kilabii Ameerikaa Atlaantaa Yunaayitid ti kan makamu taha.

🔴Taphataan Liivarpuul Isteefan Baachetik bakka ergisaan taphachaa jiru Saalizbarg gadhiisee ergisaadhan Laas Paalmasitti makameera.

🔴Maanchistar Siitiin Roodriigoo fi mallatteessitoota haaraa tapha marsa kuffisaanii darbuu Chaampiyoonsi Liigii Awrooppaatif ni galmeessu. [Telegiraafii].

🔴Leenjisaa Al Itfaqa Isteevaan Jeeraard Al Itfaq waliin addaan ba'aniiru.

🔴Galatasaray hanga dhuma bara dorgommii kanaatti Maarkus Raashfoordi ergisaadhan mallatteessisuuf hojjachaa jiru.

.

@isportf
🚨🗣️Peter Krooch: "Haati warraa koo kubbaa miilaa hin jaallattu. Gaaf tokko, tapha tokko dura daqiiqaa 10 dura eessa akkan jiru baruuf naaf bilbilte."

Tapha Shaampiyoonsi Liigii Juveentos waliin qabnuuf qophaa'aa Jira jedheen.Isheen daftee maal jechuudha naan jette🤣 Suuta jedhee tasgabba'iidhaan ibseef akka rakkoon hin uumamneef .

“Osoo yeroo ani taphadhu VAR jiraatee , sababa harka dheeraa kootiin ofsaayidii waan ta’uuf goolii 50 ol na jelaa balleessu ture.” 😂

Peter Krooch

burqaa


@isportf
Waggaatti taphattoota maallaqni guddaan kaffalamuuf

1. Cristiano Ronaldo 🇵🇹 - £167.7 million
2. Karim Benzema 🇫🇷 - £83.8 million
3. RIYAD MAHREZ 🇩🇿 - £43.76 MILLION
4. SADIO MANE 🇸🇳 - £33.5 MILLION
5. KALIDOU KOULIBALY 🇸🇳 - £29 MILLION
6. Robert Lewandowski 🇵🇱 - £28 million
7. Erling Haaland 🇳🇴 - £27.3M
8. Kylian Mbappe 🇫🇷 - £26.2M
9. Ivan Toney 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 - £21.4M
10.Aleksandar Mitrović 🇷🇸 - £20.96M
11.Harry Kane 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 - £20.96M
12.Milinkovic Savic 🇷🇸 - £20.96M
13.N'Golo Kante 🇫🇷 - £20.96M
14. Kevin De Bruyne 🇧🇪 - £20.8M
15. Aymeric Laporte 🇪🇸 - £20.5M
Marcelo Brozović 🇷🇸 - £20.5M
17. David Alaba 🇦🇹 - £18.87M
18. Dusan Vlahovic 🇷🇸 - £18.63M
19. Casemiro 🇧🇷 - £18.2M
20.MOHAMED SALAH 🇪🇬 - £18.2M

Africa facts


@isportf
ISPOORTII AFAAN OROMOON ⚽️
Photo
Taphataa kilaboota 14 oliif taphate. Anelkaa

Nicolas ANELKA 🤝 Senior Career:

1. Paris Saint-Germain (1996 - 1997)
10 Appearances
⚽️ 1 Goals

2. Arsenal (1997 - 1999)
90 Appearances
⚽️ 28 Goals
🚀 14 Assists

3. Real Madrid (1999 - 2000)
33 Appearances
⚽️ 7 Goals
🚀 6 Assists

4. Paris Saint-Germain (2000 - 2002)
59 Appearances
⚽️ 18 Goals
🚀 3 Assists

5. Liverpool "loan" (jan 1, 2002 - jun 30, 2002)
22 Appearances
⚽️ 5 Goals
🚀 3 Assists

6. Manchester City (2002 - des, 2004)
103 Appearances
⚽️ 45 Goals
🚀 6 Assists

7. Fenerbahçe (jan, 2005 - 2006)
57 Appearances
⚽️ 16 Goals
🚀 15 Assists

8. Bolton Wanderers (2006 - 2008)
61 Appearances
⚽️ 23 Goals
🚀 10 Assists

9. Chelsea (2008 - 2012)
184 Appearances
⚽️ 59 Goals
🚀 30 Assists

10. Shanghai Shenhua (2012 - Jan, 2013)
23 Appearances
⚽️ 3 Goals
🚀 6 Assists

11. Juventus (Jan, 2013 - Jul, 2013)
3 Appearances
⚽️ 0 Goals

12. West Bromwich Albion (Jul 2013 - 2014)
12 Appearances
⚽️ 2 Goals

13. Mumbai City (2014 - 2015)
13 Appearances
⚽️ 2 Goals

14. France (1998 - 2010)
69 Appearances
⚽️ 14 Goals
🚀 14 Assists

ACHIEVEMENTS
🚀 UEFA Euro (France 2000)
🚀 Confederations Cup (France 2001)
🚀 Champions League (Real Madrid 1999/00)

🏆 Premier League 2× (Arsenal 1997/98; Chelsea 2009/10)
🏆 FA Cup 3× (Arsenal 1998; Chelsea 2009 & 2010)
🏆 Community Shield 2× (Arsenal 1998/99; Chelsea 2009/10)

🏆 Serie A (Juventus 2012/13)
🏆 Turkish Süper Lig (Fenerbahçe 2004/05)

👏👏👏

Share_join

@isportf
Tapha Piriimeer Liigii Ingilaand torbee  24ffaa

Boqonnaa

Bornmaawuz 0-1 Livarpuul
                          ⚽️Salah 30' P

Everteen 3-0  Leester Siitii
⚽️Dukure 1'
⚽️Beeto 6'
⚽️Beeto

Ipswich 1-1 Saawuzhampiten
⚽️Delaap 31' ⚽️Ariibo 21'

Niwkastil 1-0 Fulhaam
⚽️Murfi 37'

@isportf
✅️Hiriira Bireentfoord

11:00 🔰 Bireentfoord Tootenhaam waliin

@isportf
✅️Hiriira

11:00 🔰 Maan Yunaayitid Kiristal Paalas waliin


@isportf
Tapha Piriimeer Liigii Inglaand torbee  24ffaa

Bireentfoord 0-2 Tootenhaam
                            Yaaneelt(OG) 28'
                            ⚽️Saar 87'

Maan Yunaayitid 0-2 Kiristal Paalas
                                       Maateetaa 64' 88'


@isportf
Tapha eegamaa Piriimeer Liigii Inglaand

                       

        Arsenaal 5-1 Maan Siitii
      Odigard 2' Haaland55'
Partee 56'
Leewiis 62'
Havart 76'
Niwañey 90+'

     @isportf
Forwarded from HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN. (®YOOYYAA©)
Kana beektuu

Urgooftuu qaaliin addunyaa kanaa Imperial Majesty jedhama.

Qaruuraan urgooftuu kun daayimandii kaaraatii 24 irraa kan hojjetamedha. Gatiin qaruura tokkoo Doolaara 215,000 ykn Birrii miliyoona 8,730,382.45 dha.


#kanan_dubbiserraa

@baacoowwan
Tapha Piriimeer Liigii Inglaand torbee 24ffaa



Chelsii 2-1 Weesthaam
⚽️Neetoo 64'       ⚽️Boween 42'
⚽️Waanbisaka (OG? 74'



@isportf
2025/02/23 09:06:36
Back to Top
HTML Embed Code: