JALALAADHUGAA Telegram 314
#Dhaamsa

♥️ 1. Jaalalli yoo ati dhugaan kunuunsite yoomiyyuu hin xoolagu.
♥️ 2. Dubartiin takka akka jaalalleen ishee ishee dhiisee nama biraa hin jaalanne gochuuf, jaalala shakkii of keessaa hin qabne kennuufii qofaani.
♥️ 3. Jaalalti bareeduma osoo hin taane miira wal harkisa nama lamaa jidduu kan maddudha.
♥️ 4. Nama jaalattu tokko akka sin shakkine yoo feete ati dursii shakkii irraa fagaadhu.
♥️ 5. Namoonni hedduun kan jecha 'sidura nama hin jaaladhe' jedhu kana fayyadaman warra jaalalti hin galiniifidha.

。\|/。🌺
─────•◈🔥◈•─────
@jalalaadhugaa
─────•◈🔥◈•─────
      💜。/|\。💎

tgoop.com/jalalaadhugaa/314
Create:
Last Update:

BY Jalalaa dhugaa

Share with your friend now:
tgoop.com/jalalaadhugaa/314

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

1What is Telegram Channels? According to media reports, the privacy watchdog was considering “blacklisting” some online platforms that have repeatedly posted doxxing information, with sources saying most messages were shared on Telegram. Telegram desktop app: In the upper left corner, click the Menu icon (the one with three lines). Select “New Channel” from the drop-down menu. Informative The SUCK Channel on Telegram, with a message saying some content has been removed by the police. Photo: Telegram screenshot.
from us

Telegram Jalalaa dhugaa
FROM American