Oromtitti too yaa tan fagoo
Bareedduu too haalaaf amalaa
Yaa of beektuu aadaaf duudhaa
Yaada kan keen alaan'alaa
Bashaatuu meeyra lagaa
Jiituu too yaa dagalee
Bashaq gootee gorora kee
Na unachiiftaa akka kalee?
Hubattuu koo tan waa maraa
Qabbaneessituu lapheedhaa
Dheebuu arraa mi'aa kalee
Na ni baaftaa sin eeggadhaa?
Dagaagsituu hawwii fagoo
Yaa utubduu kaayyoo kiyyaa
Akeeka koo kan fuuldura
Ni fufsiiftaa miira kiyyaa?
Yaa kokkoflee koo bisinqillee
Suman yaada suman aadaa
Fagaachuu koof hin dagatin
Isa jetteef seente waadaa
Silaa turee yaadni kan kee
Kan na seenee ana coree
Naaf deebisi yaada kankoo
Osoon bulle osoon turree!
~~
๐๐๐๐๐๐๐
ยฎ@jalaladhugaa
Bareedduu too haalaaf amalaa
Yaa of beektuu aadaaf duudhaa
Yaada kan keen alaan'alaa
Bashaatuu meeyra lagaa
Jiituu too yaa dagalee
Bashaq gootee gorora kee
Na unachiiftaa akka kalee?
Hubattuu koo tan waa maraa
Qabbaneessituu lapheedhaa
Dheebuu arraa mi'aa kalee
Na ni baaftaa sin eeggadhaa?
Dagaagsituu hawwii fagoo
Yaa utubduu kaayyoo kiyyaa
Akeeka koo kan fuuldura
Ni fufsiiftaa miira kiyyaa?
Yaa kokkoflee koo bisinqillee
Suman yaada suman aadaa
Fagaachuu koof hin dagatin
Isa jetteef seente waadaa
Silaa turee yaadni kan kee
Kan na seenee ana coree
Naaf deebisi yaada kankoo
Osoon bulle osoon turree!
~~
๐๐๐๐๐๐๐
ยฎ@jalaladhugaa
Sin Jaaladha
Jedhanis waan hedduu
iddoo adda adaatii
dhugaatti jaallee koo
an yoomuu kan keetii
Jibbuun jiruu keenya
heddutu jedhamaa
gurra hin kenniniif
ani kan keetumaa
Jaallallin siif qabuu
Urjii sammiirraatii
cirrachilleen siquu
amman si jaalluttii
Sin jaaladha dhugaa
ragaan kiyya rabbii
oduu bara kanaa
anaaf jedhii darbii
Kan fageenya yaadu
wal wajjiin tirachuu
tasumaa hin yaadu
kaleessa komachuu
Hunda kan caalummoo
Jaalala keessattii
wal amanuu qofaa
wal shakkuun ni mortii
Akkuma na odeessan
sis naaf hamatuu
Sin jaaladha an garuu
enyuumaa olittuu
#Share
@jalaladhugaa
Jedhanis waan hedduu
iddoo adda adaatii
dhugaatti jaallee koo
an yoomuu kan keetii
Jibbuun jiruu keenya
heddutu jedhamaa
gurra hin kenniniif
ani kan keetumaa
Jaallallin siif qabuu
Urjii sammiirraatii
cirrachilleen siquu
amman si jaalluttii
Sin jaaladha dhugaa
ragaan kiyya rabbii
oduu bara kanaa
anaaf jedhii darbii
Kan fageenya yaadu
wal wajjiin tirachuu
tasumaa hin yaadu
kaleessa komachuu
Hunda kan caalummoo
Jaalala keessattii
wal amanuu qofaa
wal shakkuun ni mortii
Akkuma na odeessan
sis naaf hamatuu
Sin jaaladha an garuu
enyuumaa olittuu
#Share
@jalaladhugaa
Namni jaalatame
Yoomu maratadha
Namaaf hin hubatuu
Garaa jabaata dhaa
Me nattin jabaatin
Garaa ke naaf laafii
Diina nan godhatin
Uumamun ko siifii
Galatooma channel join gochuu hin dagatinaa galatooma!

Burtukaana tiyya
Tan dhandhama gaarii
Waanuma kee yaada
Natti baay'ifte aarii
Yaada kee kan duriin
Koottu na gargaarii
Fuulli kee na dhufa
Aabjuun yoo rafullee
Na fuundura taa'a
Akka fakkii fuullee
Hojii irranfadhe
Yaaddoo tantee malee
Waanuma kee yaada
Waan ta'e wollaale
@jalalaadhugaa
Tan dhandhama gaarii
Waanuma kee yaada
Natti baay'ifte aarii
Yaada kee kan duriin
Koottu na gargaarii
Fuulli kee na dhufa
Aabjuun yoo rafullee
Na fuundura taa'a
Akka fakkii fuullee
Hojii irranfadhe
Yaaddoo tantee malee
Waanuma kee yaada
Waan ta'e wollaale
@jalalaadhugaa
Yeroo tokko tokko callisuun dubbachuu caalaa baayyee gaariidha, yoo xiqqaate hin miidhu.
Yeroo tokko tokko
kophaa ta'uu wayya
Namni si miidhuu hin danda'u..
kophaa ta'uu wayya
Namni si miidhuu hin danda'u..
JECHOOTA BEBBEEKAMOO
========
1, โ Maalif akka dhalatte, of gaafadhuutii hubadhu!
2, โ Rabbii si uume sodaachuu dirqama kee godhadhu!
3, โ Kabajaa fi naamusa kee eeggadhu!
4, โ Kaayyoo kee irratti, kutannoo fi murannoo qabaadhu!
5, โ Osoo rakkoon hin dhufin, uumakee yaadadhu!
6, โ Yemmuu balleesite, dafii dhiifama gaafadhu!
7, โ Jireenya injifachuuf, dursa ofiikee injifadhu!
8, โ Uumakee kadhachuu; amala taasifadhu!
9, โ Umurii dheerachuu yoo feete, waan gaarii hojjedhu!
10, โ Nama kamiifuu, ilaalcha gaarii fi kabaja qabaadhu!
11, โ Haqaa fi dhara, ragaan xiinxali adda baafadhu!
12, โ Ejjannoo sirrii kan mataa keetii qabaadhu!
13, โ Qabeenyas dhabdu, amalaa fi garraamummaa qabaadhu!
14, โ Namummaa keetin, of tahii mul'adhu!
15, โ Hiriyyaa nama hamatuu fi nama sobu; irraa fagaadhu!
16, โ Sammuu keetin, of abboomii jiraadhu!
17, โ Yeroo gaa'ilaaf nama filattu, bareedinna bifa osoo hin taane, bareedinna qalbii ilaalii filadhu!
18, โ Haqaa fi mirga keef, sodaa tokko malee falmadhu!
19, โ Lammii fi biyya keef, bilisummaa dheebodhu!
20, โ Barnoota ammantaa kee, xiqqoos taatu baradhu!
21, โ Yemmuu duroomte, hiyyeesota yaadadhu!
22, โ Warroota dhukkubsatan, bira dhaqii gaafadhu!
23, โ Haadha fi abbaakee, kabajii kunuunfadhu!
24, โ Nama tola oltummaa siif ole, hundaa galateefadhu!
25, โ Waan filattu, adda baafadhu!
26, โ Du'a booda jireenyi jiraachuusaa qalbifadhu!
27, โ Furtuu jannataa fudhachuuf, dhuugaadhan jilbeefadhuutii uumakee kadhadhu!
28, โ Eessaa, maalif, eenyun, maaliin akka dhufte; Eessaa fi maalirraa akka jirtu; akkasumas, Eessaa fi maaliif akka deemtu; sirriitti gadiifageenyaan xiinxalii hubadhu!
29, โ Gorsaa koo xiqqoo tana, adaraakee qomatti naa qabadhu! Hiriyoota keetiifis share godhi
โฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธ

Forwarded from SAFARICOM AFAN OROMO
โ๏ธ BAGA GARA SAAFARIKOOM NAGAAN DHUFTANโ๏ธ
Bootii saafarikoom fayyadamuudhan yemmuu miseensa taatan qarshii 1000 badhaafamtu.
๐ Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 100 argattu!
Namoonni affeertaan 25 yeroo gahan, qarshii 3500 baasii gochuu dandeessu.
Liinkin affeerraa kesssani โฌ๏ธ
https://www.tgoop.com/Safaricom_Afan_Oromo_bot?start=r0240140587
Join | SAFARICOM - AFAAN OROMO

โค๏ธNamoonni baayyeen Jaalalti nama miiti jedhu, kuni garuu soba. Kan nama miidhu kophummaadha. Jibbi si miidha, dhabuunis si miidha. Namoota baayyee kun jalaa wal dhawa, garuu dhugaan jirtu; Jaalalti wanta cinqii nurraa balleessuun miirri gaariin akka nutti dhagahamu taasitu, takkittii addunyaa tanarra jirtuudha.!
Yaa jaalallee dhugaa
Taniin boruuf abdadhuu
Siitu lubbuu tootii
Si malee hin jiraadhuu
Umrii tiyya guutuu
Sihi taniin jaaladhuu
Waanin qabu hunda
Sirraa achin kaayyaadhuu
Osoo ati jirtuu
Tan biraa hin dhungadhuu๐
Taniin boruuf abdadhuu
Siitu lubbuu tootii
Si malee hin jiraadhuu
Umrii tiyya guutuu
Sihi taniin jaaladhuu
Waanin qabu hunda
Sirraa achin kaayyaadhuu
Osoo ati jirtuu
Tan biraa hin dhungadhuu๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Jalallii yeroo Wal biraa jiran qofa osoo hin taane yeroo Wal bira jiraachuf haalli hin mijanne kessatille nama jallatanif onnee ofii kessatti iddoo guddaa kennufi Amma Wal biraa jiraatanittis abdiin eegudha!
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น

@๐ฏ ๐ฆ ๐ฑ ๐ฆ ๐ฑ ๐ฆ ๐ซ ๐ฌ ๐ฆ ๐ฒ ๐ฒ ๐ฆ ๐จ ๐ญ ๐บ :
*Addunyaa Tana Irratti:
~ Jecha kee eeggadhu, isatu gocha taโaatii.
~ Gocha kee eeggadhu, isatu amala taโaatii.
~ Amala kee sirreessi isatu namoota wajjiin si
jiraachisaatii.
~ Jireenya kee fooyyessi, isatu boqqonnaa bara
jireenya kee guutuutii.
~ Qabeenyaan qabduun namatti hin boonin,
qabeenyi fixeensa ganamaatii.
~ Beekumsa qabduun uf hin tuulin, namoonni si
caala beekan heddutu jiraatii.
~ Aangoo qubaan si filaniin uf hin dhiibin, qubaan
irraa si buusaniitii.
~ Hin hatin abaarsa jalaa baataatii.
~ Hin kijibin amanamaa taataatii!
โ ๏ธ๐ธsikology argachuuf join
๐

โคjaalalaf ๐ทgammachuโค๏ธ
JECHOOTA GORSA OF KEESSAA QABU
===============================
โฅKennaan guddaan Gorsa
โคBadhaasani guddaan Jaalala
โฅAangoon guddaan Of danda'uu
dha.
โคMaalummaan guddaan
Amanamummaa dha.
โฅHiyyumaa guddaan Beekumsa
dhabuu dha
โคDadhabinni guddaan
Maallaqaaf bitamuu dha.
โฅQaroominni guddaan Wal
hubachuu dha
โคEenyummaan guddaan
Sobbonummaa dha
โฅKufaatiin guddaan Garbummaa dha
โคDhibeen guddaan tokkummaa dhabuu dha
โฅQabeeenyi guddaan Amantaa dha!
โคDhiphinni guddaan Maal naan
jedhanii dha.
โฅGootummaan guddaan Obsa
qabaachuu dha
yoo irraa barattan, Share gochuun
Nama beeku yaadachiisuu kan hin beekne barsiisuu
dha!โฅ
Channel keenya Join fi Hidha(Link) Isaa share godhaa
galatoomaaโฅโคโฅโคโฅโคโฅ
Jaalalaa Mucayyoo Bareedduu kanaa Dubbisaa Telegram.....
๐๐๐๐๐๐๐๐โค
@jalalaafhugaa

Amaloota Jaalala Dhugaa
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
#Dubbisi!
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐๐๐๐๐
โ Jaalalli dhugaan waan akka salphatti argamu ykn bira ga'amu miti. Namoota baayโee xiqqoo taโaniidha kan jaalala dhugaa badhaafaman. Garuu namni hojjatee, carraaqee, dhama'eeti kan jaalala dhugaatiin wal baru. Jaalalli dhugaan walii galuu, kennanii fudhachuufi wal hubachuu gaafata. Jaalalli dhugaan hojii cimaa ykn dadhabbiin waan argamu ykn uumamu malee waanuma gadi ba'anii gabaarraa bitanii ol deebi'an miti.
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โถ Gocha irratti hundaa'a. Jaalalli dhugaan waan gochaan agarsiistu malee waan afaaniin odeessituu akka hin taane quba qabaadhu. Jaalalli dhugaan haala kamiyyuu keessatti waan ati namaaf taatu, akkasumas waan namni biraa siif taโuudha. Jaalala dhugaan nama jaalattuuf qabdu 'sin jaaladhaa' afaanii qofaan osoo hin taane gochaan agarsiifama.
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โท Nama hin hubu. Jaalalli dhugaan nama hin miidhu. Jireenya keessatti walitti aaruun, mufannaa fi wal hubachuu dadhabuun jira. Bakka jaalalli dhugaa jirus kuni inuma jira. Bakka jaalalli dhugaa jirutti rakkooleen ykn hirโinni kunniin waan irra deddeebidhaan mulโatanii miti.
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โธ Jaalalli dhugaan haasawaa gaarin madaalama. Lafa jaalalli dhugaa jirutti maqaa wal ballessuufi wal yakkuun hin jiru. Yoo haasoftu jechoota โakka natti fakkaatuttiโ ykn โakka amantaa kootiittiiโ ykn โakka yaada koottiโ jedhanitti dhimma ba'uu yaali. Waan dhibbaan dhibbatti hinbeekne namatti hin feโin. Jechaa fi shakkiidhaan wal hadheessuun ganda jaalalli dhugaa jiruttii miti kan heeddumatan.
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โน Jaalalli dhugaan waan jaalannu akka wareegnuuf nu hin gaafatu. Kana jechuun jaalalli dhugaa waan jalannu, maatii, hiriyaa fi fira keenya akka dhabnu ykn gargar baanu hin eeyyamu. Namni wantoota jaalatuun gargar si baasuuf carraaqu jaalala dhugaa siif akka hin qabne hubadhu. Jaalalli kee madaalawaa taโuu qaba gama hundaanuu.Jaalalli Qabeenya Guddaa Addunyaati.@jalalaadhugaa

๐ฅHin fagaadhu sirraa๐ฅ
Osoo na jibbitee
Namaan na geessellee
Argaa koo dadhabdee
Yoo na tuffattellee
+
Hawwii kee deeffachuuf
Ana jaalattullee
Yaada kee argattee
Anaan na dhiiftullee
๐
Ati na jibbitee
Anas cirriqfattu
Rabbitu naaf ragaa
Na keessaa hinbaatu
โค๏ธ
Si miidhuudha taati
Akka kee yoon tahe
Waa nan dhiisuu beeki
Ilaahiin ol tahee
โค๏ธ
Sin baasu ofkeessaa
Dhugaanin sijaallaa
Mudaa jaalala kee
Nagootee sakaallaa
โ Shamil Nasir
#Share & #Join ๐ฅ๏ธ๐ฑ๐ป
๐๐พ
๐ใ๏ผผ๏ฝ๏ผใ๐
๐ก @jalalaadhugaa
Osoo na jibbitee
Namaan na geessellee
Argaa koo dadhabdee
Yoo na tuffattellee
+
Hawwii kee deeffachuuf
Ana jaalattullee
Yaada kee argattee
Anaan na dhiiftullee
๐
Ati na jibbitee
Anas cirriqfattu
Rabbitu naaf ragaa
Na keessaa hinbaatu
โค๏ธ
Si miidhuudha taati
Akka kee yoon tahe
Waa nan dhiisuu beeki
Ilaahiin ol tahee
โค๏ธ
Sin baasu ofkeessaa
Dhugaanin sijaallaa
Mudaa jaalala kee
Nagootee sakaallaa
โ Shamil Nasir
#Share & #Join ๐ฅ๏ธ๐ฑ๐ป
๐๐พ
๐ใ๏ผผ๏ฝ๏ผใ๐
๐ก @jalalaadhugaa